LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Magaalota Leewwotaa (1-42)

        • Kan sanyii Aaron (9-19)

        • Kan Qehaatota hafanii (20-26)

        • Kan Geershonotaa (27-33)

        • Kan Meraarotaa (34-40)

      • Waadaawwan Yihowaan gale ni raawwataman (43-45)

Iyyaasuu 21:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:17

Iyyaasuu 21:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:1
  • +Lew 25:33, 34; Lak 35:2-4; Iya 14:4

Iyyaasuu 21:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:8
  • +Uma 49:5, 7

Iyyaasuu 21:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 46:11; Lak 3:27-31
  • +1Se 6:54, 55
  • +Iya 19:1
  • +1Se 6:60, 64

Iyyaasuu 21:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:66
  • +1Se 6:61, 70

Iyyaasuu 21:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:33; 1Se 6:62
  • +Bau 6:17; Lak 3:21, 22

Iyyaasuu 21:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:63
  • +Bau 6:19

Iyyaasuu 21:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:2, 5

Iyyaasuu 21:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:64, 65

Iyyaasuu 21:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 23:2; 35:27; Iya 15:13, 14; 20:7; Abo 1:10
  • +2Sa 2:1; 15:10; 1Se 6:54-56

Iyyaasuu 21:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:20

Iyyaasuu 21:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 54
  • +Lak 35:6, 15
  • +Iya 15:20, 42

Iyyaasuu 21:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 48
  • +Iya 15:20, 50

Iyyaasuu 21:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 51
  • +Iya 15:20, 49; 1Se 6:57, 58

Iyyaasuu 21:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:1, 7
  • +Iya 15:20, 55

Iyyaasuu 21:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 9:3; 18:21, 25
  • +1Se 6:57, 60

Iyyaasuu 21:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 1:1

Iyyaasuu 21:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 25:33, 34; Lak 35:4

Iyyaasuu 21:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 20:7; 1Mo 12:1
  • +Lak 35:11, 15
  • +Iya 16:10

Iyyaasuu 21:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 16:1, 3; 18:11, 13

Iyyaasuu 21:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:12; Abo 1:35; 2Se 28:18

Iyyaasuu 21:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:11

Iyyaasuu 21:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:6
  • +1Se 6:71

Iyyaasuu 21:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:72, 73
  • +Iya 19:12, 16

Iyyaasuu 21:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:74, 75

Iyyaasuu 21:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:25, 31
  • +Iya 19:28, 31; Abo 1:31

Iyyaasuu 21:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 20:7
  • +Lak 35:14, 15

Iyyaasuu 21:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:7
  • +1Se 6:77
  • +Iya 19:10, 11

Iyyaasuu 21:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:30

Iyyaasuu 21:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:41-43; Iya 20:8
  • +1Se 6:78, 79

Iyyaasuu 21:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:80, 81
  • +Iya 20:8, 9; 1Mo 22:3
  • +Uma 32:2; 2Sa 2:8

Iyyaasuu 21:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:26; 32:37
  • +Lak 32:1

Iyyaasuu 21:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:5, 7

Iyyaasuu 21:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 13:14, 15; 15:18; 26:3; 28:4
  • +Bau 23:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2021, ful. 10

Iyyaasuu 21:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:14; Kes 12:10; Iya 1:13; 11:23; 22:4
  • +Kes 28:7
  • +Kes 7:24; 31:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2021, ful. 10

Iyyaasuu 21:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jechi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 23:14; 1Mo 8:56; Ibr 6:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2021, ful. 10

Yaada Wal Simu

Iya. 21:1Lak 34:17
Iya. 21:2Iya 18:1
Iya. 21:2Lew 25:33, 34; Lak 35:2-4; Iya 14:4
Iya. 21:3Lak 35:8
Iya. 21:3Uma 49:5, 7
Iya. 21:4Uma 46:11; Lak 3:27-31
Iya. 21:41Se 6:54, 55
Iya. 21:4Iya 19:1
Iya. 21:41Se 6:60, 64
Iya. 21:51Se 6:66
Iya. 21:51Se 6:61, 70
Iya. 21:6Lak 32:33; 1Se 6:62
Iya. 21:6Bau 6:17; Lak 3:21, 22
Iya. 21:71Se 6:63
Iya. 21:7Bau 6:19
Iya. 21:8Lak 35:2, 5
Iya. 21:91Se 6:64, 65
Iya. 21:11Uma 23:2; 35:27; Iya 15:13, 14; 20:7; Abo 1:10
Iya. 21:112Sa 2:1; 15:10; 1Se 6:54-56
Iya. 21:12Abo 1:20
Iya. 21:13Iya 15:20, 54
Iya. 21:13Lak 35:6, 15
Iya. 21:13Iya 15:20, 42
Iya. 21:14Iya 15:20, 48
Iya. 21:14Iya 15:20, 50
Iya. 21:15Iya 15:20, 51
Iya. 21:15Iya 15:20, 49; 1Se 6:57, 58
Iya. 21:16Iya 19:1, 7
Iya. 21:16Iya 15:20, 55
Iya. 21:17Iya 9:3; 18:21, 25
Iya. 21:171Se 6:57, 60
Iya. 21:18Er 1:1
Iya. 21:19Lew 25:33, 34; Lak 35:4
Iya. 21:21Iya 20:7; 1Mo 12:1
Iya. 21:21Lak 35:11, 15
Iya. 21:21Iya 16:10
Iya. 21:22Iya 16:1, 3; 18:11, 13
Iya. 21:24Iya 10:12; Abo 1:35; 2Se 28:18
Iya. 21:25Iya 17:11
Iya. 21:27Iya 21:6
Iya. 21:271Se 6:71
Iya. 21:281Se 6:72, 73
Iya. 21:28Iya 19:12, 16
Iya. 21:301Se 6:74, 75
Iya. 21:31Iya 19:25, 31
Iya. 21:31Iya 19:28, 31; Abo 1:31
Iya. 21:32Iya 20:7
Iya. 21:32Lak 35:14, 15
Iya. 21:34Iya 21:7
Iya. 21:341Se 6:77
Iya. 21:34Iya 19:10, 11
Iya. 21:35Abo 1:30
Iya. 21:36Kes 4:41-43; Iya 20:8
Iya. 21:361Se 6:78, 79
Iya. 21:381Se 6:80, 81
Iya. 21:38Iya 20:8, 9; 1Mo 22:3
Iya. 21:38Uma 32:2; 2Sa 2:8
Iya. 21:39Lak 21:26; 32:37
Iya. 21:39Lak 32:1
Iya. 21:41Lak 35:5, 7
Iya. 21:43Uma 13:14, 15; 15:18; 26:3; 28:4
Iya. 21:43Bau 23:30
Iya. 21:44Bau 33:14; Kes 12:10; Iya 1:13; 11:23; 22:4
Iya. 21:44Kes 28:7
Iya. 21:44Kes 7:24; 31:3
Iya. 21:45Iya 23:14; 1Mo 8:56; Ibr 6:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 21:1-45

Iyyaasuu

21 Yeroo kanatti dura buutonni manneen abbootii Leewwotaa gara Eleʼazaar+ lubichaa, gara Iyyaasuu ilma Nuunii fi gara dura buutota manneen abbootii gosoota Israaʼel dhufanii, 2 Shiilootti+ biyya Kanaʼaan keessatti, “Yihowaan magaalonni keessa jiraannu, iddoowwan dheedichaa isaanii warra horii keenyaaf taʼanii wajjin akka nuuf kennaman karaa Musee ajajeera”+ isaaniin jedhan. 3 Kanaafuu, Israaʼelonni ajaja Yihowaatiin dhaala ofii isaanii irraa magaalota kanaa+ fi iddoowwan dheedichaa isaanii Leewwotaaf ni kennan.+

4 Maatiiwwan Qehaatotaatiif+ carraan kan baʼe yeroo taʼu, sanyii Yihudaa,+ sanyii Simiʼoonii+ fi sanyii Biiniyaam+ keessaa, Leewwota warra sanyii Aaron lubichaa taʼaniif magaalonni 13 carraadhaan ni kennaman.

5 Maatiiwwan gosa Efreem,+ gosa Daanii fi walakkaa gosa Minaasee+ keessaa, Qehaatota warra hafaniif magaalonni kudhan carraadhaan ni kennaman.

6 Maatiiwwan gosa Yisaakor, gosa Asheer, gosa Niftaalemii fi walakkaa gosa Minaasee isa Baashaanitti+ argamu keessaa, Geershonotaaf+ magaalonni 13 carraadhaan ni kennaman.

7 Gosa Ruuben, gosa Gaadii fi gosa Zaabiloon+ keessaa, Meraarotaaf+ akka maatii maatii isaaniitti magaalonni 12 ni kennaman.

8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.

9 Gosa Yihudaa fi gosa Simiʼoon keessaa magaalota maqaadhaan ibsaman kana isaaniif ni kennan;+ 10 isaan carraa isa jalqabaa waan argataniif, magaalonni kun Leewwota warra maatiiwwan Qehaat taʼan keessaa ilmaan Aaroniif ni kennaman. 11 Isaanis naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti, Qiriyaat Arbaa+ (Arbaan abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebroonii+ fi iddoowwan dheedichaa naannoo ishiitti argaman isaaniif ni kennan. 12 Lafa magaalattii fi gandeen ishii garuu Kaaleb ilma Yofuneetiif dhaalaan ni kennan.+

13 Ilmaan Aaron lubichaatiif magaalaa Kebroon+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Libnaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 14 Yaatir+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Eeshtemoʼaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 15 Hoolon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Deebir+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 16 Aayin+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Yuutaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beet Sheemesh iddoowwan dheedichaa ishii wajjin isaaniif ni kennan; gosoota lamaan kana keessaa magaalota sagal isaaniif ni kennan.

17 Gosa Biiniyaam keessaa, Gibeʼon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geebaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,+ 18 Anaatot+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Almoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

19 Magaalonni sanyii Aaroniif, jechuunis lubootaaf kennaman walumaa galatti magaalota 13 fi iddoowwan dheedichaa isaanii turan.+

20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman. 21 Isaanis naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa Sheekem+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 22 Qibzaayim iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beet Hooron+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

23 Gosa Daan keessaa, Eelteeqee iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Gibetoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 24 Ayiloon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

25 Walakkaa gosa Minaasee keessaa, Taʼaanaak+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota lama isaaniif ni kennan.

26 Magaalonnii fi iddoowwan dheedichaa isaanii warri maatiiwwan Qehaatotaa warri hafan fudhatan walumaa galatti kudhan turan.

27 Geershononni+ warri maatiiwwan Leewwotaa keessaa taʼan walakkaa gosa Minaasee irraa magaalaa Goolaan+ ishii Baashaanitti argamtuu fi namni nama ajjeese itti baqatu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beʼeeshteraa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota lama ni fudhatan.

28 Gosa Yisaakor+ keessaa, Qiishiyon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Daaberaat+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 29 Yaarmut iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Een Gaaniim iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

30 Gosa Asheer+ keessaa, Mishaal iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Abdoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 31 Helqaat+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Rehoob+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

32 Gosa Niftaalem keessaa, magaalaa Qeedesh+ ishii Galiilaa keessatti argamtuu fi namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Hamoot Door iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Qaartaan iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota sadii isaaniif ni kennan.

33 Magaalonni Geershonotaaf akka maatii maatii isaaniitti kennaman walumaa galatti magaalota 13 fi iddoowwan dheedichaa isaanii turan.

34 Leewwonni warri hafan, jechuunis maatiiwwan Meraarotaa+ gosa Zaabiloon+ keessaa kanneen kana ni fudhatan: Yoqneʼaam+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Qaartaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 35 Dimnaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Nahaalaal+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur.

36 Gosa Ruuben keessaa, Beezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Yaahaaz iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,+ 37 Qedemoot iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Mefaat iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

38 Gosa Gaad+ keessaa, magaalaa Raamot ishii Giiliyaaditti+ argamtuu fi namni nama ajjeese itti baqatu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Mahaanaayim+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 39 Heshboon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Yaazeer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis walumaa galatti magaalota afur isaaniif ni kennan.

40 Magaalonni maatiiwwan Leewwotaa warra hafaniif, jechuunis Meraarotaaf akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan kennaman walumaa galatti magaalota 12 turan.

41 Magaalonni dhaala Israaʼelotaa gidduutti Leewwotaaf kennaman walumaa galatti magaalota 48 fi iddoowwan dheedichaa isaanii turan.+ 42 Magaalonni kun hundi naannoo isaanii hundumaatti iddoowwan dheedichaa qabu turan; gama kanaan hundi isaanii iyyuu wal fakkaatu turan.

43 Akka kanaan, Yihowaan biyya abbootii isaaniitiif akka kennu kakatee ture hundumaa Israaʼelotaaf ni kenne;+ isaanis biyyattii dhaalaan fudhatanii keessa jiraatan.+ 44 Kana malees, Yihowaan akkuma abbootii isaaniitiif kakatee+ turetti kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne; diinota isaanii hundumaa keessaa tokko illee isaan dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ Yihowaan diinota isaanii hundumaa harka isaaniitti dabarsee ni kenne.+ 45 Waadaawwan gaggaarii Yihowaan mana Israaʼeliif gale hundumaa keessaa waadaan* tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne; hundi isaanii iyyuu raawwatamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi