LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Jajjabina saba Waaqaatiif kenname (1-11)

        • Sagalee lafa onaa keessaa dhagaʼamu (3-5)

      • Guddina Waaqaa (12-31)

        • Saboonni akka copha hubboo keessaa ti (15)

        • Waaqni “Geengoo lafaa gararraa” jiraata (22)

        • Urjiileen hundi maqaadhaan waamamu (26)

        • Waaqni matumaa hin dadhabu (28)

        • Yihowaa abdachuun cimina haaraa argamsiisa (29-31)

Isaayyaas 40:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:13; 51:3; 2Qo 1:3, 4

Isaayyaas 40:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Karaa nama jajjabeessuun.”

  • *

    Ykn., “dachaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:8, 9; Er 31:34; 33:8
  • +Er 16:18; Dan 9:11, 12

Isaayyaas 40:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:8; 57:14; Mil 3:1
  • +Isa 11:16; Mat 3:1, 3; Mar 1:2-4; Luq 3:3-6; Yoh 1:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhaamsa Macaafa Qulqulluu, ful. 19

Isaayyaas 40:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2023, ful. 15

Isaayyaas 40:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 24:15
  • +Isa 49:6; 52:10

Isaayyaas 40:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 14:1, 2; Fr 90:5, 6

Isaayyaas 40:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:15, 16
  • +Yaq 1:11

Isaayyaas 40:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 46:10; 1Ph 1:24, 25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 2-3

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 5

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2017, ful. 18-22

Isaayyaas 40:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:7
  • +Isa 12:2; 25:9

Isaayyaas 40:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:1; Yoh 12:37, 38
  • +Isa 62:11; Mul 22:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 5-6

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2007, ful. 25-26

Isaayyaas 40:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni tiksa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:10; His 34:15, 16; 1Ph 2:25
  • +Uma 33:13; 1Ph 5:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 23-24, 82

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 27

    4/1/2007, ful. 25-26

Isaayyaas 40:12

Miiljaleewwan

  • *

    Yommuu harki diriirutti fageenya fiixee abgudduu irraa jalqabee hamma fiixee quba ishii xiqqootti jiru. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 30:4
  • +Iyo 38:4, 5

Isaayyaas 40:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “kan hubate.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:22, 23; Rom 11:34; 1Qo 2:16

Isaayyaas 40:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 147:5

Isaayyaas 40:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:9

Isaayyaas 40:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qoraan gaʼaa argamsiisuu hin dandaʼu.”

Isaayyaas 40:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 4:35
  • +Isa 41:11, 12

Isaayyaas 40:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 8:10; Fr 86:8; Er 10:6, 7
  • +Kes 4:15, 16; HoE 17:29

Isaayyaas 40:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “siidaa baqfamee tolfame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:4-8

Isaayyaas 40:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:14, 15
  • +Isa 41:7; 46:6, 7; Er 10:3, 4

Isaayyaas 40:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:1; Rom 1:20

Isaayyaas 40:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 66:1
  • +Isa 44:24; Er 10:12; Zak 12:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2018, ful. 6

Isaayyaas 40:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bulchitoota.”

Isaayyaas 40:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 21:20, 21; 2Mo 10:10, 11; Er 22:24, 30

Isaayyaas 40:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 102:25
  • +Fr 147:4
  • +Fr 89:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 58-59

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 6

    7/1/2008, ful. 6

Isaayyaas 40:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:14; His 37:11

Isaayyaas 40:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bira gaʼamuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 21:33; Fr 90:2; Er 10:10; 1Xi 1:17
  • +Fr 121:4; Isa 27:3
  • +Fr 139:4, 6; 147:5; Isa 55:9; Rom 11:33; 1Qo 2:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 16-17

Isaayyaas 40:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “humna guddaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 29:11; Isa 40:26; Flp 4:13; Ibr 11:33, 34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 8-9

    Tajaajila Mootummaa,

    5/2007, ful. 1

Isaayyaas 40:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 9

Isaayyaas 40:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:5
  • +1Mo 18:46; Fr 84:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 17

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 21

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 9

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    1/2017, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 6 2016, ful. 9

Yaada Wal Simu

Isa. 40:1Isa 49:13; 51:3; 2Qo 1:3, 4
Isa. 40:2Fr 79:8, 9; Er 31:34; 33:8
Isa. 40:2Er 16:18; Dan 9:11, 12
Isa. 40:3Isa 35:8; 57:14; Mil 3:1
Isa. 40:3Isa 11:16; Mat 3:1, 3; Mar 1:2-4; Luq 3:3-6; Yoh 1:23
Isa. 40:4Isa 42:16
Isa. 40:5Isa 24:15
Isa. 40:5Isa 49:6; 52:10
Isa. 40:6Iyo 14:1, 2; Fr 90:5, 6
Isa. 40:7Fr 103:15, 16
Isa. 40:7Yaq 1:11
Isa. 40:8Isa 46:10; 1Ph 1:24, 25
Isa. 40:9Isa 52:7
Isa. 40:9Isa 12:2; 25:9
Isa. 40:10Isa 53:1; Yoh 12:37, 38
Isa. 40:10Isa 62:11; Mul 22:12
Isa. 40:11Isa 49:10; His 34:15, 16; 1Ph 2:25
Isa. 40:11Uma 33:13; 1Ph 5:2, 3
Isa. 40:12Fak 30:4
Isa. 40:12Iyo 38:4, 5
Isa. 40:13Iyo 36:22, 23; Rom 11:34; 1Qo 2:16
Isa. 40:14Fr 147:5
Isa. 40:15Fr 62:9
Isa. 40:17Isa 41:11, 12
Isa. 40:17Dan 4:35
Isa. 40:18Bau 8:10; Fr 86:8; Er 10:6, 7
Isa. 40:18Kes 4:15, 16; HoE 17:29
Isa. 40:19Fr 115:4-8
Isa. 40:20Isa 44:14, 15
Isa. 40:20Isa 41:7; 46:6, 7; Er 10:3, 4
Isa. 40:21Fr 19:1; Rom 1:20
Isa. 40:22Isa 66:1
Isa. 40:22Isa 44:24; Er 10:12; Zak 12:1
Isa. 40:241Mo 21:20, 21; 2Mo 10:10, 11; Er 22:24, 30
Isa. 40:26Fr 102:25
Isa. 40:26Fr 147:4
Isa. 40:26Fr 89:13
Isa. 40:27Isa 49:14; His 37:11
Isa. 40:28Uma 21:33; Fr 90:2; Er 10:10; 1Xi 1:17
Isa. 40:28Fr 121:4; Isa 27:3
Isa. 40:28Fr 139:4, 6; 147:5; Isa 55:9; Rom 11:33; 1Qo 2:16
Isa. 40:29Fr 29:11; Isa 40:26; Flp 4:13; Ibr 11:33, 34
Isa. 40:31Fr 103:5
Isa. 40:311Mo 18:46; Fr 84:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 40:1-31

Isaayyaas

40 Waaqni keessan akkana jedha: “Jajjabeessaa, saba koo jajjabeessaa.+

 2 Garaa* Yerusaalemitti dubbadhaa,

Tajaajilli dirqamaa ishii raawwatamuu isaa,

Gatiin yakka ishiis kaffalamuu isaa ishiidhaaf labsaa.+

Ishiin cubbuu ishii hundumaatiif harka Yihowaa irraa gatii guutuu* argatteetti.”+

 3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama:

“Daandii Yihowaa qopheessaa!+

Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+

 4 Sululli hundi ol haa kaafamu,

Gaarrii fi tabbi hundis gad haa buʼu.

Lafti buʼaa baʼii qabu diriiraa,

Lafti wal caccaalus dirree sulula keessa jiru haa taʼu.+

 5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+

Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+

Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.”

 6 Dhagaʼi, inni tokko, “Labsi!” jechaa jira.

Inni kan biraan immoo, “Maalan labsa?” jedhee gaafata.

“Foon* hundi marga lalisaa dha.

Jaalalli isaanii inni amanamaan hundi akkuma daraaraa dirree ti.+

 7 Yihowaan isa irratti hafuura isaa waan baafatuuf,+

Margi lalisaan ni goga,

Daraarichis ni coolliga.+

Dhugumaan namoonni akkuma marga lalisaa ti.

 8 Margi lalisaan ni goga,

Daraarichis ni coolliga,

Dubbiin Waaqa keenyaa garuu bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”+

 9 Yaa dubartii Xiyooniif misiraachoo fiddu nana,+

Gara gaara dheeraatti ol baʼi.

Yaa dubartii Yerusaalemiif misiraachoo fiddu nana,

Humnaan sagalee kee ol kaasii iyyi.

Sagalee kee ol kaasi, hin sodaatin.

“Waaqni keessan kunoo ti” jedhiitii magaalota Yihudaatti labsi.+

10 Kunoo, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan humnaan ni dhufa,

Irreen isaas isaaf ni bulcha.+

Kunoo, badhaasni isaa isa bira jira,

Gatiin inni kaffalus isa dura jira.+

11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+

Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,

Qoma isaattis isaan ni baata.

Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+

12 Bishaanota barruu isaatiin,+

Samiiwwanis taakkuu* isaatiin kan safare eenyu?

Biyyoo lafaa safartuu keessatti kan walitti qabe+

Yookiin gaarotaa fi

Tabbawwan madaalliidhaan kan madaale eenyu?

13 Hafuura Yihowaa kan safare* eenyu?

Gorsaa isaa taʼee isa barsiisuu kan dandaʼu hoo eenyu?+

14 Inni hubannaa argachuuf eenyuu wajjin mariʼate?

Yookiin daandii haqaa kan isa barsiisu

Yookiin beekumsa kan isaaf kennu

Yookiin daandii hubannaa dhugaa kan isatti argisiisu eenyu?+

15 Kunoo, saboonni akkuma copha hubboo keessaa cophuu ti,

Akkuma awwaara madaallii irra jiruuttis ni ilaalamu.+

Kunoo, inni odolawwan akkuma awwaaraatti ol ni kaasa.

16 Libaanon illee ibiddicha bobeessuuf hin gaʼu,*

Bineensonni bosonaa achi keessa jiranis aarsaa gubamuuf hin gaʼan.

17 Saboonni hundi isa duratti akkuma wanta hin jirreetti ilaalamu;+

Inni homaatti iyyuu isaan hin lakkaaʼu, akka waan gatii hin qabneetti isaan ilaala.+

18 Waaqayyoon eenyuu wajjin wal bira qabuu dandeessu?+

Maalitti isa fakkeessuu dandeessu?+

19 Ogeessi harkaa waaqa tolfamaa* ni tolcha,

Namni sibiila tumu warqii isatti ni uwwisa,+

Meetii irraas funcaa isaaf ni tolcha.

20 Aarsaa isaatiif akka taʼutti inni muka,+

Muka hin tortorre ni filata.

Fakkii bocamaa hin kufne akka isaaf tolchuufis

Ogeessa harkaa ni barbaaddata.+

21 Isin hin beektanii?

Hin dhageenyee?

Kun jalqabaa kaasee isinitti hin himamnee?

Lafti erga hundeeffamtee jalqabee isin kana hin hubannee?+

22 Geengoo lafaa gararraa kan jiraatu tokko jira,+

Jiraattonni lafaas akkuma kuruphisaa ti.

Inni akkuma huccuu haphiitti samiiwwan ni afa,

Akkuma dunkaana keessa jiraatamuuttis isaan ni diriirsa.+

23 Inni abbootii taayitaa ol aanoo ni salphisa,

Abbootii murtii* lafaas gatii kan hin qabne ni godha.

24 Isaan akkuma biqiltuu reefuu dhaabamee ti,

Isaan akkuma sanyii reefuu facaafamee ti,

Jirmi isaanii amma iyyuu lafa keessatti hidda hin godhanne,

Isaanitti qilleensaʼeera, goganiirus,

Bubbeenis akkuma galabaatti isaan fudhata.+

25 Inni Qulqulluun akkana jedha: “Isaa wajjin wal na qixxeessuuf eenyuu wajjin wal na fakkeessuu dandeessu?

26 Ija keessan gara samiitti ol kaasaatii ilaalaa.

Wantoota kana kan uume eenyu?+

Raayyaa isaanii lakkoofsaan kan gad baasu isa dha;

Inni hunda isaanii maqaa maqaadhaan ni waama.+

Jabina isaa isa guddaa fi humna isaa isa sodaachisaa+ taʼeen kan kaʼe,

Isaan keessaa tokko illee hin hirʼatu.

27 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel,

‘Daandiin koo Yihowaa duraa dhokateera,

Waaqayyo irraas haqa hin argadhu’ kan jettu maaliifi?+

28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee?

Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+

Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+

Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+

29 Inni isa dadhabeef humna,

Warra cimina* hin qabneefis jabina guutuu ni kenna.+

30 Ijoolleen dhiiraa ni dadhabu, ni bututus,

Dargaggoonni ni gufatu, ni kufus,

31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama.

Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+

Ni fiigu, hin bututan;

Ni deemu, hin dadhaban.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi