LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 15:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaariin.”

  • *

    Ykn., “Dubbiin miidhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 8:2, 3; 1Sa 25:32, 33; Fak 25:15
  • +1Mo 12:14, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 51

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2016, ful. 30

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 25

    3/15/2008, ful. 22

Fakkeenya 15:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:23; Isa 50:4

Fakkeenya 15:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 16:9; Fr 11:4; Ibr 4:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2014, ful. 27-28

Fakkeenya 15:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Arrabni fayyisu.”

  • *

    Kal., “hafuura namaa caccabsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:18; 16:24; 17:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 160

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 134

Fakkeenya 15:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adaba.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:22-25
  • +Fr 141:5; Fak 13:1; Ibr 12:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 71-72

Fakkeenya 15:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Galiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 5:3, 4

Fakkeenya 15:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:30; Mat 10:27
  • +Mat 12:34, 35

Fakkeenya 15:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:11
  • +Yaq 5:16; 1Ph 3:12; 1Yo 3:21, 22

Fakkeenya 15:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 146:9
  • +Isa 26:7

Fakkeenya 15:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “cimaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:17, 18
  • +Lew 26:21; Fak 1:32

Fakkeenya 15:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolii,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “Abaadoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:8
  • +Er 17:10; Ibr 4:13

Fakkeenya 15:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa adabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:7; Yoh 3:20; 7:7
  • +2Se 18:6, 7

Fakkeenya 15:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gadde.”

  • *

    Ykn., “hafuura caccabsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:25; 17:22

Fakkeenya 15:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “duukaa buʼa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:97; HoE 17:11
  • +Isa 30:9, 10

Fakkeenya 15:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaarii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 3:11
  • +HoE 16:23-25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2016, ful. 5

Fakkeenya 15:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Jeequmsaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:16; Fak 15:17

Fakkeenya 15:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bidiruudhaan soorame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 133:1; Fak 17:1

Fakkeenya 15:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:12
  • +Uma 13:8, 9; 1Sa 25:23, 24; Fak 25:15; Yaq 1:19

Fakkeenya 15:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:13-15
  • +Isa 30:21

Fakkeenya 15:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:11
  • +Fak 23:22; 30:17

Fakkeenya 15:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:18, 19; Lal 7:4
  • +Fak 10:23; Efe 5:15, 16; Yaq 3:13

Fakkeenya 15:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iccitiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 164, 186

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2021, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2017, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 7

    Maatii, ful. 65

Fakkeenya 15:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “deebii afaan isaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:29
  • +1Sa 25:32, 33; Fak 25:11

Fakkeenya 15:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:13, 14
  • +Fak 8:35, 36

Fakkeenya 15:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 18:14
  • +Fr 146:9

Fakkeenya 15:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:16, 18
  • +Fr 19:14

Fakkeenya 15:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “salphina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 16:19; 1Sa 8:1, 3; Fak 1:19
  • +Isa 33:15, 16

Fakkeenya 15:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkamitti deebii akka kennu of eeggannoodhaan ni yaada; dubbachuu isaa dura ni yaada.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2016, ful. 31

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 5

Fakkeenya 15:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15, 16; 138:6; 145:19; Yoh 9:31

Fakkeenya 15:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gammachuudhaan ilaaluun.”

  • *

    Kal., “lafee ni coomsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:24; 25:25

Fakkeenya 15:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:8; 19:20

Fakkeenya 15:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “garaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:12, 14; Ibr 12:25
  • +Fak 13:18; Mat 7:24, 25

Fakkeenya 15:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 111:10
  • +Fak 18:12; Yaq 4:10

Yaada Wal Simu

Fak. 15:1Abo 8:2, 3; 1Sa 25:32, 33; Fak 25:15
Fak. 15:11Mo 12:14, 16
Fak. 15:2Fak 16:23; Isa 50:4
Fak. 15:32Se 16:9; Fr 11:4; Ibr 4:13
Fak. 15:4Fak 12:18; 16:24; 17:27
Fak. 15:51Sa 2:22-25
Fak. 15:5Fr 141:5; Fak 13:1; Ibr 12:11
Fak. 15:6Yaq 5:3, 4
Fak. 15:7Fr 37:30; Mat 10:27
Fak. 15:7Mat 12:34, 35
Fak. 15:8Isa 1:11
Fak. 15:8Yaq 5:16; 1Ph 3:12; 1Yo 3:21, 22
Fak. 15:9Fr 146:9
Fak. 15:9Isa 26:7
Fak. 15:101Mo 18:17, 18
Fak. 15:10Lew 26:21; Fak 1:32
Fak. 15:11Fr 139:8
Fak. 15:11Er 17:10; Ibr 4:13
Fak. 15:12Fak 9:7; Yoh 3:20; 7:7
Fak. 15:122Se 18:6, 7
Fak. 15:13Fak 12:25; 17:22
Fak. 15:14Fr 119:97; HoE 17:11
Fak. 15:14Isa 30:9, 10
Fak. 15:15Iyo 3:11
Fak. 15:15HoE 16:23-25
Fak. 15:16Fr 37:16; Fak 15:17
Fak. 15:17Fr 133:1; Fak 17:1
Fak. 15:18Fak 10:12
Fak. 15:18Uma 13:8, 9; 1Sa 25:23, 24; Fak 25:15; Yaq 1:19
Fak. 15:19Fak 26:13-15
Fak. 15:19Isa 30:21
Fak. 15:20Fak 27:11
Fak. 15:20Fak 23:22; 30:17
Fak. 15:21Fak 26:18, 19; Lal 7:4
Fak. 15:21Fak 10:23; Efe 5:15, 16; Yaq 3:13
Fak. 15:22Fak 20:18
Fak. 15:23Efe 4:29
Fak. 15:231Sa 25:32, 33; Fak 25:11
Fak. 15:24Mat 7:13, 14
Fak. 15:24Fak 8:35, 36
Fak. 15:25Luq 18:14
Fak. 15:25Fr 146:9
Fak. 15:26Fak 6:16, 18
Fak. 15:26Fr 19:14
Fak. 15:27Kes 16:19; 1Sa 8:1, 3; Fak 1:19
Fak. 15:27Isa 33:15, 16
Fak. 15:28Fak 16:23
Fak. 15:29Fr 34:15, 16; 138:6; 145:19; Yoh 9:31
Fak. 15:30Fak 16:24; 25:25
Fak. 15:31Fak 9:8; 19:20
Fak. 15:32Fak 5:12, 14; Ibr 12:25
Fak. 15:32Fak 13:18; Mat 7:24, 25
Fak. 15:33Fr 111:10
Fak. 15:33Fak 18:12; Yaq 4:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 15:1-33

Fakkeenya

15 Deebii laafaan* aarii qabbaneessa,+

Dubbii hamaan* garuu aarii kakaasa.+

 2 Arrabni ogeeyyii beekumsatti akka gaariitti fayyadama,+

Afaan gowwootaa garuu gowwummaa gad yaasa.

 3 Ijji Yihowaa bakka hundumaa jira,

Namoota hamoos namoota gaariis ni ilaala.+

 4 Arrabni tasgabbaaʼaan* muka jireenyaa ti,+

Dubbii micciiramaan garuu abdii nama kutachiisa.*

 5 Namni gowwaan adaba abbaa isaa ni tuffata,+

Namni abshaalli garuu sirreeffama* ni fudhata.+

 6 Mana nama qajeelaa keessa qabeenya hedduutu jira,

Oomishni* nama hamaa garuu rakkina isatti fida.+

 7 Afaan ogeessotaa beekumsa babalʼisa,+

Garaan nama gowwaa garuu akkana miti.+

 8 Aarsaan hamootaa Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+

Kadhannaan qajeelotaa garuu isa gammachiisa.+

 9 Yihowaan daandii nama hamaa ni jibba,+

Nama qajeelummaa hordofu garuu ni jaallata.+

10 Nama daandii gaarii dhiisutti adabni hamaa* fakkaatee mulʼata,+

Namni ifannaa jibbu hundi garuu ni duʼa.+

11 Yihowaan Awwaalaa* fi iddoo badiisaa* guutummaatti ni arga.+

Garaa namootaa immoo caalaatti ni arga!+

12 Namni qoostuu taʼe nama sirreeffama isaaf kennu* hin jaallatu.+

Namni akkanaa nama ogeessa hin mariisisu.+

13 Garaan gammachuu qabu fuulli akka ifu godha,

Garaan cabe* garuu abdii nama kutachiisa.*+

14 Garaa hubataan beekumsa barbaada,+

Afaan gowwootaa garuu gowwummaa soorata.*+

15 Namni cunqurfame guyyoonni isaa hundi gaarii miti,+

Namni garaa gammade* qabu garuu yeroo hunda affeerraa irra jira.+

16 Yaaddoo* wajjin qabeenya hedduu qabaachuu mannaa,

Yihowaa sodaachuudhaan wanta xinnoo qabaachuu wayya.+

17 Bakka jibbi jirutti sangaa coome* nyaachuu mannaa,

Bakka jaalalli jirutti kuduraa nyaachuu wayya.+

18 Namni dafee dheekkamu walitti buʼiinsa kakaasa,+

Namni dafee hin aarre garuu lola qabbaneessa.+

19 Daandiin nama dhibaaʼaa akkuma dallaa qoree ti,+

Daandiin qajeelotaa garuu akkuma karaa guddaa wal qixa taʼee ti.+

20 Ilmi ogeessi abbaa isaa ni gammachiisa,+

Namni gowwaan garuu haadha isaa tuffata.+

21 Namni hubannaa* hin qabne gowwummaatti gammada,+

Namni hubannaa qabu garuu kallattiidhaan fuulduratti adeema.+

22 Mariin* hin jiru taanaan karoorri hin milkaaʼu,

Gorsitoota hedduudhaan garuu milkaaʼinni ni argama.+

23 Namni deebii sirrii kennuudhaan* ni gammada,+

Dubbiin yeroo sirrii taʼetti dubbatames akkam gaarii dha!+

24 Namni hubannaa qabu daandii jireenyaa isa ol baasu irra deema,+

Kunis Awwaalatti* gad buʼuu irraa isa eega.+

25 Yihowaan mana warra of tuulanii ni diiga,+

Daangaa dubartii abbaan manaa irraa duʼee garuu ni eega.+

26 Yihowaan karoora nama hamaa ni jibba,+

Dubbiin gammachiisu garuu isa duratti qulqulluu dha.+

27 Namni buʼaa sirrii hin taane argatu maatii isaa irratti rakkina* fida,+

Namni mattaʼaa jibbu garuu lubbuudhaan ni jiraata.+

28 Garaan nama qajeelaa deebii kennuu isaa dura ni xiinxala,*+

Afaan hamootaa garuu wantoota hamoo gad yaasa.

29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,

Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+

30 Ijji ifaan* garaa gammachiisa;

Gabaasni gaariinis lafee cimsa.*+

31 Namni adaba jireenya argamsiisu dhagaʼu

Mana keessa namoota ogeeyyii gidduu jiraata.+

32 Namni adaba didu hundi lubbuu isaa jibba,+

Namni adaba dhagaʼu hundi garuu hubannaa* argata.+

33 Yihowaa sodaachuun leenjii ogummaa barsiisu dha,+

Ulfina argachuu duras gad of qabuun jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi