LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 68
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • ‘Diinonni Waaqaa haa bittinnaaʼan’

        • “Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha” (5)

        • Waaqayyo warra koʼeeyyii taʼaniif mana ni kenna (6)

        • Dubartoota misiraachicha labsan (11)

        • Dhiirota kennaa taʼan (18)

        • ‘‘Yihowaan guyyaa guyyaadhaan baʼaa keenya nuuf baata’ (19)

Faarfannaa 68:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 10:35; Fr 21:8

Faarfannaa 68:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nho 1:6

Faarfannaa 68:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 32:11

Faarfannaa 68:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

  • *

    Ykn tarii, “duumessoota irra.”

  • *

    Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:4
  • +Bau 6:3

Faarfannaa 68:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “abbaa murtii dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:15
  • +Bau 22:22-24; Kes 10:17, 18; Fr 10:14; 146:9

Faarfannaa 68:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “finciltoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 113:9
  • +Isa 61:1
  • +Kes 28:15, 23; Fr 107:33, 34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2018, ful. 11

Faarfannaa 68:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dura baatetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:21

Faarfannaa 68:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni cobe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 114:1, 4; Ibr 12:26
  • +Bau 19:18; Abo 5:4, 5

Faarfannaa 68:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Dhaala.”

Faarfannaa 68:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 10:34

Faarfannaa 68:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:20; Abo 5:1; 11:34; 1Sa 18:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2014, ful. 10

Faarfannaa 68:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 31:25-27; Iya 10:12, 16; 12:7; Abo 5:19
  • +Lak 31:27; 1Sa 30:23-25

Faarfannaa 68:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “gola hoolotaa.”

  • *

    Ykn., “magariisa gara keelloo.”

Faarfannaa 68:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akka waan Zaalmon keessatti cabbiin buʼee ni taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:3; Iya 10:5, 10

Faarfannaa 68:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaara ulfina qabeessa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:33; Kes 3:8, 10

Faarfannaa 68:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hawwetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 11:5; Fr 48:2, 3; 132:13
  • +Kes 12:5, 6; 1Mo 9:3; Ibr 12:22

Faarfannaa 68:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 6:16, 17; Mat 26:53
  • +Bau 19:23; Kes 33:2

Faarfannaa 68:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:7
  • +Kes 2:36; 7:22
  • +Efe 4:8, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2010, ful. 18

Faarfannaa 68:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:22; 1Ph 5:6, 7

Faarfannaa 68:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2; 45:17
  • +Kes 32:39

Faarfannaa 68:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yakka isaa keessa asii fi achi deemu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:23; His 18:26

Faarfannaa 68:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:33

Faarfannaa 68:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 58:10

Faarfannaa 68:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 15:25, 28; Fr 24:7

Faarfannaa 68:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 15:16; Fr 87:7; 150:3
  • +Abo 11:34; 1Sa 18:6

Faarfannaa 68:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaaʼiiwwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:6; Isa 44:2

Faarfannaa 68:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 49:27; 1Sa 9:21

Faarfannaa 68:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 138:8

Faarfannaa 68:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 6:1; 1Se 16:1; Iz 5:14
  • +1Mo 10:10; 2Se 32:23; Fr 72:10

Faarfannaa 68:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “irra ejjetanitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 39:18

Faarfannaa 68:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Ambaasaaddaroonni Gibxii keessaa ni dhufu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:14; 60:5

Faarfannaa 68:32

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:43

Faarfannaa 68:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 104:3

Faarfannaa 68:34

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “duumessoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:7

Faarfannaa 68:35

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “kee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 47:2; 66:5
  • +Fr 29:11; Isa 40:29-31

Yaada Wal Simu

Far. 68:1Lak 10:35; Fr 21:8
Far. 68:2Nho 1:6
Far. 68:3Fr 32:11
Far. 68:4Isa 12:4
Far. 68:4Bau 6:3
Far. 68:5Isa 57:15
Far. 68:5Bau 22:22-24; Kes 10:17, 18; Fr 10:14; 146:9
Far. 68:6Fr 113:9
Far. 68:6Isa 61:1
Far. 68:6Kes 28:15, 23; Fr 107:33, 34
Far. 68:7Bau 13:21
Far. 68:8Fr 114:1, 4; Ibr 12:26
Far. 68:8Bau 19:18; Abo 5:4, 5
Far. 68:10Lak 10:34
Far. 68:11Bau 15:20; Abo 5:1; 11:34; 1Sa 18:6
Far. 68:12Lak 31:25-27; Iya 10:12, 16; 12:7; Abo 5:19
Far. 68:12Lak 31:27; 1Sa 30:23-25
Far. 68:14Lak 21:3; Iya 10:5, 10
Far. 68:15Lak 21:33; Kes 3:8, 10
Far. 68:161Se 11:5; Fr 48:2, 3; 132:13
Far. 68:16Kes 12:5, 6; 1Mo 9:3; Ibr 12:22
Far. 68:172Mo 6:16, 17; Mat 26:53
Far. 68:17Bau 19:23; Kes 33:2
Far. 68:182Sa 5:7
Far. 68:18Kes 2:36; 7:22
Far. 68:18Efe 4:8, 11
Far. 68:19Fr 55:22; 1Ph 5:6, 7
Far. 68:20Isa 12:2; 45:17
Far. 68:20Kes 32:39
Far. 68:21Fr 55:23; His 18:26
Far. 68:22Lak 21:33
Far. 68:23Fr 58:10
Far. 68:241Se 15:25, 28; Fr 24:7
Far. 68:251Se 15:16; Fr 87:7; 150:3
Far. 68:25Abo 11:34; 1Sa 18:6
Far. 68:26Fr 95:6; Isa 44:2
Far. 68:27Uma 49:27; 1Sa 9:21
Far. 68:28Fr 138:8
Far. 68:291Mo 6:1; 1Se 16:1; Iz 5:14
Far. 68:291Mo 10:10; 2Se 32:23; Fr 72:10
Far. 68:30His 39:18
Far. 68:31Isa 45:14; 60:5
Far. 68:32Kes 32:43
Far. 68:33Fr 104:3
Far. 68:34Fr 96:7
Far. 68:35Fr 47:2; 66:5
Far. 68:35Fr 29:11; Isa 40:29-31
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 68:1-35

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

68 Waaqayyo haa kaʼu, diinonni isaa haa bittinnaaʼan,

Warri isa jibbanis isa duraa haa baqatan.+

 2 Akkuma aarri badutti, ariʼii isaan balleessi;

Akkuma gagaan ibidda duratti baqutti,

Hamoonnis Waaqayyo duraa haa badan.+

 3 Qajeelonni garuu haa gammadan;+

Isaan Waaqayyo duratti baayʼee haa gammadan;

Gammachuudhaanis haa ililchan.

 4 Waaqayyoon faarfadhaa; maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*+

Isa gammoojjii duwwaa keessa* gulufuuf faarfadhaa.

Maqaan isaa Yaah* jedhama!+ Isa duratti gammadaa!

 5 Waaqni inni iddoo jireenyaa isaa isa qulqulluu keessa jiru,+

Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha, dubartoota abbaan manaa irraa duʼeefis eegumsa godha.*+

 6 Waaqayyo warra koʼeeyyii taʼaniif mana jireenyaa ni kenna;+

Hidhamtoota bilisa baasee gara badhaadhinaatti geessa.+

Warri didaa* taʼan garuu biyya waxalame keessa jiraatu.+

 7 Yaa Waaqayyo, yommuu saba kee geggeessitetti,*+

Yommuu lafa onaa keessa darbitetti, (Seelaa)

 8 Lafti ni kirkirte;+

Waaqayyoon kan kaʼe samiin bokkaa roobse;*

Siinaan kunis Waaqayyo isa Waaqa Israaʼel taʼeen kan kaʼe ni kirkire.+

 9 Yaa Waaqayyo, ati bokkaan baayʼinaan akka roobu ni goote;

Saba* kee isa dadhabes ni cimsite.

10 Isaan dunkaanota kee keessa jiraataniiru;+

Yaa Waaqayyo, gaarummaa keetiin isa hiyyeessaaf wanta barbaachisu qopheessiteetta.

11 Yihowaan ajaja kenne;

Dubartoonni misiraachicha labsan raayyaa guddaa dha.+

12 Mootonni raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin ni baqatan,+ eeyyee, ni baqatan!

Ishiin manatti hafte wanta boojiʼame irraa ni hirmaatti.+

13 Isin dhiironni ibidda bobaʼu* bira kan ciistan taʼus,

Achitti isin gugee qoochoon ishii meetiidhaan,

Baalleen ishiis warqii baʼeessa* taʼeen uwwifame ni qabaattu.

14 Inni Hundumaa Danda’u mootota ishii yommuu bittinneessu,+

Zaalmon keessatti cabbiin ni buʼe.*

15 Gaarri Baashaan+ gaara Waaqayyoo ti;*

Gaarri Baashaan fiixeewwan gaaraa ti.

16 Isin fiixeewwan gaarotaa hinaaffaadhaan

Gara gaara Waaqni bakka jireenyaa isaa akka taʼu filatetti* maaliif ilaaltu?+

Dhugumaan, Yihowaan bara baraaf achi ni jiraata.+

17 Gaariiwwan fardaa Waaqayyoo, kumaatama kudhan, eeyyee, kumaatama hammana hin jedhamne dha.+

Yihowaan Siinaa irraa gara iddoo qulqulluu dhufeera.+

18 Ati gara iddoo ol kaʼaatti ol ni baate;+

Boojiʼamtootas ni fudhatte;

Yaa Waaqa keenya Yaah, ati isaan gidduu jiraachuuf,

Namoota, eeyyee, namoota didaa taʼan+ illee akka kennaatti ni fudhatte.+

19 Yihowaan inni guyyaa guyyaadhaan baʼaa keenya nuuf baatu,+

Waaqni dhugaan inni fayyisaa keenya taʼe haa jajamu. (Seelaa)

20 Waaqni dhugaan Waaqa nu oolchu dha;+

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan duʼa irraa nama oolcha.+

21 Eeyyee, Waaqayyo mataawwan diinota isaa,

Gubbee mataa nama yakka isaatti itti fufu* isa rifeensaan guutame hundumaa ni caccabsa.+

22 Yihowaan akkana jedheera: “Ani Baashaan+ keessaa deebisee isaan nan fida,

Galaana gad fagoo keessaa deebisee isaan nan fida;

23 Kunis, miilli kee dhiigaan akka dhiqamuuf,+

Arrabni saroota keetiis dhiiga diinota keetii akka arraabuufi.”

24 Yaa Waaqayyo, isaan hiriira saba keetii,

Yaa Mootii koo, yommuu sabni kee hiriiraan gara iddoo qulqulluu deemus ni argu.+

25 Faarfattoonni fuuldura deemu, warri meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin taphatan isaan booda deemu;+

Shamarran dibbee rukutan immoo isaan gidduu turan.+

26 Gumii guddaa* keessatti Waaqayyoon jajadhaa;

Isin warri Madda Israaʼel irraa dhuftan, Yihowaa jajadhaa.+

27 Achitti Biiniyaam+ inni quxisuun isaan bulcha,

Kana malees, bulchitoonni Yihudaa saba isaanii isa wacuu wajjin,

Bulchitoonni Zaabiloon, bulchitoonni Niftaalemis isaan bulchu.

28 Waaqni kee ati cimaa akka taatu labseera.

Yaa Waaqayyo, ati inni nuuf jettee tarkaanfii fudhatte,+ cimina kee argisiisi.

29 Mana qulqullummaa kee isa Yerusaalemitti argamuuf,+

Mootonni kennaa siif ni fidu.+

30 Hamma namoonni sagadanittii fi meetii fidanitti,*

Bineensota bosonaa shomboqqoo keessa jiran,

Yaaʼii qotiyyoowwanii+ fi jabbilee isaanii ifadhu.

Inni garuu namoota waraanatti gammadan ni bittinneessa.

31 Miʼawwan nahaasii Gibxii keessaa ni baafamu;*+

Kuush Waaqayyoof kennaa kennuuf ni ariifatti.

32 Yaa mootummoota lafaa, Waaqayyoon faarfadhaa,+

Yihowaadhaaf faarfannaa galataa faarfadhaa,* (Seelaa)

33 Isa samii samiiwwanii bara durii gulufuuf faarfadhaa.+

Kunoo, inni sagalee isaatiin, sagalee isaa isa jabaadhaan ni kakawweessaʼa.

34 Jabina Waaqayyoo amanaa fudhadhaa.+

Ulfinni isaa Israaʼel irra jira,

Jabinni isaas samiiwwan* keessa jira.

35 Waaqayyo iddoo qulqulluu isaa* isa guddaa keessaa ni sodaachisa.+

Inni Waaqa Israaʼel

Isa namootaaf jabinaa fi humna kennu dha.+

Waaqayyo haa jajamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi