LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON WARRA NAMOONNI HISQIYAAS MOOTICHAA QINDEESSANII FI GARAGALCHAN (25:1–29:27)

Fakkeenya 28:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “leenca saafelaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 3:16, 17; HoE 4:13

Fakkeenya 28:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fincilli.”

  • *

    Kal., “inni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 16:8, 15, 22
  • +Dan 4:27

Fakkeenya 28:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:31

Fakkeenya 28:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 25:6-8; 1Sa 15:22, 23; Efe 5:11

Fakkeenya 28:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:14; Mar 4:11, 12; Yaq 1:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2018, ful. 8

Fakkeenya 28:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:8; 19:1

Fakkeenya 28:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:20; 1Qo 15:33

Fakkeenya 28:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 23:19
  • +Fak 13:22; 19:17

Fakkeenya 28:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 66:18; Fak 15:29; Isa 1:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2021, ful. 9

Fakkeenya 28:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:14-16
  • +Kes 7:12; Fr 37:11, 18; 84:11

Fakkeenya 28:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:11
  • +Mar 10:21

Fakkeenya 28:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 17:1-3; Fak 29:2

Fakkeenya 28:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:13-15
  • +2Sa 12:13; 2Se 33:12, 13; Fr 32:3, 5; 51:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

Fakkeenya 28:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni matumaa sodaa irraa bilisa taʼee hin beekne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 7:22; Nah 9:29; Fak 29:1; Er 16:12, 13

Fakkeenya 28:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 3:3; Mat 2:16

Fakkeenya 28:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 5:15; Amo 4:1
  • +Isa 33:15, 16

Fakkeenya 28:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhiiga lubbuutiif.”

  • *

    Ykn., “boollatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 9:6; 1Mo 21:19; Mat 27:3-5

Fakkeenya 28:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:21
  • +Fr 73:12, 18; 1Ta 5:3; Mul 3:3

Fakkeenya 28:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:21; Luq 15:13, 14

Fakkeenya 28:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 18:5; Nah 7:2; Fr 101:6
  • +2Mo 5:20-22; Er 17:11; 1Xi 6:9

Fakkeenya 28:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:15; Fak 18:5; Yaq 2:1

Fakkeenya 28:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sassatu.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 31

Fakkeenya 28:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:7, 9; Gal 2:11
  • +Fr 141:5; Fak 27:6

Fakkeenya 28:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 7:10, 11
  • +Fak 19:26

Fakkeenya 28:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Lubbuun of bokoksu.”

  • *

    Kal., “ni cooma.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 3:11-13

Fakkeenya 28:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:5; Er 17:9
  • +Iyo 28:28

Fakkeenya 28:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 10; Fr 41:1; Fak 19:17; Ibr 13:16

Fakkeenya 28:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 8:17

Yaada Wal Simu

Fak. 28:1Dan 3:16, 17; HoE 4:13
Fak. 28:21Mo 16:8, 15, 22
Fak. 28:2Dan 4:27
Fak. 28:3Fak 14:31
Fak. 28:4Lak 25:6-8; 1Sa 15:22, 23; Efe 5:11
Fak. 28:5Fr 25:14; Mar 4:11, 12; Yaq 1:5
Fak. 28:6Fak 16:8; 19:1
Fak. 28:7Fak 23:20; 1Qo 15:33
Fak. 28:8Kes 23:19
Fak. 28:8Fak 13:22; 19:17
Fak. 28:9Fr 66:18; Fak 15:29; Isa 1:15
Fak. 28:10Fr 7:14-16
Fak. 28:10Kes 7:12; Fr 37:11, 18; 84:11
Fak. 28:11Fak 18:11
Fak. 28:11Mar 10:21
Fak. 28:121Mo 17:1-3; Fak 29:2
Fak. 28:131Sa 15:13-15
Fak. 28:132Sa 12:13; 2Se 33:12, 13; Fr 32:3, 5; 51:1
Fak. 28:14Bau 7:22; Nah 9:29; Fak 29:1; Er 16:12, 13
Fak. 28:15Sef 3:3; Mat 2:16
Fak. 28:16Nah 5:15; Amo 4:1
Fak. 28:16Isa 33:15, 16
Fak. 28:17Uma 9:6; 1Mo 21:19; Mat 27:3-5
Fak. 28:18Fr 25:21
Fak. 28:18Fr 73:12, 18; 1Ta 5:3; Mul 3:3
Fak. 28:19Fak 23:21; Luq 15:13, 14
Fak. 28:201Sa 18:5; Nah 7:2; Fr 101:6
Fak. 28:202Mo 5:20-22; Er 17:11; 1Xi 6:9
Fak. 28:21Lew 19:15; Fak 18:5; Yaq 2:1
Fak. 28:232Sa 12:7, 9; Gal 2:11
Fak. 28:23Fr 141:5; Fak 27:6
Fak. 28:24Mar 7:10, 11
Fak. 28:24Fak 19:26
Fak. 28:251Mo 3:11-13
Fak. 28:26Fak 3:5; Er 17:9
Fak. 28:26Iyo 28:28
Fak. 28:27Kes 15:7, 10; Fr 41:1; Fak 19:17; Ibr 13:16
Fak. 28:28As 8:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 28:1-28

Fakkeenya

28 Hamoonni homtuu utuu isaan hin ariʼin baqatu,

Qajeelonni garuu akkuma leencaa* onnatoo dha.+

 2 Yommuu yakki* biyya keessa jirutti, bulchitoonni hedduun ishii irratti wal jijijjiiru,+

Gargaarsa nama hubannaa fi beekumsa qabuutiin garuu bulchaan tokko* bara dheeraa ni bulcha.+

 3 Namni hiyyeessi nama rakkataa gowwoomsu+

Akkuma bokkaa midhaan hundumaa haxaaʼee sokkuu ti.

 4 Warri seericha dhiisan nama hamaa ni jajatu,

Warri seericha eegan garuu isaanitti ni aaru.+

 5 Hamoonni haqa hubachuu hin dandaʼan,

Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanta hundumaa hubachuu dandaʼu.+

 6 Sooressa daandiin isaa mancaʼe mannaa

Hiyyeessa amanamummaadhaan deddeebiʼu wayya.+

 7 Ilmi hubataa taʼe seericha ni eega,

Michuun namoota albaadhessa taʼanii garuu abbaa isaa ni salphisa.+

 8 Namni dhalaan,+ akkasumas haraaxaa liqeessuudhaan qabeenya isaa baayʼifatu,

Qabeenya sana nama hiyyeessatti gara laafina argisiisuuf walitti qaba.+

 9 Namni seericha dhaggeeffachuu didu

Kadhannaan isaa illee jibbisiisaa dha.+

10 Namni nama qajeelaa dogoggorsee gara daandii hamminaatti geessu boolluma qote keessatti kufa,+

Warri balleessaa hin qabne garuu wanta gaarii ni dhaalu.+

11 Sooressi ogeessa akka taʼetti of ilaala,+

Hiyyeessi hubannaa qabu garuu qoree isa beekuu ni dandaʼa.+

12 Namoonni qajeeloon yommuu injifatan ulfina guddaatu argama,

Hamoonni aangootti yommuu ol baʼan garuu sabni ni dhokata.+

13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+

Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+

14 Namni yeroo hundumaa of eeggatu* gammadaa dha,

Namni garaan isaa didaa akka taʼu godhu kam iyyuu garuu rakkina keessatti kufa.+

15 Bulchaa hamaan saba rakkataa taʼe bulchu,

Akkuma leenca gururiʼuu fi amaaketa namatti fiiguu ti.+

16 Geggeessaan hubannaa hin qabne karaa sirrii hin taaneen aangoo isaatti fayyadama,+

Namni buʼaa sirrii hin taane jibbu garuu umurii isaa dheereffata.+

17 Namni lubbuu namaa balleessuudhaan dhiigaaf* itti gaafatamu hamma awwaalaatti* ni baqata.+

Namni tokko illee nama kana hin gargaarin.

18 Namni balleessaa malee deddeebiʼu ni oola,+

Namni karaan isaa jalʼaa taʼe garuu akkuma tasaa kufa.+

19 Namni lafa isaa qotatu nyaata hedduu argata,

Namni wanta gatii hin qabne duukaa buʼu garuu hiyyummaa ni quufa.+

20 Namni amanamaan eebba hedduu argata,+

Namni sooressa taʼuuf jarjaru garuu qulqulluu taʼee hin jiraatu.+

21 Looguun gaarii miti;+

Garuu namni tokko daabboo cabduudhaaf jedhee dogoggora raawwachuu dandaʼa.

22 Namni hinaafu* qabeenya argachuuf hawwa,

Hiyyummaan akka isatti dhufus hin beeku.

23 Nama arraba isaatiin sobee nama jaju irra

Namni nama ifatu+ hundi booda irratti ulfina dabalataa argata.+

24 Namni abbaa isaa fi haadha isaa erga saamee booda, “Kun dogoggora miti” jedhu kam iyyuu+

Hiriyaa nama badiisa fiduu ti.+

25 Namni sassattuu taʼe* lola kakaasa,

Namni Yihowaatti amanamu hundi garuu ni sooroma.*+

26 Namni garaa isaatti amanamu kam iyyuu gowwaa dha,+

Namni ogummaadhaan deddeebiʼu garuu ni oola.+

27 Namni hiyyeessaaf kennu kam iyyuu homtuu itti hin hirʼatu,+

Namni isa ilaaluu didee ija isaa dunuunfatu garuu abaarsa hedduutu irra gaʼa.

28 Hamoonni aangootti yommuu ol baʼan namni ni dhokata,

Yommuu isaan badan garuu qajeelonni ni baayʼatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi