LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 13:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sirreeffama.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 12:7, 9
  • +1Sa 2:22-25; Fak 9:7

Fakkeenya 13:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “afaan.”

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:14; 18:20

Fakkeenya 13:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta dubbatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 39:1; 141:3; Fak 21:23
  • +Fak 10:19; Mat 12:36

Fakkeenya 13:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

  • *

    Kal., “ni furdata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:13-15
  • +Fak 10:4; 12:24

Fakkeenya 13:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:163; Fak 8:13; Efe 4:25

Fakkeenya 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:21

Fakkeenya 13:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:9

Fakkeenya 13:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ifannaa hin dhagaʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 41:8
  • +Er 39:10

Fakkeenya 13:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni gammada.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:11
  • +Fak 24:20

Fakkeenya 13:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kan warra waliin mariʼatanii ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 8:1
  • +Fak 11:2; 24:6; HoE 15:5, 6

Fakkeenya 13:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Qabeenyi wanta gatii hin qabne irraa argame.”

  • *

    Kal., “harkaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:8; Er 17:11

Fakkeenya 13:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 143:7
  • +Uma 21:5-7; Luq 2:29, 30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2011, ful. 31

Fakkeenya 13:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dubbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:15, 16
  • +Fr 19:8, 11; Fak 13:18

Fakkeenya 13:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Seerri.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 24:14

Fakkeenya 13:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:15
  • +1Sa 25:25

Fakkeenya 13:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 4:9, 10
  • +Fak 25:25

Fakkeenya 13:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adaba.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 141:5; Fak 15:32; Ibr 12:11

Fakkeenya 13:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 1:47, 48
  • +Amo 5:10

Fakkeenya 13:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:13
  • +Uma 34:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 31-32

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 25

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 15

    8/15/2009, ful. 20-21

Fakkeenya 13:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:20
  • +Rom 2:9, 10

Fakkeenya 13:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:10, 11

Fakkeenya 13:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Taʼus inni.”

Fakkeenya 13:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ilma isaa adabuu.”

  • *

    Ykn tarii, “dafee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 3:12, 13; 1Mo 1:5, 6; Fak 29:15
  • +Kes 6:6, 7; Fak 19:18; 22:15; Efe 6:4; Ibr 12:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 22

    9/1/2007, ful. 21

Fakkeenya 13:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:10; 37:25
  • +Isa 65:13

Yaada Wal Simu

Fak. 13:1Ibr 12:7, 9
Fak. 13:11Sa 2:22-25; Fak 9:7
Fak. 13:2Fak 12:14; 18:20
Fak. 13:3Fr 39:1; 141:3; Fak 21:23
Fak. 13:3Fak 10:19; Mat 12:36
Fak. 13:4Fak 26:13-15
Fak. 13:4Fak 10:4; 12:24
Fak. 13:5Fr 119:163; Fak 8:13; Efe 4:25
Fak. 13:6Fr 25:21
Fak. 13:7Fak 12:9
Fak. 13:8Er 41:8
Fak. 13:8Er 39:10
Fak. 13:9Fr 97:11
Fak. 13:9Fak 24:20
Fak. 13:10Abo 8:1
Fak. 13:10Fak 11:2; 24:6; HoE 15:5, 6
Fak. 13:11Fak 28:8; Er 17:11
Fak. 13:12Fr 143:7
Fak. 13:12Uma 21:5-7; Luq 2:29, 30
Fak. 13:132Se 36:15, 16
Fak. 13:13Fr 19:8, 11; Fak 13:18
Fak. 13:14Fak 24:14
Fak. 13:16Fak 14:15
Fak. 13:161Sa 25:25
Fak. 13:172Sa 4:9, 10
Fak. 13:17Fak 25:25
Fak. 13:18Fr 141:5; Fak 15:32; Ibr 12:11
Fak. 13:191Mo 1:47, 48
Fak. 13:19Amo 5:10
Fak. 13:20HoE 4:13
Fak. 13:20Uma 34:1, 2
Fak. 13:21Kes 28:20
Fak. 13:21Rom 2:9, 10
Fak. 13:22Kes 6:10, 11
Fak. 13:241Sa 3:12, 13; 1Mo 1:5, 6; Fak 29:15
Fak. 13:24Kes 6:6, 7; Fak 19:18; 22:15; Efe 6:4; Ibr 12:6
Fak. 13:25Fr 34:10; 37:25
Fak. 13:25Isa 65:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 13:1-25

Fakkeenya

13 Ilmi ogeessi adaba abbaa isaa ni fudhata,+

Namni qoostuu taʼe garuu ifannaa* hin dhagaʼu.+

 2 Namni firii dubbii* isaa irraa wanta gaarii taʼe ni nyaata,+

Hawwiin* gantootaa garuu jeequmsa dha.

 3 Namni afaan isaa* eeggatu lubbuu isaa eeggata,+

Namni afaan isaa balʼisee banu garuu ni bada.+

 4 Namni dhibaaʼaan ni hawwa, taʼus homaa hin qabaatu,+

Namni* dhimmee hojjetu garuu akka gaariitti ni quufa.*+

 5 Namni qajeelaan soba ni jibba,+

Gochi hamootaa garuu qaanii fi salphina isaanitti fida.

 6 Qajeelummaan nama daandiin isaa qulqulluu taʼe ni eega,+

Hamminni garuu nama cubbamaa taʼe gad ni buusa.

 7 Namni sooressa of fakkeessu jira, garuu homaa hin qabu;+

Namni hiyyeessa of fakkeessus jira, garuu qabeenya guddaa qaba.

 8 Soorumni lubbuu namaatiif furii dha,+

Hiyyeeyyiin garuu wanti isaan doorsisu illee hin jiru.*+

 9 Ifni qajeelotaa akka gaariitti ni ifa,*+

Ibsaan hamootaa garuu ni dhaama.+

10 Of tuulummaan gara lolaatti qofa nama geessa,+

Ogummaan garuu kan warra gorsa barbaadanii ti.*+

11 Qabeenyi saffisaan argame* xiqqaachaa deema,+

Qabeenyi namni tokko xinnuma xinnoodhaan* walitti qabatu garuu ittuma dabalaa deema.

12 Abdiin turu garaa nama dhukkubsa,+

Fedhiin dhugoome garuu muka jireenyaa ti.+

13 Namni qajeelfama* tuffatu kam iyyuu ni adabama,+

Namni ajaja eegu garuu ni badhaafama.+

14 Barumsi* nama ogeessa taʼee madda jireenyaa ti,+

Namni tokko kiyyoo duʼaa irraa akka goru ni godha.

15 Hubannaa guddaan fudhatama argamsiisa,

Daandiin gantootaa garuu rakkisaa dha.

16 Namni abshaalli beekumsaan hojjeta,+

Namni gowwaan garuu gowwummaa isaa saaxila.+

17 Ergamaa hamaan rakkina irra buʼa,+

Ergamaa amanamaan garuu faayidaa argamsiisa.+

18 Namni adaba tuffatu kam iyyuu ni hiyyooma, ni salphatas,

Namni sirreeffama* fudhatu garuu ulfina argata.+

19 Fedhiin dhugoome namatti* miʼaawa,+

Gowwoonni garuu wanta hamaa irraa goruu ni jibbu.+

20 Namni ogeeyyii wajjin deemu ogeessa taʼa,+

Namni gowwootaa wajjin walitti dhufeenya qabu garuu rakkina irra buʼa.+

21 Badiisni cubbamoota ni hordofa,+

Badhaadhinni garuu qajeelota ni badhaasa.+

22 Namni gaariin ijoollee ijoollee isaatiif dhaala ni kaaʼa,

Qabeenyi nama cubbamaa garuu nama qajeelaadhaaf kuufama.+

23 Maasiin hiyyeessaa midhaan hedduu kenna,

Taʼus* jalʼina haqaatiin haxaaʼamee baduu dandaʼa.

24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+

Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+

25 Namni qajeelaan ni nyaata, fedhii nyaataa* isaas ni guuttata,+

Garaan nama hamaa garuu duwwaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi