LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Yihowaan biyyattii ni onsa (1-23)

        • Yihowaan Xiyoon keessatti Mootii dha (23)

Isaayyaas 24:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lafattii.”

  • *

    Ykn., “Fuula ishii ni micciira.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:5; Er 4:6; His 6:6
  • +2Mo 21:13
  • +Kes 28:63, 64; Nah 1:8; Er 9:16

Isaayyaas 24:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 7:12, 13

Isaayyaas 24:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:31; Kes 29:28

Isaayyaas 24:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:28; Fru 1:4

Isaayyaas 24:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “durii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:13; Dan 9:5
  • +Mik 3:11
  • +Bau 19:3, 5; 24:7; Er 31:32; 34:18-20
  • +Lew 18:24; Lak 35:33, 34; 2Se 33:9; Er 3:1; 23:10, 11; Fru 4:13

Isaayyaas 24:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:15, 16
  • +Kes 4:27; 28:15, 62

Isaayyaas 24:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “ni goga.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 8:13; Yoe 1:10
  • +Isa 32:12

Isaayyaas 24:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 7:34

Isaayyaas 24:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 25:8-10

Isaayyaas 24:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 5:15

Isaayyaas 24:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 32:14; Er 9:11; Fru 1:4; 2:8, 9

Isaayyaas 24:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 24:20
  • +Er 6:9; His 6:8

Isaayyaas 24:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhiha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:9; Er 31:12; 33:10, 11

Isaayyaas 24:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:5
  • +Isa 11:11; 60:9

Isaayyaas 24:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “miidhaginni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11; Iz 9:15; Fr 145:7; Mul 15:3
  • +Er 9:2, 3

Isaayyaas 24:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 8:3; His 14:21

Isaayyaas 24:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 48:44

Isaayyaas 24:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:24

Isaayyaas 24:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:16; 2Se 36:15, 16; Er 14:20

Isaayyaas 24:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Maanguddoota isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 21:23
  • +Fr 132:13; Isa 12:6; Yoe 3:17; Mik 4:7; Zak 2:10
  • +Fr 97:1; Mul 11:17
  • +1Mo 8:11

Yaada Wal Simu

Isa. 24:1Isa 5:5; Er 4:6; His 6:6
Isa. 24:12Mo 21:13
Isa. 24:1Kes 28:63, 64; Nah 1:8; Er 9:16
Isa. 24:2His 7:12, 13
Isa. 24:3Lew 26:31; Kes 29:28
Isa. 24:4Er 4:28; Fru 1:4
Isa. 24:52Mo 22:13; Dan 9:5
Isa. 24:5Mik 3:11
Isa. 24:5Bau 19:3, 5; 24:7; Er 31:32; 34:18-20
Isa. 24:5Lew 18:24; Lak 35:33, 34; 2Se 33:9; Er 3:1; 23:10, 11; Fru 4:13
Isa. 24:6Lew 26:15, 16
Isa. 24:6Kes 4:27; 28:15, 62
Isa. 24:7Er 8:13; Yoe 1:10
Isa. 24:7Isa 32:12
Isa. 24:8Er 7:34
Isa. 24:102Mo 25:8-10
Isa. 24:11Fru 5:15
Isa. 24:12Isa 32:14; Er 9:11; Fru 1:4; 2:8, 9
Isa. 24:13Kes 24:20
Isa. 24:13Er 6:9; His 6:8
Isa. 24:14Isa 40:9; Er 31:12; 33:10, 11
Isa. 24:15Isa 43:5
Isa. 24:15Isa 11:11; 60:9
Isa. 24:16Bau 15:11; Iz 9:15; Fr 145:7; Mul 15:3
Isa. 24:16Er 9:2, 3
Isa. 24:17Er 8:3; His 14:21
Isa. 24:18Er 48:44
Isa. 24:19Er 4:24
Isa. 24:202Mo 21:16; 2Se 36:15, 16; Er 14:20
Isa. 24:23Mul 21:23
Isa. 24:23Fr 132:13; Isa 12:6; Yoe 3:17; Mik 4:7; Zak 2:10
Isa. 24:23Fr 97:1; Mul 11:17
Isa. 24:231Mo 8:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 24:1-23

Isaayyaas

24 Kunoo, Yihowaan biyyattii* duwwaa fi ona gochaa jira.+

Ishii ni gombisa,*+ jiraattota ishiis ni bittinneessa.+

 2 Tokkoon tokkoon namaa irra jechuunis,

Uummatichaa fi lubicha irra,

Tajaajilaa fi gooftaa isaa irra,

Tajaajiltuu fi giiftii ishii irra,

Isa bituu fi isa gurguru irra,

Isa ergisuu fi isa ergifatu irra,

Isa liqeessuu fi isa liqeeffatu irra wantuma wal fakkaatutu gaʼa.+

 3 Biyyattiin guutummaatti duwwaa ni taati;

Yihowaan kana waan dubbateef,

Biyyattiin guutummaatti ni saamamti.+

 4 Biyyattiin gaddaa* jirti,+ badaa jirtis.

Lafti oomisha kennitu coolligaa fi dhumaa jirti.

Namoonni biyyattii warri beekamoo taʼan xiqqaachaa jiru.

 5 Jiraattonni biyyattii,

Seerawwan irra darbuudhaan,+

Dambiiwwan jijjiiruudhaan,+

Akkasumas kakuu dhaabbataa* cabsuudhaan+ biyyattii faalaniiru.+

 6 Abaarsi biyyattii kan nyaatu,+

Jiraattonni ishiis yakkamtoota kan taʼan kanaafi.

Jiraattonni biyyattii kan xiqqaatan,

Namoonni baayʼee muraasa taʼanis kan hafan kanaafi.+

 7 Daadhiin wayinii haaraan ni gadda,* mukti wayiniis ni coolliga,+

Warri garaa isaaniitti gammadan hundis aadaa jiru.+

 8 Gammachuun dibbee badeera;

Sagaleen warra wacanii xumurameera;

Sagaleen gammachuu baganaa dhaabbateera.+

 9 Isaan bakka sirbi hin jirretti daadhii wayinii dhugu,

Dhugaatiin alkooliis warra dhuganitti ni hadhaaʼa.

10 Magaalaan onte sun diigamteetti;+

Eenyu illee itti seenuu akka hin dandeenyetti, tokkoon tokkoon manaa cufameera.

11 Isaan daadhii wayinii argachuuf daandiiwwan irratti ni iyyu.

Gammachuun hundi badeera;

Gammachuun biyyattii irraa fagaateera.+

12 Magaalattiin tuullaa diiggaa taateetti;

Karrichis caccabee tuullaa diiggaa taʼeera.+

13 Biyyattii keessatti, sabicha gidduutti akkana taʼa:

Sabichi akkuma firii isa yeroo mukti ejersaa rukutamee harcaafamutti+ hafuu,

Akkuma qaarmii isa yeroo wayiniin sassaabamee xumuramutti hafuus ni taʼa.+

14 Isaan sagalee isaanii ol ni kaasu,

Ni ililchus.

Isaan galaanicha* irraa ulfina Yihowaa ni labsu.+

15 Isaan naannoo ifaa* keessatti Yihowaadhaaf ulfina kan kennan kanaafi;+

Odolawwan galaanichaa keessatti maqaa Yihowaa Waaqa Israaʼeliif ulfina ni kennu.+

16 Nuti andaara lafaa irraa faarfannaa,

“Isa Qajeelaa taʼe sanaaf ulfinni* haa taʼu!”+ jedhu ni dhageenya.

Ani garuu akkana nan jedhe: “Ani bututeera, ani bututeera!

Anaaf wayyoo! Gantoonni gantummaa raawwataniiru;

Gantoonni, gantummaadhaan gantummaa raawwataniiru.”+

17 Yaa isa biyyattii keessa jiraattu nana, naasuun, boollii fi kiyyoon si eeggata.+

18 Namni sagalee naasisu jalaa baqatu kam iyyuu boolla keessatti kufa,

Namni boolla keessaa baʼu kam iyyuu kiyyoodhaan ni qabama.+

Sababiin isaas, karrawwan bishaanii ol gubbaa jiran ni banamu,

Buʼuurawwan lafaas ni kirkiru.

19 Lafti ni dhoote;

Lafti ni kirkirte;

Lafti akka malee ni hollatte.+

20 Lafti akkuma nama machaaʼeetti ni gatantarti,

Akkuma godoo bubbeedhaan raafamuuttis asii fi achi ni raafamti.

Yakki ishii akka malee ishiitti ulfaateera,+

Lammata akka hin kaanettis ni kufti.

21 Guyyaa sanatti Yihowaan xiyyeeffannaa isaa gara raayyaa isa ol gubbaa jiruutti,

Gara mootota lafaa warra lafa irratti argamaniittis ni deebisa.

22 Akkuma hidhamtoonni boolla keessatti walitti qabamanitti,

Isaanis walitti ni qabamu,

Mana hidhaa keessattis isaan irratti ni cufama;

Guyyoota hedduu boodas xiyyeeffannaan isaaniif ni kennama.

23 Addeessi guutuun ni qaanofti,

Aduun iftus ni salphatti,+

Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa Gaara Xiyoon+ irrattii fi Yerusaalem keessatti Mootii taʼeera,+

Maanguddoota saba isaa* durattis ulfina qabeessa taʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi