LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Abbaa fi ilmaan isaa warra finciltoota taʼan (1-9)

      • Yihowaan waaqeffannaa fakkeessaadhaan dhihaatu ni jibba (10-17)

      • “Rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu” (18-20)

      • Xiyoon deebitee magaalaa amanamtuu taati (21-31)

Isaayyaas 1:1

Miiljaleewwan

  • *

    “Fayyina Yihowaa” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:32
  • +2Se 26:22; Isa 6:1
  • +2Se 27:1, 2
  • +2Se 28:1
  • +2Se 29:1, 2; 32:20
  • +Mat 1:9

Isaayyaas 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:4
  • +Kes 1:31
  • +Kes 4:25, 26; His 20:8

Isaayyaas 1:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, bidiruu horiin keessaa nyaatu.

  • *

    Ykn., “gooftaa isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 4:6

Isaayyaas 1:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:11
  • +Kes 31:16; Er 2:5

Isaayyaas 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:3
  • +Nah 9:34, 35; Dan 9:8

Isaayyaas 1:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hin malaafamne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:34

Isaayyaas 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:33, 63
  • +2Mo 18:11

Isaayyaas 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:13, 14; Isa 8:7, 8

Isaayyaas 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:24, 25; Kes 29:22, 23; Rom 9:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

Isaayyaas 1:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bulchitoonni.”

  • *

    Ykn., “barumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 13:13; Isa 3:8, 9
  • +Kes 32:32; Yih 7

Isaayyaas 1:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22; Fak 15:8; Hos 6:6; Mik 6:7
  • +Bau 29:38
  • +Lew 3:14-16
  • +Lew 17:11
  • +Lew 4:18, 21
  • +Lew 16:5

Isaayyaas 1:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 16:16
  • +Lal 5:1; Mil 1:8

Isaayyaas 1:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:27; His 8:11, 12
  • +Lak 28:11
  • +Bau 31:13
  • +Lew 23:2
  • +Lew 19:26

Isaayyaas 1:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Isaayyaas 1:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:29
  • +Mat 6:7
  • +Fak 28:9; Isa 59:2; Fru 3:44
  • +Mik 3:2-4

Isaayyaas 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:14
  • +Isa 55:7

Isaayyaas 1:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:8
  • +Kes 10:18; Er 22:3

Isaayyaas 1:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:2; Yaq 4:8
  • +Fr 51:7; Isa 44:22; Mik 7:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 315-316

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2017, ful. 27

    Gara Yihowaatti Deebiʼi, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa: Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa Ni Jijjiira

Isaayyaas 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:1, 2; Yoe 2:19

Isaayyaas 1:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:33; Fak 29:1

Isaayyaas 1:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 48:2
  • +Er 2:20
  • +2Sa 8:15; 1Mo 3:28
  • +2Se 19:9, 10
  • +Mik 3:1-3; Luq 13:34

Isaayyaas 1:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Farsoon qamadii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 22:18

Isaayyaas 1:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 3:14; Mik 3:9-11
  • +Bau 23:8
  • +Bau 22:22; Er 5:28

Isaayyaas 1:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 5:13

Isaayyaas 1:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 6:29, 30; 9:7; Mil 3:3

Isaayyaas 1:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 12:3; 1Sa 12:1, 3; Isa 32:1; His 34:23
  • +Isa 62:1

Isaayyaas 1:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:11

Isaayyaas 1:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 20:38
  • +1Mo 9:6, 7

Isaayyaas 1:29

Miiljaleewwan

  • *

    Kun mukeetii fi iddoowwan biqiltuu waaqeffannaa waaqolii tolfamoo wajjin wal qabatan kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 6:13
  • +Isa 65:3; 66:17

Isaayyaas 1:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:5, 6

Yaada Wal Simu

Isa. 1:12Se 32:32
Isa. 1:12Se 26:22; Isa 6:1
Isa. 1:12Se 27:1, 2
Isa. 1:12Se 28:1
Isa. 1:12Se 29:1, 2; 32:20
Isa. 1:1Mat 1:9
Isa. 1:2Fr 50:4
Isa. 1:2Kes 1:31
Isa. 1:2Kes 4:25, 26; His 20:8
Isa. 1:3Hos 4:6
Isa. 1:4Dan 9:11
Isa. 1:4Kes 31:16; Er 2:5
Isa. 1:5Er 5:3
Isa. 1:5Nah 9:34, 35; Dan 9:8
Isa. 1:6Luq 10:34
Isa. 1:7Kes 28:33, 63
Isa. 1:72Mo 18:11
Isa. 1:82Mo 18:13, 14; Isa 8:7, 8
Isa. 1:9Uma 19:24, 25; Kes 29:22, 23; Rom 9:29
Isa. 1:10Uma 13:13; Isa 3:8, 9
Isa. 1:10Kes 32:32; Yih 7
Isa. 1:111Sa 15:22; Fak 15:8; Hos 6:6; Mik 6:7
Isa. 1:11Bau 29:38
Isa. 1:11Lew 3:14-16
Isa. 1:11Lew 17:11
Isa. 1:11Lew 4:18, 21
Isa. 1:11Lew 16:5
Isa. 1:12Kes 16:16
Isa. 1:12Lal 5:1; Mil 1:8
Isa. 1:13Fak 21:27; His 8:11, 12
Isa. 1:13Lak 28:11
Isa. 1:13Bau 31:13
Isa. 1:13Lew 23:2
Isa. 1:13Lew 19:26
Isa. 1:15Fak 15:29
Isa. 1:15Mat 6:7
Isa. 1:15Fak 28:9; Isa 59:2; Fru 3:44
Isa. 1:15Mik 3:2-4
Isa. 1:16Er 4:14
Isa. 1:16Isa 55:7
Isa. 1:17Mik 6:8
Isa. 1:17Kes 10:18; Er 22:3
Isa. 1:18Mik 6:2; Yaq 4:8
Isa. 1:18Fr 51:7; Isa 44:22; Mik 7:19
Isa. 1:19Kes 28:1, 2; Yoe 2:19
Isa. 1:20Lew 26:33; Fak 29:1
Isa. 1:21Fr 48:2
Isa. 1:21Er 2:20
Isa. 1:212Sa 8:15; 1Mo 3:28
Isa. 1:212Se 19:9, 10
Isa. 1:21Mik 3:1-3; Luq 13:34
Isa. 1:22His 22:18
Isa. 1:23Isa 3:14; Mik 3:9-11
Isa. 1:23Bau 23:8
Isa. 1:23Bau 22:22; Er 5:28
Isa. 1:24His 5:13
Isa. 1:25Er 6:29, 30; 9:7; Mil 3:3
Isa. 1:26Lak 12:3; 1Sa 12:1, 3; Isa 32:1; His 34:23
Isa. 1:26Isa 62:1
Isa. 1:27Er 31:11
Isa. 1:28His 20:38
Isa. 1:281Mo 9:6, 7
Isa. 1:29His 6:13
Isa. 1:29Isa 65:3; 66:17
Isa. 1:30Er 17:5, 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 1:1-31

Isaayyaas

1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge:

 2 Yaa samiiwwan, dhagaʼaa, yaa lafaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu,+

Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedhee dubbateera:

“Ani ijoollee nan kunuunse, nan guddises,+

Isaan garuu na irratti fincila kaasan.+

 3 Qotiyyoon abbaa isaa,

Harreenis gongaa* gooftaa isaa akka gaariitti beeka;

Israaʼel garuu na* hin beeku,+

Sabni koo hubannaa hin qabu.”

 4 Saba cubbamaadhaaf,+

Uummata dogoggorri isaa itti ulfaateef,

Sanyii namoota hamootiif, ijoollee mancaʼoo taʼaniif wayyoo!

Isaan Yihowaa dhiisaniiru;+

Isa Qulqulluu kan Israaʼel tuffataniiru;

Isa irraas garagalaniiru.

 5 Qaama keessan irraa bakki rukutamuu dandeessan hin jiru; maarree finciluu keessan kan itti fuftan maaliifi?+

Guutummaan mataa dhibameera,

Guutummaan garaas dhukkubsateera.+

 6 Faana miilaatii kaasee hamma mataatti, bakki fayyaa taʼe tokko illee hin jiru.

Madaaʼeera, dirmammaaʼeera, madaa afaan baneen guutameera,

Taʼus hin walʼaanamne,* hin hidhamne, zayitiis hin dibamne.+

 7 Biyyi keessan onteetti.

Magaalonni keessan ibiddaan gubamaniiru.

Namoonni biyya ormaa ijuma keessan duratti biyya keessan ni nyaatu.+

Biyyi keessan akkuma lafa onaa namoota biyya ormaatiin garagalfamee taateetti.+

 8 Intalli Xiyoon akkuma daasii maasii wayinii keessa jiruutti,

Akkuma godoo maasii buqqee dheedhii nyaatamuu keessa jiruutti,

Akkuma magaalaa marfamteettis kan dhiifamte taateetti.+

 9 Yihowaan Gooftaan Raayyaa namoota oolan muraasa utuu nuuf hin hambisne taʼee,

Silaa akkuma Sodoom taana,

Gomoraas ni fakkaanna turre.+

10 Isin abbootiin irree* Sodoom,+ dubbii Yihowaa dhagaʼaa.

Isin namoonni Gomoraa,+ seera* Waaqa keenyaa xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa.

11 Yihowaan akkana jedha: “Baayʼinni aarsaawwan keessanii maal na fayyada?+

Ani aarsaawwan korbeeyyii hoolaa,+ cooma horiiwwan keessan warra gabbatoos+ quufeera,

Dhiigni+ jibootaa,+ dhiigni hoolota xobbaallaa fi dhiigni reʼootaa+ na hin gammachiisu.

12 Na duratti dhihaachuuf yommuu dhuftan,+

Mooraa koo akka dhidhiittan+

Eenyutu isin gaafate?

13 Aarsaawwan midhaanii warra gatii hin qabne fiduu keessan dhiisaa.

Ixaanni keessan na biratti jibbisiisaa dha.+

Isin guyyoota baatiiwwan haaraa+ fi sanbatawwan+ ni kabajju, walgaʼiiwwanis+ ni qopheessitu.

Taʼus, utuma walgaʼiiwwan qulqulluu qopheessitanii mora+ raawwattan kam iyyuu obsaan bira darbuu hin dandaʼu.

14 Ani* guyyoota baatiiwwan haaraa keessanii fi ayyaanota keessan jibbeera.

Isaan baʼaa natti taʼaniiru;

Isaan baachuunis na nuffisiiseera.

15 Harka keessan yommuu diriirsitan,

Ija koo isin duraa nan dhoksa.+

Kadhannaa yoo baayʼistan iyyuu,+

Ani isin hin dhagaʼu;+

Harki keessan dhiigaan guutameera.+

16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+

Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;

Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+

17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+

Isa nama cunqursu sirreessaa,

Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,

Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+

18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+

Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,

Akkuma cabbii adii ni taʼa;+

Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,

Akkuma suufii ni addaata.

19 Fedhii yoo qabaattan, yoo dhageessanis,

Wantoota gaggaarii biyyattii keessaa argaman ni nyaattu.+

20 Yoo diddanii fi yoo finciltan garuu,

Goraadeen isin nyaata;+

Sababiin isaas, kana kan dubbate afaan Yihowaa ti.”

21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+

Ishii keessa haqni guutee ture;+

Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+

Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+

22 Meetiin kee kosii taʼeera,+

Dhugaatiin alkoolii* kees bishaaniin qalʼifameera.

23 Bulchitoonni kee mata jabeeyyii fi michuu hattootaa ti.+

Tokkoon tokkoon isaanii mattaʼaa jaallatu, kennaa duukaas ni fiigu.+

Ijoollee abbaa hin qabneef* haqaan hin murteessan,

Dhimmi seeraa dubartii abbaan manaa irraa duʼees matumaa isaan bira hin gaʼu.+

24 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni Gooftaa dhugaa taʼe,

Inni Humna Qabeessi kan Israaʼel akkana jedha:

“Kunoo, ani hamajaajota koo of duraa haxaaʼee nan balleessa,

Diinota koo irrattis haaloo nan baʼa.+

25 Harka koo si irratti nan kaasa,

Kosii kee guutummaatti baqsee nan balleessa,

Xurii kee hundumaas si irraa nan balleessa.+

26 Akka isa jalqabaatti abbootii murtii,

Akka isa duraattis gorsitoota siif nan kenna.+

Atis kana booda Magaalaa Qajeelummaa, Magaalaa Amanamtuu jedhamta.+

27 Xiyoon haqaan ni furamti,+

Namoonni ishii warri deebiʼanis qajeelummaadhaan ni furamu.

28 Warri fincilanii fi cubbamoonni waliin ni caccabu,+

Warri Yihowaa dhiisanis ni dhumu.+

29 Sababiin isaas, isin mukeetii guguddoo hawwitan sanaan kan kaʼe ni qaaneffamtu,+

Iddoowwan biqiltuu* filattan sanaan kan kaʼes ni salphifamtu.+

30 Isin akkuma muka guddaa baalli isaa irraa harcaʼee,+

Akkuma iddoo biqiltuu bishaan hin qabnees ni taatu.

31 Namni jabaan citaa,

Hojiin isaas qaanqee ni taʼa;

Lamaan isaanii iyyuu waliin ni gubatu,

Kan isaan dhaamsus hin jiraatu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi