LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 41
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Inni injifatu baha biiftuu irraa dhufa (1-7)

      • Israaʼel tajaajilaa Waaqaa taʼee filatame (8-20)

        • “Abrahaam isa michuu koo taʼe” (8)

      • Waaqoliin kaan ni qoraman (21-29)

Isaayyaas 41:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na duratti calluma jedhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:21

Isaayyaas 41:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, akka isa tajaajiluuf.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:1
  • +Isa 44:28; 46:11; Mul 16:12

Isaayyaas 41:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:10; 44:6; 48:12; Mul 1:8
  • +Isa 46:4; Mil 3:6; Yaq 1:17

Isaayyaas 41:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:12; 46:6

Isaayyaas 41:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:5, 6; Lew 25:42
  • +Kes 7:6; Fr 33:12
  • +2Se 20:7; Yaq 2:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 21-22

Isaayyaas 41:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:2, 3
  • +Isa 43:10
  • +1Sa 12:22; Er 33:25, 26

Isaayyaas 41:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 20:1; Fr 46:1; Rom 8:31
  • +Isa 60:19, 20
  • +Kes 33:27; Fr 115:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 5

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 2-7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2016, ful. 18

Isaayyaas 41:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:24
  • +Isa 40:17; 60:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 7

Isaayyaas 41:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:17

Isaayyaas 41:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2016, ful. 18

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 32

Isaayyaas 41:14

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, of gargaaruu kan hin dandeenyee fi rakkataa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:7
  • +Isa 43:14; 47:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 3

Isaayyaas 41:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 4:13

Isaayyaas 41:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:9
  • +Isa 12:6

Isaayyaas 41:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:48; Amo 8:11
  • +Isa 30:19; 55:1
  • +Fr 94:14; Isa 42:16; Ibr 13:5

Isaayyaas 41:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:25
  • +Yoe 3:18
  • +Fr 107:35

Isaayyaas 41:19

Miiljaleewwan

  • *

    Biqiltuu baalli isaa cululuquu fi abaaboo adii urgaaʼu qabu.

  • *

    Muka guddaa hamma meetira 15tti guddatu. Mukti kun baala magariisaa fi damee daaraa fakkaatu qaba.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 32:14, 15; 60:21
  • +Isa 51:3; 55:13

Isaayyaas 41:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 39:28

Isaayyaas 41:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akka qalbeeffannuu.”

  • *

    Kal., “jalqaba.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:9; 46:9, 10; 48:5

Isaayyaas 41:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:6, 7
  • +Er 10:5

Isaayyaas 41:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:10; Er 10:14, 15
  • +Kes 7:26; 27:15; Fr 115:4, 8

Isaayyaas 41:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baha.”

  • *

    Ykn., “Bulchitoota gad aanoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:28; 45:1; Er 51:28, 29
  • +Isa 46:11; Mul 16:12
  • +Mik 7:10

Isaayyaas 41:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:9; 44:7; 45:21
  • +An 2:18, 19

Isaayyaas 41:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:10
  • +Iz 1:1, 2; Isa 40:9

Isaayyaas 41:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta hin jirre.”

  • *

    Ykn., “Siidaawwan isaanii warra baqfamanii tolfaman.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:4-8; Isa 44:9; 1Qo 8:4

Yaada Wal Simu

Isa. 41:1Isa 41:21
Isa. 41:2Isa 45:1
Isa. 41:2Isa 44:28; 46:11; Mul 16:12
Isa. 41:4Isa 43:10; 44:6; 48:12; Mul 1:8
Isa. 41:4Isa 46:4; Mil 3:6; Yaq 1:17
Isa. 41:7Isa 44:12; 46:6
Isa. 41:8Bau 19:5, 6; Lew 25:42
Isa. 41:8Kes 7:6; Fr 33:12
Isa. 41:82Se 20:7; Yaq 2:23
Isa. 41:9Fr 107:2, 3
Isa. 41:9Isa 43:10
Isa. 41:91Sa 12:22; Er 33:25, 26
Isa. 41:10Kes 20:1; Fr 46:1; Rom 8:31
Isa. 41:10Isa 60:19, 20
Isa. 41:10Kes 33:27; Fr 115:9
Isa. 41:11Isa 45:24
Isa. 41:11Isa 40:17; 60:12
Isa. 41:12Isa 54:17
Isa. 41:13Kes 33:29
Isa. 41:14Kes 7:7
Isa. 41:14Isa 43:14; 47:4
Isa. 41:15Mik 4:13
Isa. 41:16Isa 25:9
Isa. 41:16Isa 12:6
Isa. 41:17Kes 28:48; Amo 8:11
Isa. 41:17Isa 30:19; 55:1
Isa. 41:17Fr 94:14; Isa 42:16; Ibr 13:5
Isa. 41:18Isa 30:25
Isa. 41:18Yoe 3:18
Isa. 41:18Fr 107:35
Isa. 41:19Isa 32:14, 15; 60:21
Isa. 41:19Isa 51:3; 55:13
Isa. 41:20His 39:28
Isa. 41:22Isa 42:9; 46:9, 10; 48:5
Isa. 41:23Isa 44:6, 7
Isa. 41:23Er 10:5
Isa. 41:24Isa 44:10; Er 10:14, 15
Isa. 41:24Kes 7:26; 27:15; Fr 115:4, 8
Isa. 41:25Isa 44:28; 45:1; Er 51:28, 29
Isa. 41:25Isa 46:11; Mul 16:12
Isa. 41:25Mik 7:10
Isa. 41:26Isa 43:9; 44:7; 45:21
Isa. 41:26An 2:18, 19
Isa. 41:27Isa 43:10
Isa. 41:27Iz 1:1, 2; Isa 40:9
Isa. 41:29Fr 115:4-8; Isa 44:9; 1Qo 8:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 41:1-29

Isaayyaas

41 “Isin odolawwan nana, callisaatii na dhagaʼaa;*

Saboonni jabina isaanii deebisanii haa argatan.

Isaan haa dhihaatan; achiis haa dubbatan.+

Kottaa, murtiidhaaf walitti haa qabamnu.

 2 Saboota dabarsee isatti kennuuf,

Moototas akka of jala galfatu gochuuf,+

Baha biiftuu irraa nama tokko kan kaase,+

Qajeelummaadhaan gara miila isaatti* kan isa waame eenyu?

Goraadee isaa duratti biyyootti kan isaan dabalu,

Iddaa isaa durattis akkuma galabaa qilleensi fudhatuu kan isaan godhu eenyu?

 3 Inni gufuu tokko malee

Daandiiwwan miilli isaa irra ejjetee hin beekne irra deemuudhaan isaan ni ariʼa.

 4 Jalqabaa kaasee dhalootawwan sana waamuudhaan,

Tarkaanfii kan fudhatee fi kana kan godhe eenyu?

Inni Jalqabaa ana Yihowaa dha;+

Warra dhumaatiifis ani isuma.”+

 5 Odolawwan sun kana arganii sodaataniiru.

Warri andaara lafaa irra jiraatan hollachuu jalqabaniiru.

Isaan dhihaataniiru, gara fuulduraattis dhufaniiru.

 6 Tokkoon tokkoon namaa michuu isaa ni gargaara,

Obboleessa isaatiinis, “Jabaadhu” jedha.

 7 Ogeessi harkaa, nama sibiila tumu ni jajjabeessa;+

Namni burruusaan sibiila batteessus

Nama boca itti baasuuf sibiila tumu ni jajjabeessa.

Inni, “Sibiilichi akka gaariitti walitti qabsiifameera” jedha.

Akka hin kufneefis mismaaraan rukutameera.

 8 “Yaa Israaʼel, ati garuu tajaajilaa koo ti,+

Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha,+

Ati sanyii Abrahaam isa michuu koo taʼe sanaa ti,+

 9 Ati isan andaara lafaatii fudhadhe,+

Isan iddoowwan fagoo lafaatii waame sana dha.

Ani akkana siin jedheera: ‘Ati tajaajilaa koo ti;+

Ani si filadheera; si hin gatne.+

10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+

Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+

Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+

Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’

11 Kunoo, warri akka malee sitti aaran hundi ni qaanaʼu, ni salphatus.+

Warri siin lolan ni barbadaaʼu, ni badus.+

12 Warra siin morkatan ni barbaadda, garuu isaan hin argattu;

Namoonni si irratti waraana banan, akka waan hin jirree fi akka waan guutummaatti faayidaa hin qabnee ni taʼu.+

13 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan, isa harka kee mirgaa qabee,

‘Hin sodaatin. Ani sin gargaara’ siin jedhu sana dha.+

14 Yaa Yaaqoob, ati inni raammoo* taate+ hin sodaatin,

Yaa namoota Israaʼel, ani isin nan gargaara” jedha Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel.

15 “Kunoo, ani konkolaataa ittiin midhaan siribsiisan,+

Meeshaa haaraa ittiin midhaan siribsiisanii fi gar lamaan ilkaan qabu si godheera.

Ati gaarota dhidhiittee ni caccabsita,

Tabbawwanis akka habaqii ni goota.

16 Ati isaan ni afarsita,

Bubbeenis isaan fudhata;

Obomboleettiin isaan bittinneessa.

Ati Yihowaatti ni gammadda,+

Isa Qulqulluu kan Israaʼeliin ni boonta.”+

17 “Warri rakkatoonii fi hiyyeeyyiin bishaan ni barbaadu, garuu homaa hin argatan.

Dheebuu irraa kan kaʼe arrabni isaanii gogeera.+

Ani Yihowaan, deebii isaaniif nan kenna.+

Ani Waaqni Israaʼel, isaan hin dhiisu.+

18 Tabbawwan duwwaa taʼan irra lageen,+

Dirreewwan sulula keessatti argaman keessattis burqaawwan bishaanii akka yaaʼan nan godha.+

Lafa onaa gara bishaan kuufamaa biqiltuudhaan guutametti,

Lafa bishaan hin qabnes gara burqaawwan bishaaniitti nan jijjiira.+

19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,

Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+

Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,

Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+

20 Kanas kanan godhu, harki Yihowaa kana akka godhe,

Inni Qulqulluun kan Israaʼel kana akka uume

Namoonni hundi akka arganii fi akka beekan,

Akkasumas xiyyeeffannaa akka kennanii fi akka hubatan gochuufi.”+

21 “Dhimma keessan dhiheeffadhaa” jedha Yihowaan.

“Falmii keessan dhiheeffadhaa” jedha Mootiin Yaaqoob.

22 “Ragaa dhiheessaa, wantoota raawwatamuuf jedhanis nutti himaa.

Isaan irratti akka xiinxalluu* fi buʼaa isaanii akka beeknuuf,

Waaʼee wantoota duraan* raawwatamanii nutti himaa.

Yookiin wantoota gara fuulduraatti dhufan nu beeksisaa.+

23 Isin waaqolii taʼuu keessan akka beeknuuf,

Wanta gara fuulduraatti raawwatamu nutti himaa.+

Eeyyee, nuti isa ilaallee akka dinqisiifannuuf,

Gaariis haa taʼu hamaa, wanta tokko raawwadhaa.+

24 Kunoo, isin akkuma wanta hin jirree ti,

Wanti isin raawwattanis gatii hin qabu.+

Namni isin filatu kam iyyuu jibbisiisaa dha.+

25 Ani kaaba irraa nama tokko kaaseera, innis ni dhufa,+

Nama maqaa koo waamu tokko baha biiftuu* irraa kaaseera.+

Inni akkuma suphe dhooftuun dhoqqee suphee dhidhiitutti,

Bulchitoota* akka supheetti ni dhidhiita.+

26 Nuti akka beeknuuf, jalqabaa kaasee,

‘Inni sirrii dha’ akka jennuufis, yeroo darbe irraa kaasee waaʼee wanta kanaa kan dubbate eenyu?+

Dhuguma iyyuu, namni tokko illee isa hin beeksisne!

Namni tokko illee isa hin labsine!

Namni tokko illee isin irraa homaa hin dhageenye!”+

27 Jalqaba irratti Xiyooniin, “Kunoo, isaan as jiru!” kan jedhe ana dha.+

Gara Yerusaalemittis nama misiraachoo qabate nan erga.+

28 Ani ilaaluu koo ittan fufe, garuu namni tokko illee hin turre;

Isaan gidduudhaa namni gorsa kennu tokko illee hin turre.

Deebii akka kennanis isaan gaafachuu koo ittan fufe.

29 Kunoo, hundi isaanii abjuu* dha.

Hojiin isaaniis gatii hin qabu.

Fakkiiwwan isaanii warri sibiila irraa tolfaman* bubbee fi wanta faayidaa hin qabne dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi