LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 49
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Hojii tajaajilaa Waaqaa (1-12)

        • Ibsaa sabootaa (6)

      • Jajjabina Israaʼeliif kenname (13-26)

Isaayyaas 49:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “yeroon gadameessa keessa ture irraa jalqabee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:4
  • +Isa 44:2; 46:3

Isaayyaas 49:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 23

Isaayyaas 49:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:10
  • +Isa 44:23

Isaayyaas 49:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yihowaan haqa naaf kenna.”

  • *

    Ykn., “Badhaasa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:10

Isaayyaas 49:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 56:8

Isaayyaas 49:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:2; Isa 11:10; 52:10; HoE 13:47
  • +Isa 42:6; Mat 12:18; Luq 2:30, 32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 49:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuudhaan tuffatame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:14
  • +Isa 53:3
  • +Kes 7:9
  • +Isa 42:1

Isaayyaas 49:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yeroon gaarummaa itti argisiisutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:13
  • +Luq 1:69; 22:43; 2Qo 6:2; Ibr 5:7
  • +Isa 42:6, 7
  • +Isa 54:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 23-24

Isaayyaas 49:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Tabbawwan qullaa taʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 102:19, 20
  • +Fr 112:4; Isa 9:2; Luq 1:68, 79

Isaayyaas 49:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:1; 65:13
  • +Isa 32:2
  • +His 34:23
  • +Fr 23:1, 2; Er 31:9; Mul 7:16, 17

Isaayyaas 49:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:6, 7; Isa 11:16; 40:3, 4

Isaayyaas 49:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:4
  • +Isa 43:5, 6

Isaayyaas 49:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:10
  • +Isa 55:12
  • +Isa 12:1; 40:1; 66:13
  • +Isa 44:23; 61:3; Er 31:13

Isaayyaas 49:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:7
  • +Fru 5:20

Isaayyaas 49:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:21; Er 31:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 300-303

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 25

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2020, ful. 18

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 8-9

    10/1/2007, ful. 3-4

    Amantii Dhugaa, ful. 3

Isaayyaas 49:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:5, 6; 60:4

Isaayyaas 49:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:3
  • +Er 30:18, 19
  • +Er 51:34
  • +Er 30:16

Isaayyaas 49:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:1, 2

Isaayyaas 49:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maseena.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:5; Er 31:17
  • +Fru 1:1
  • +Isa 62:4

Isaayyaas 49:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jirma mallattoo.”

  • *

    Kal., “qoma.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:3; Isa 11:10, 12; 62:10
  • +Isa 60:4; 66:20

Isaayyaas 49:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:10, 16
  • +Isa 60:14
  • +Mik 7:16, 17
  • +Isa 25:9

Isaayyaas 49:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 29:14; 46:27; Hos 6:11; Yoe 3:1
  • +Isa 52:2; Er 29:10; 50:34; Zak 9:11
  • +Isa 54:17

Isaayyaas 49:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:1
  • +Isa 41:14; 48:20
  • +Isa 60:16
  • +His 39:28

Yaada Wal Simu

Isa. 49:1Isa 55:4
Isa. 49:1Isa 44:2; 46:3
Isa. 49:2Isa 51:16
Isa. 49:3Isa 43:10
Isa. 49:3Isa 44:23
Isa. 49:4Isa 40:10
Isa. 49:5Isa 56:8
Isa. 49:6Fr 98:2; Isa 11:10; 52:10; HoE 13:47
Isa. 49:6Isa 42:6; Mat 12:18; Luq 2:30, 32
Isa. 49:7Isa 43:14
Isa. 49:7Isa 53:3
Isa. 49:7Kes 7:9
Isa. 49:7Isa 42:1
Isa. 49:8Fr 69:13
Isa. 49:8Luq 1:69; 22:43; 2Qo 6:2; Ibr 5:7
Isa. 49:8Isa 42:6, 7
Isa. 49:8Isa 54:3
Isa. 49:9Fr 102:19, 20
Isa. 49:9Fr 112:4; Isa 9:2; Luq 1:68, 79
Isa. 49:10Isa 55:1; 65:13
Isa. 49:10Isa 32:2
Isa. 49:10His 34:23
Isa. 49:10Fr 23:1, 2; Er 31:9; Mul 7:16, 17
Isa. 49:11Fr 107:6, 7; Isa 11:16; 40:3, 4
Isa. 49:12Kes 30:4
Isa. 49:12Isa 43:5, 6
Isa. 49:13Isa 42:10
Isa. 49:13Isa 55:12
Isa. 49:13Isa 12:1; 40:1; 66:13
Isa. 49:13Isa 44:23; 61:3; Er 31:13
Isa. 49:14Isa 54:7
Isa. 49:14Fru 5:20
Isa. 49:15Isa 44:21; Er 31:20
Isa. 49:18Isa 43:5, 6; 60:4
Isa. 49:19Isa 51:3
Isa. 49:19Er 30:18, 19
Isa. 49:19Er 51:34
Isa. 49:19Er 30:16
Isa. 49:20Isa 54:1, 2
Isa. 49:21Isa 43:5; Er 31:17
Isa. 49:21Fru 1:1
Isa. 49:21Isa 62:4
Isa. 49:22Iz 1:3; Isa 11:10, 12; 62:10
Isa. 49:22Isa 60:4; 66:20
Isa. 49:23Isa 60:10, 16
Isa. 49:23Isa 60:14
Isa. 49:23Mik 7:16, 17
Isa. 49:23Isa 25:9
Isa. 49:25Er 29:14; 46:27; Hos 6:11; Yoe 3:1
Isa. 49:25Isa 52:2; Er 29:10; 50:34; Zak 9:11
Isa. 49:25Isa 54:17
Isa. 49:261Xi 1:1
Isa. 49:26Isa 41:14; 48:20
Isa. 49:26Isa 60:16
Isa. 49:26His 39:28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 49:1-26

Isaayyaas

49 Isin odolawwan, na dhagaʼaa,

Isin saboonni+ fagoo jirtanis, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa.

Yihowaan dhalachuu koo dura* na waameera.+

Yeroon gadameessa haadha tiyyaa keessa ture irraa jalqabee maqaa koo waameera.

 2 Afaan koo akkuma goraadee qaramaa akka taʼu godheera;

Gaaddisa harka isaa jalatti na dhokseera.+

Xiyya cululuqfame na godheera;

Korojoo xiyyaa isaa keessas na dhokseera.

 3 Inni, “Yaa Israaʼel ati tajaajilaa koo+

Isan simboo koo karaa isaatiin argisiisu dha”+ naan jedheera.

 4 Ani garuu akkana nan jedhe: “Akkanumaanan dhamaʼe.

Wanta hin jirreef jedhee akkanumaanan humna koo fixe.

Haa taʼu malee, dhuguma murtii kan naaf kennu Yihowaa dha,*

Gatii* koos Waaqa koo biraan argadha.”+

 5 Ammas Yihowaan inni tajaajilaa isaa akkan taʼuuf gadameessa keessatti na tolche,

Israaʼeliin gara isaatti walitti qabuuf jedhee,

Yaaqoobiin gara isaatti akkan deebisu natti himeera.+

Ani Yihowaa duratti ulfina nan argadha,

Waaqni koo jabina koo naaf taʼa.

 6 Inni akkana jedheera: “Ati tajaajilaa koo kan taate,

Gosoota Yaaqoob kaasuuf,

Warra Israaʼel keessaa oolanis deebisuuf qofa miti.

Kanaa mannaa, fayyinni koo hamma andaara lafaatti akka gaʼuuf,+

Sabootaafis ifa godhee si kenneera.”+

7 Yihowaan inni Israaʼeliin furu, Inni Qulqulluun+ isaa, isa tuffatame,*+ isa sabni jibbee fi isa tajaajilaa bulchitootaa taʼe sanaan akkana jedha:

“Yihowaa isa amanamaa+ taʼeen,

Isa Qulqulluu kan Israaʼel, isa si filate+ sanaan kan kaʼe,

Mootonni arganii ni kaʼu,

Bulchitoonnis ni sagadu.”

 8 Yihowaan akkana jedha:

“Yeroo fudhatama qabutti* deebii siif kenneera,+

Guyyaa fayyinaattis si gargaareera;+

Ani sabootaaf kakuu godhee si kennuuf eegumsa siif nan godha,+

Kunis biyyattii deebistee akka ijaartuuf,

Dhaala isaanii isa one akka isaan dhaalchistuuf,+

 9 Hidhamtootaan, ‘Gad baʼaa!’+

Warra dukkana keessa jiraniinis,+ ‘Of mulʼisaa!’ akka jettuufi.

Isaan daandiiwwan bira ni sooratu,

Karaawwan dullooman* hundumaa qarqaras bakka dheedichaa ni godhatu.

10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+

Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+

Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+

Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+

11 Ani gaarota koo hundumaa daandii nan godha,

Daandiiwwan koo warri guguddoonis ol ni kaafamu.+

12 Ilaa, kanneen kun fagoo irraa,+

Kanneen kun, kaabaa fi dhiha irraa,

Kanneen kunis, biyya Siiniim irraa dhufaa jiru.”+

13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+

Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+

Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+

Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+

14 Xiyoon garuu irra deddeebitee,

“Yihowaan na dhiiseera,+ Yihowaan na irraanfateera”+ jetteetti.

15 Haati takka mucaa ishii isa hoosistu irraanfachuu dandeessii?

Ilma ishii isa gadameessa ishii keessaa baʼeef hoo garaa hin laaftuu?

Dubartoonni kun yoo irraanfatan illee, ani matumaa si hin irraanfadhu.+

16 Kunoo, ani barruu koo irratti si boceera.

Dallaawwan kees yeroo hundumaa na dura jiru.

17 Ilmaan kee dafanii ni deebiʼu.

Warri si diiganii fi si balleessanis si dhiisanii ni deemu.

18 Ol jedhiitii guutummaa naannoo keetii ilaali.

Hundi isaanii walitti qabamaa jiru.+

Gara kee dhufaa jiru.

Yihowaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataadhaan nan kakadha,

Ati akkuma faayaatti hunda isaaniitiin of miidhagsita,

Akkuma misirroon gootuttis ofitti isaan maxxansita.

19 Iddoowwan kee kan mancaʼanii fi kan diigaman, lafti kees kan one taʼus,+

Amma warra achi jiraatanitti baayʼee ni dhiphatu,+

Warri si liqimsanii+ turanis si irraa ni fagaatu.+

20 Ilmaan ijoolleen kee erga dhumanii booda dhalatan utuma ati dhageessuu,

‘Bakki kun baayʼee natti dhiphateera.

As akkan jiraadhuuf iddoo naaf kenni’ jedhu.+

21 Atis garaa keetti,

‘Ani dubartii ijoolleen ishii jalaa duʼanii fi dhabduu,*

Kan boojiʼamtee fi mana hidhaatti kan galte taʼee utuun jiruu,

Abbaan ijoollee kana naaf dhalche eenyu?

Ijoollee kana kan guddise hoo eenyu?+

Kunoo, ani kophaatti hafeera,+

Maarree, isaan kun eessaa dhufan?’ jetta.”+

22 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

“Kunoo, ani gara sabootaatti harka koo nan kaasa,

Gara namootaattis mallattoo* koo nan kaasa.+

Isaan ijoollee dhiiraa kee harka* isaaniitti qabatanii ni fidu,

Ijoollee durbaa kees gateettii isaaniitti ni baatu.+

23 Mootonni eegdota siif ni taʼu,+

Ijoolleen durbaa isaaniis guddiftoota kee ni taʼu.

Isaan lafatti gombifamanii siif ni sagadu,+

Awwaara miila keetiis ni arraabu,+

Atis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatta;

Warri na abdatan hin qaanaʼan.”+

24 Warri qabaman nama jabaa harkaa baafamuu dandaʼuu?

Yookiin warri cunqursitootaan boojiʼaman gadhiisifamuu dandaʼuu?

25 Yihowaan garuu akkana jedha:

“Warri nama jabaadhaan boojiʼaman illee isa harkaa ni baafamu,+

Warri cunqursitootaan boojiʼamanis ni gadhiisifamu.+

Warra si morman nan morma,+

Ilmaan kees nan oolcha.

26 Warri si cunqursan foon ofii isaanii akka nyaatan nan godha,

Isaan akkuma daadhii wayinii miʼaawaatti dhiiga ofii isaaniitiin ni machaaʼu.

Namoonni* hundis ani Yihowaa,

Fayyisaa kee,+ isa si furuu+ fi

Isa Humna Qabeessa kan Yaaqoob+ taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi