LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Qolosaayis 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Qolosaayis

      • Namummaa moofaa fi namummaa haaraa (1-17)

        • Kutaawwan qaama keessanii ajjeesaa (5)

        • Jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha (14)

      • Gorsa maatii Kiristiyaanota taʼaniif kenname (18-25)

Qolosaayis 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 2:6
  • +Fr 110:1; 1Ph 3:22

Qolosaayis 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:15
  • +Flp 3:20; 4:8; 1Ph 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 25-26

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2014, ful. 28-29

Qolosaayis 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 11:25
  • +1Qo 15:42, 43

Qolosaayis 3:5

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 9:43; Gal 5:24
  • +1Qo 6:18; Efe 5:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 26-27

    8/2017, ful. 18-20

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2016, ful. 20-21

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2008, ful. 9

    4/15/2008, ful. 5

Qolosaayis 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkasitti deddeebiʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 6:9-11; Efe 2:3; Tit 3:3

Qolosaayis 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:1
  • +Efe 4:31
  • +Efe 5:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 18, 20-21

Qolosaayis 3:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “nama.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:25; Mul 21:8
  • +Efe 4:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2022, ful. 2-7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 17-21

Qolosaayis 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:26, 27; 1Ph 1:16
  • +Rom 12:2; Efe 4:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 22

Qolosaayis 3:11

Miiljaleewwan

  • *

    “Iskutees” nama qaroomina hin qabne argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 3:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 23

Qolosaayis 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:9
  • +Flp 2:1, 2
  • +Rom 12:16
  • +Tit 3:2
  • +Efe 4:1, 2; 1Ta 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 49

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 23-26

Qolosaayis 3:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 18:15
  • +Fak 19:11; Efe 4:32; 1Ph 4:8
  • +Mat 6:14; Mar 11:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 224-225

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 49

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 27

    6/2017, ful. 17-18

    Gara Yihowaatti Deebiʼi, ful. 8-9

Qolosaayis 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 3:23
  • +1Qo 13:4-7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2020, ful. 12

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 26

Qolosaayis 3:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa keessan haa toʼatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:27; Flp 4:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 26

Qolosaayis 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gorsuu.”

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 14:26
  • +Efe 5:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2023, ful. 32

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 10

Qolosaayis 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:31

Qolosaayis 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:22; 1Ph 3:1

Qolosaayis 3:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin hammaatinaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:25; 1Ph 3:7
  • +Efe 4:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Nu Barsiisa, ful. 145-146

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 136

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 17

    5/1/2007, ful. 24

    10/1/2006, ful. 12

Qolosaayis 3:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:20; Luq 2:51; Efe 6:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2023, ful. 7

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 50

Qolosaayis 3:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abdii akka isaan hin kutanneef.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 148

Qolosaayis 3:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akka warra namoota gammachiisuuf jecha ija ilaallachaa hojjetaniitti.”

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:5, 6; Tit 2:9; 1Ph 2:18

Qolosaayis 3:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:27; Rom 12:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 34

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 124-126

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 37

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2012, ful. 21-23

Qolosaayis 3:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:8; 1Ph 1:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 37

Qolosaayis 3:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 2:6; Gal 6:7
  • +Rom 2:11; 1Ph 1:17

Yaada Wal Simu

Qol. 3:1Efe 2:6
Qol. 3:1Fr 110:1; 1Ph 3:22
Qol. 3:21Yo 2:15
Qol. 3:2Flp 3:20; 4:8; 1Ph 1:13
Qol. 3:4Yoh 11:25
Qol. 3:41Qo 15:42, 43
Qol. 3:5Mar 9:43; Gal 5:24
Qol. 3:51Qo 6:18; Efe 5:3
Qol. 3:71Qo 6:9-11; Efe 2:3; Tit 3:3
Qol. 3:81Ph 2:1
Qol. 3:8Efe 4:31
Qol. 3:8Efe 5:3, 4
Qol. 3:9Efe 4:25; Mul 21:8
Qol. 3:9Efe 4:22
Qol. 3:10Uma 1:26, 27; 1Ph 1:16
Qol. 3:10Rom 12:2; Efe 4:24
Qol. 3:11Gal 3:28
Qol. 3:121Ph 2:9
Qol. 3:12Flp 2:1, 2
Qol. 3:12Rom 12:16
Qol. 3:12Tit 3:2
Qol. 3:12Efe 4:1, 2; 1Ta 5:14
Qol. 3:13Mat 6:14; Mar 11:25
Qol. 3:13Mat 18:15
Qol. 3:13Fak 19:11; Efe 4:32; 1Ph 4:8
Qol. 3:141Yo 3:23
Qol. 3:141Qo 13:4-7
Qol. 3:15Yoh 14:27; Flp 4:7
Qol. 3:161Qo 14:26
Qol. 3:16Efe 5:19
Qol. 3:171Qo 10:31
Qol. 3:18Efe 5:22; 1Ph 3:1
Qol. 3:19Efe 5:25; 1Ph 3:7
Qol. 3:19Efe 4:31
Qol. 3:20Fak 6:20; Luq 2:51; Efe 6:1
Qol. 3:21Efe 6:4
Qol. 3:22Efe 6:5, 6; Tit 2:9; 1Ph 2:18
Qol. 3:23Luq 10:27; Rom 12:11
Qol. 3:24Efe 6:8; 1Ph 1:3, 4
Qol. 3:25Rom 2:6; Gal 6:7
Qol. 3:25Rom 2:11; 1Ph 1:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qolosaayis 3:1-25

Xalayaa Warra Qolosaayisiif Barreeffame

3 Haa taʼu malee, isin Kiristoosii wajjin duʼaa kan kaatan erga taʼee,+ wantoota samii irra, jechuunis mirga Waaqayyoo bakka Kiristoos taaʼe+ jiran barbaaduu keessan itti fufaa. 2 Sammuun keessan wantoota lafa irra jiran irratti utuu hin taʼin,+ wantoota samii irra jiran irratti akka xiyyeeffatu godhaa.+ 3 Sababiin isaas, isin duutaniittu; jireenyi keessanis Kiristoos isa Waaqayyoo wajjin tokkummaa qabuu wajjin dhokfameera. 4 Kiristoos inni jireenya keenya taʼe+ yommuu mulʼifamu, isinis isaa wajjin ulfinaan ni mulʼifamtu.+

5 Kanaafuu, kutaawwan qaama keessanii+ warra lafa irraa ajjeesaa; isaanis halalummaa,* xuraaʼummaa, fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne,+ hawwii hamaa fi sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe dha. 6 Sababii wantoota kanaatiin dheekkamsi Waaqayyoo ni dhufa. 7 Isinis akkaataa jireenyaa keessan isa duraa keessatti wantoota akkasii raawwachaa* turtan.+ 8 Amma garuu dheekkamsa, aarii, hamminaa+ fi arrabsoo+ hundumaa of irraa fageessaa; dubbiin nama qaanessus+ afaan keessan keessaa hin baʼin. 9 Wal hin sobinaa.+ Namummaa* moofaa gochawwan isaa wajjin of irraa baasaa gataa;+ 10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+ 11 isa keessas Giriikiin yookiin Yihudiin, dhaqna kan qabate yookiin dhaqna kan hin qabanne, ormi, Iskutees,* garbichi yookiin namni bilisa taʼe hin jiru; Kiristoos garuu waan hundumaa ti, hundumaa keessa jiras.+

12 Kanaafuu, isin warra Waaqayyoof filatamtan,+ qulqullootaa fi jaallatamoo waan taataniif, gara laafina garaadhaa madde,+ gaarummaa, gad of qabuu,+ garraamummaa+ fi obsa+ uffadhaa. 13 Namni tokko sababii nama kan biraa itti komatu yoo qabaate illee,+ wal dandaʼuu fi tola waliif dhiisuu keessan itti fufaa.+ Akkuma Yihowaan* tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+ 14 Wantoota kana hundumaa malees, jaalala uffadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha.+

15 Kana malees, akka qaama tokkootti nagaa sanaaf waan waamamtaniif, nagaan Kiristoos garaa keessan keessatti haa moʼu.*+ Kan galateeffattan taʼuu keessan argisiisaa. 16 Dubbiin Kiristoos ogummaa hundumaan baayʼinaan isin keessa haa jiraatu. Faarfannaadhaan,+ jajannaa Waaqayyoof dhihaatuun, faarfannaa hafuuraa galateeffannaadhaan faarfatamuun wal barsiisuu fi wal jajjabeessuu* keessan itti fufaa; garaa keessanitti Yihowaadhaaf* faarfadhaa.+ 17 Wanta dubbattanis taʼe wanta hojjettan kam iyyuu karaa Yesuus Waaqayyo Abbaa galateeffachaa, wanta hundumaa maqaa Gooftaa Yesuusiin hojjedhaa.+

18 Isin haadhotiin manaa, Gooftaa duratti fudhatama waan qabuuf, abbootii manaa keessaniif bitamaa.+ 19 Isin abbootiin manaa, haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa,+ garmalees isaanitti hin dheekkaminaa.*+ 20 Isin ijoolleen, waan hundumaatiin warra keessaniif ajajamaa;+ kun Gooftaa kan gammachiisu dha. 21 Isin abbootiin, hamileen isaanii akka hin cabneef,* ijoollee keessan hin aarsinaa.+ 22 Isin garboonnis namoota gammachiisuuf jecha yeroo isaan isin ilaalanitti qofa* utuu hin taʼin, garaa qulqulluu fi Yihowaa* sodaachuudhaan waan hundumaatiin gooftolii keessaniif ajajamaa.+ 23 Wanta hojjettan hunda, akka namootaaf hojjettanitti utuu hin taʼin, akka Yihowaadhaaf* hojjettanitti lubbuu* guutuudhaan hojjedhaa;+ 24 sababiin isaas, isin dhaala keessan Yihowaa* biraa akka badhaasaatti akka argattan beektu.+ Kiristoos Goofticha akka garbaatti tajaajilaa. 25 Namni balleessaa hojjetu, balleessaa hojjeteef gatii isaa akka argatu beekamaa dha;+ Waaqayyo hin loogu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi