LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 60
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Ulfinni Yihowaa Xiyoon irratti ni ifa (1-22)

        • Akka gugee gara manʼee ishiitti barristuu (8)

        • Bakka sibiila diimaa warqii (17)

        • Inni xinnaan kuma ni taʼa (22)

Isaayyaas 60:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:17; 52:1
  • +Isa 60:19, 20

Isaayyaas 60:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ifa barraaqaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:10
  • +Isa 49:23
  • +Mul 21:23, 24

Isaayyaas 60:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:17, 18; 54:1
  • +Isa 49:21, 22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 102-103

Isaayyaas 60:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 33:9
  • +Isa 61:6; Hag 2:7, 8

Isaayyaas 60:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “si uwwisu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 1:32, 33
  • +Mil 1:11

Isaayyaas 60:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana miidhaginaa koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:11
  • +Uma 25:13
  • +Bau 29:39, 42; Isa 56:6, 7
  • +Hag 2:9

Isaayyaas 60:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “afaan manʼee simbiraatti.”

Isaayyaas 60:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkuma isa jalqabaatti.”

  • *

    Ykn., “miidhagina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:5
  • +Isa 60:4; 66:20
  • +Fr 149:4; Isa 52:1; 55:5

Isaayyaas 60:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 7:27; Nah 2:7, 8; Isa 49:23
  • +Kes 30:3; Fr 30:5; Isa 54:7; 57:17, 18

Isaayyaas 60:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 21:25, 26
  • +Isa 60:3, 5

Isaayyaas 60:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:11

Isaayyaas 60:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:1, 2
  • +Isa 41:19; 55:13
  • +Fr 132:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 7-9

Isaayyaas 60:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 62:12

Isaayyaas 60:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:20, 21; Isa 49:14; Er 30:17; Fru 1:4
  • +Isa 35:10; 61:7; Er 33:10, 11

Isaayyaas 60:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:6
  • +Isa 49:23
  • +Isa 49:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2021, ful. 17-18

Isaayyaas 60:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:26; 32:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 9-11

    3/1/2006, ful. 14-17

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 134-136, 143-145

Isaayyaas 60:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 2:4; 11:9; 54:14; Zak 9:8
  • +Isa 26:1

Isaayyaas 60:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:9; Isa 60:1; Mul 21:23; 22:5
  • +Zak 2:4, 5

Isaayyaas 60:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1; 84:11
  • +Isa 25:8; 30:19; 35:10

Isaayyaas 60:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:6, 7
  • +Isa 44:23

Isaayyaas 60:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2016, ful. 20

    6/2016, ful. 23-24

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2014, ful. 28

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 101-102, 108-109

Yaada Wal Simu

Isa. 60:1Isa 51:17; 52:1
Isa. 60:1Isa 60:19, 20
Isa. 60:3Isa 11:10
Isa. 60:3Isa 49:23
Isa. 60:3Mul 21:23, 24
Isa. 60:4Isa 49:17, 18; 54:1
Isa. 60:4Isa 49:21, 22
Isa. 60:5Er 33:9
Isa. 60:5Isa 61:6; Hag 2:7, 8
Isa. 60:61Se 1:32, 33
Isa. 60:6Mil 1:11
Isa. 60:7Isa 42:11
Isa. 60:7Uma 25:13
Isa. 60:7Bau 29:39, 42; Isa 56:6, 7
Isa. 60:7Hag 2:9
Isa. 60:9Isa 51:5
Isa. 60:9Isa 60:4; 66:20
Isa. 60:9Fr 149:4; Isa 52:1; 55:5
Isa. 60:10Iz 7:27; Nah 2:7, 8; Isa 49:23
Isa. 60:10Kes 30:3; Fr 30:5; Isa 54:7; 57:17, 18
Isa. 60:11Mul 21:25, 26
Isa. 60:11Isa 60:3, 5
Isa. 60:12Isa 41:11
Isa. 60:13Isa 35:1, 2
Isa. 60:13Isa 41:19; 55:13
Isa. 60:13Fr 132:7
Isa. 60:14Isa 62:12
Isa. 60:152Se 36:20, 21; Isa 49:14; Er 30:17; Fru 1:4
Isa. 60:15Isa 35:10; 61:7; Er 33:10, 11
Isa. 60:16Isa 61:6
Isa. 60:16Isa 49:23
Isa. 60:16Isa 49:26
Isa. 60:17Isa 1:26; 32:1
Isa. 60:18Isa 2:4; 11:9; 54:14; Zak 9:8
Isa. 60:18Isa 26:1
Isa. 60:19Fr 36:9; Isa 60:1; Mul 21:23; 22:5
Isa. 60:19Zak 2:4, 5
Isa. 60:20Fr 27:1; 84:11
Isa. 60:20Isa 25:8; 30:19; 35:10
Isa. 60:21Isa 43:6, 7
Isa. 60:21Isa 44:23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 60:1-22

Isaayyaas

60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi.

Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+

 2 Kunoo, dukkanni lafa ni uwwisa,

Dukkanni cimaanis saboota ni haguuga;

Si irratti garuu Yihowaan ni ibsa,

Ulfinni isaas si irratti ni mulʼata.

 3 Saboonni gara ifa keetti,+

Mootonnis+ gara simboo* kee isa calaqqisutti ni dhufu.+

 4 Ol jedhiitii guutummaa naannoo kee ilaali!

Hundi isaanii walitti qabamaniiru; gara kees dhufaa jiru.

Ilmaan kee fagoo irraa dhufaa jiru,+

Ijoolleen durbaa kees mudhiitti baatamanii dhufaa jiru.+

 5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+

Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,

Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;

Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+

 6 Tuutni gaalotaa,

Ilmooleen gaalaa kormaan warri kan Miidiyaanii fi kan Eefaa+ taʼan biyya kee ni uwwisu.*

Warri Sheebaadhaa dhufan hundi,

Warqii fi ixaana adii baatanii ni dhufu.

Ulfina Yihowaas ni labsu.+

 7 Bushaayeewwan Qeedaar+ hundi gara keetti walitti qabamu.

Korbeeyyiin hoolaa Nebaayot+ si tajaajilu.

Isaanis iddoo aarsaa koo irratti aarsaa fudhatama qabu ni taʼu,+

Anis mana koo isa ulfina qabeessa taʼe* nan miidhagsa.+

 8 Warri akka duumessaatti,

Akka gugee gara manʼee ishiitti* barristuuttis barrisaa jiran kun eenyu faʼi?

 9 Odolawwan na abdatu;+

Dooniiwwan Tarshiish,

Gara maqaa Waaqa kee Yihowaattii fi gara Isa Qulqulluu kan Israaʼelitti

Ilmaan kee meetii isaanii fi warqii isaanii wajjin

Fagoodhaa fiduuf dura buʼanii* ni dhufu;+

Sababiin isaas, inni ulfina* siif ni kenna.+

10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,

Mootonni isaaniis si tajaajilu,+

Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,

Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+

11 Karrawwan kee yeroo hundumaa kan banaman ni taʼu;+

Badhaadhina sabootaa gara keetti fiduuf,

Guyyaas taʼe halkan hin cufaman,

Mootonni isaaniis dursa ni fudhatu.+

12 Sabnis taʼe mootummaan si hin tajaajille kam iyyuu ni bada,

Saboonnis guutummaatti ni balleeffamu.+

13 Ulfinni Libaanon,+

Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjin

Iddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+

Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+

14 Ilmaan warra si cunqursan sanaa dhufanii si duratti ni sagadu;

Warri si salphisan hundis miila kee jalatti ni sagadu,

Xiyoon ishii magaalaa Isa Qulqulluu kan Israaʼel,

Magaalaa Yihowaa jedhanii si waamu.+

15 Ati kan dhiifamte, kan jibbamtee fi eenyu iyyuu kan keessa hin darbine taʼuu mannaa,+

Wanta bara baraaf ittiin boonan akka taatu,

Dhaloota hundumaa keessattis gammachuudhaaf sababa akka taatu nan godha.+

16 Atis dhugumaan aannan sabootaa ni dhugda,+

Harma moototaas ni hoota;+

Dhugumaan ani Yihowaan Fayyisaa kee akkan taʼe,

Inni Humna Qabeessi kan Yaaqoob isa si furu taʼuu isaas ni beekta.+

17 Bakka sibiila diimaa warqii,

Bakka sibiilaa meetii,

Bakka mukaa sibiila diimaa,

Bakka dhagaas sibiila nan fida;

Nagaa ilaaltuu ol aanaa kee,

Qajeelummaas isa si hojjechiisu godhee nan muuda.+

18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsi

Yookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+

Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.

19 Yihowaan ifa bara baraa,+

Waaqni kee miidhagina kee waan siif taʼuuf,+

Kana booda guyyaa aduun ifa siif hin kennitu,

Halkanis addeessi ifa siif hin kennitu.

20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+

Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+

Kana booda aduun kee hin lixxu,

Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.

21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;

Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.

Isaan latii ani dhaabe,

Hojii harka kootii+ isan ittiin of miidhagsu dha.+

22 Inni xinnaan kuma,

Inni hundumaa irra xinnaatus saba jabaa ni taʼa.

Ani Yihowaan yeroo isaatti kana nan saffisiisa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi