LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 29
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON WARRA NAMOONNI HISQIYAAS MOOTICHAA QINDEESSANII FI GARAGALCHAN (25:1–29:27)

Fakkeenya 29:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkuma didaa taʼetti itti fufu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 11:10; 2Se 36:11-13
  • +1Sa 2:22-25; 2Se 36:15, 16

Fakkeenya 29:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 3:13, 15

Fakkeenya 29:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:11
  • +Fak 5:8-10; 6:26; Luq 15:13, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2006, ful. 6

Fakkeenya 29:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 8:15; Fr 89:14; Isa 9:7

Fakkeenya 29:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:28; Rom 16:18

Fakkeenya 29:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:22
  • +Fr 97:11

Fakkeenya 29:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:1
  • +Er 5:28

Fakkeenya 29:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 3:6
  • +HoE 19:29, 35

Fakkeenya 29:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:4

Fakkeenya 29:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “balleessaa hin qabne.”

  • *

    Ykn tarii, “Namni qajeelaan garuu lubbuu isaa eeggachuu barbaada.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 27:41; 1Sa 20:31; 1Yo 3:11, 12

Fakkeenya 29:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:16; 25:28
  • +Fak 14:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 150

Fakkeenya 29:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 21:8-11; Er 38:4, 5

Fakkeenya 29:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “walitti fidu.”

  • *

    Jechuunis, jireenya kan isaaniif kennu isa dha.

Fakkeenya 29:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:1, 2
  • +Fak 20:28; 25:5; Isa 9:7

Fakkeenya 29:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Adabnii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:6, 15; 23:13; Efe 6:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 120-121

Fakkeenya 29:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:34; Mul 18:20

Fakkeenya 29:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu keetiif ni argamsiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 12:11

Fakkeenya 29:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mulʼanni raajii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 4:6
  • +Fak 19:16; Yoh 13:17; Yaq 1:25

Fakkeenya 29:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:3

Fakkeenya 29:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 5:2; Yaq 1:19
  • +Fak 14:29; 21:5

Fakkeenya 29:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 72

Fakkeenya 29:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:18
  • +1Sa 18:8, 9; Yaq 3:16

Fakkeenya 29:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 6:6, 10; Yaq 4:6
  • +Fak 18:12; Mat 18:4; Flp 2:8, 9

Fakkeenya 29:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu ofii isaa.”

  • *

    Ykn., “kakaa abaarsa fidu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 5:1

Fakkeenya 29:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “duratti hollachuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:28; 26:75
  • +2Se 14:11; Fak 18:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 47

Fakkeenya 29:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “duratti fudhatama argachuu.” Kal., “fuula bulchaa tokkoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:12; Luq 18:6, 7

Fakkeenya 29:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:115; 139:21
  • +Yoh 7:7; 1Yo 3:13

Yaada Wal Simu

Fak. 29:1Bau 11:10; 2Se 36:11-13
Fak. 29:11Sa 2:22-25; 2Se 36:15, 16
Fak. 29:2As 3:13, 15
Fak. 29:3Fak 27:11
Fak. 29:3Fak 5:8-10; 6:26; Luq 15:13, 14
Fak. 29:42Sa 8:15; Fr 89:14; Isa 9:7
Fak. 29:5Fak 26:28; Rom 16:18
Fak. 29:6Fak 5:22
Fak. 29:6Fr 97:11
Fak. 29:7Fr 41:1
Fak. 29:7Er 5:28
Fak. 29:8Yaq 3:6
Fak. 29:8HoE 19:29, 35
Fak. 29:9Fak 26:4
Fak. 29:10Uma 27:41; 1Sa 20:31; 1Yo 3:11, 12
Fak. 29:11Fak 12:16; 25:28
Fak. 29:11Fak 14:29
Fak. 29:121Mo 21:8-11; Er 38:4, 5
Fak. 29:14Fr 72:1, 2
Fak. 29:14Fak 20:28; 25:5; Isa 9:7
Fak. 29:15Fak 22:6, 15; 23:13; Efe 6:4
Fak. 29:16Fr 37:34; Mul 18:20
Fak. 29:17Ibr 12:11
Fak. 29:18Hos 4:6
Fak. 29:18Fak 19:16; Yoh 13:17; Yaq 1:25
Fak. 29:19Fak 26:3
Fak. 29:20Lal 5:2; Yaq 1:19
Fak. 29:20Fak 14:29; 21:5
Fak. 29:22Fak 15:18
Fak. 29:221Sa 18:8, 9; Yaq 3:16
Fak. 29:23As 6:6, 10; Yaq 4:6
Fak. 29:23Fak 18:12; Mat 18:4; Flp 2:8, 9
Fak. 29:24Lew 5:1
Fak. 29:25Mat 10:28; 26:75
Fak. 29:252Se 14:11; Fak 18:10
Fak. 29:26Fr 62:12; Luq 18:6, 7
Fak. 29:27Fr 119:115; 139:21
Fak. 29:27Yoh 7:7; 1Yo 3:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 29:1-27

Fakkeenya

29 Namni yeroo baayʼee erga ifatamee booda boquu isaa jabeessu*+

Akkuma tasaa ni caba, fayyuus hin dandaʼu.+

 2 Yeroo qajeelonni baayʼatan uummanni ni gammada,

Yeroo namni hamaan bulchu garuu uummanni ni aada.+

 3 Namni ogummaa jaallatu garaa abbaa isaa ni gammachiisa,+

Namni michuu sagaagaltootaa taʼu garuu qabeenya isaa qisaasessa.+

 4 Mootiin haqaan biyya tasgabbeessa,+

Namni mattaʼaa barbaadu garuu biyya mancaasa.

 5 Namni sobaan michuu isaa jaju

Miila isaatiif saaphana diriirsa.+

 6 Namni hamaan yakki isaa kiyyootti isa galcha,+

Namni qajeelaan garuu ni ililcha, ni gammadas.+

 7 Namni qajeelaan mirgi seeraa hiyyeeyyiin qaban isa yaaddessa,+

Namni hamaan garuu waaʼeen kanaa isa hin yaaddessu.+

 8 Namoonni of jajan magaalaa gubu,+

Namoonni ogeeyyiin garuu aarii qabbaneessu.+

 9 Namni ogeessi nama gowwaa wajjin yeroo wal morkatu

Iyyaa fi qoosaatu taʼa malee boqonnaa hin argatu.+

10 Namoonni dhiiga dheebotan nama qulqulluu* kam iyyuu ni jibbu,+

Lubbuu nama qajeelaas balleessuu barbaadu.*

11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+

Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+

12 Bulchaan tokko yommuu sobaaf xiyyeeffannaa kennu,

Tajaajiltoonni isaa hundi hamoota taʼu.+

13 Wanti hiyyeessaa fi nama nama cunqursu wal fakkeessu* kana dha:

Ija lamaan isaaniitiif iyyuu ifa kan kennu Yihowaa dha.*

14 Mootiin haqaan hiyyeeyyiidhaaf yommuu murtii kennu,+

Yeroo hundumaa teessoon isaa amansiisaa taʼa.+

15 Uleenii* fi ifannaan ogummaa argamsiisu,+

Mucaan gadhiisii taʼe garuu haadha isaa qaanessa.

16 Hamoonni yommuu baayʼatan yakkis ni baayʼata,

Qajeelonni garuu kufaatii isaanii ni argu.+

17 Ilma kee adabi, innis boqonnaa siif kenna,

Gammachuu guddaas siif argamsiisa.*+

18 Bakka mulʼanni* hin jirretti, uummanni gadhiisii taʼa,+

Warri seericha eegan garuu gammadoo dha.+

19 Tajaajilaan tokko dubbiidhaan qofa sirreeffama hin fudhatu,

Inni wanta itti himamu yoo hubate iyyuu hin ajajamu.+

20 Nama dubbachuuf ariifatu argiteettaa?+

Isa caalaa namni gowwaan abdii qaba.+

21 Tajaajilaan tokko ijoollummaa isaatii jalqabee yoo qanansiifame,

Yeroo booda kan hin galateeffanne taʼa.

22 Namni dafee aaru walitti buʼiinsa kakaasa;+

Namni dheekkamsa jaallatu kam iyyuu yakka hedduu raawwata.+

23 Namni of tuulummaan isaa gad isa qaba,+

Namni hafuura isaatiin gad of qabu kam iyyuu garuu ulfina argata.+

24 Namni michuu hattuu taʼe of* jibba.

Inni ragaa akka baʼu waamicha isaaf dhihaate* yoo dhagaʼe iyyuu homaa hin dubbatu.+

25 Namoota sodaachuun* kiyyoo dha,+

Namni Yihowaatti amanamu garuu eegumsa argata.+

26 Namoonni hedduun bulchaa tokkoo wajjin taʼuu* barbaadu,

Namni haqa kan argatu garuu Yihowaa biraa ti.+

27 Namni haqa jalʼisu nama qajeelaa biratti jibbisiisaa dha,+

Namni daandiin isaa qajeelaa taʼe garuu nama hamaa biratti jibbisiisaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi