LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Iyyaasuun seenaa Israaʼel irra deebiʼee dubbate (1-13)

      • Gorsa Yihowaa akka tajaajilan kenname (14-24)

        • “Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla” (15)

      • Kakuu Iyyaasuun Israaʼelii wajjin gale (25-28)

      • Iyyaasuun duʼee awwaalame (29-31)

      • Lafeen Yoseef Sheekemitti awwaalame (32)

      • Eleʼazaar duʼee awwaalame (33)

Iyyaasuu 24:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 18:25; Iya 23:2

Iyyaasuu 24:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 11:26, 27
  • +Uma 11:28, 31
  • +Iya 24:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 25

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    11/2021, ful. 4-5

Iyyaasuu 24:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 12:1; Nah 9:7; HoE 7:2
  • +Uma 15:1, 5
  • +Uma 21:3

Iyyaasuu 24:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 25:26
  • +Uma 36:8; Kes 2:5
  • +Uma 46:2, 3

Iyyaasuu 24:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:10
  • +Bau 11:1

Iyyaasuu 24:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:37
  • +Bau 14:9

Iyyaasuu 24:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “guyyoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:10
  • +Bau 14:20, 27; Fr 106:11
  • +Bau 3:20; Kes 4:34
  • +Lak 14:34

Iyyaasuu 24:8

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, kallattii bahaatiin.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:23
  • +Nah 9:22

Iyyaasuu 24:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 22:2, 5; Kes 23:3, 4

Iyyaasuu 24:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 22:12
  • +Lak 23:11, 25; 24:10
  • +Lak 31:7, 49

Iyyaasuu 24:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Abbootiin lafaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 3:17
  • +Iya 5:10
  • +Iya 11:16; 21:44; Ibr 11:30

Iyyaasuu 24:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “jeequmsa; sodaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:28; Iya 2:9, 10
  • +Fr 44:3

Iyyaasuu 24:13

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuun muka ejersaa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame firii ejersaa zayitiin irraa argamu kan godhatu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:14
  • +Kes 6:10, 11; 8:7, 8

Iyyaasuu 24:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “karaa mudaa hin qabnee.”

  • *

    Ykn., “dhugaadhaan.”

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 17:1; Kes 10:12; 18:13; 1Sa 12:24
  • +Lew 17:7; His 23:8

Iyyaasuu 24:15

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:2
  • +Bau 23:32; Kes 7:25; Abo 6:10; 10:6
  • +Kes 30:19, 20; 1Mo 18:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 26-27

Iyyaasuu 24:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:12
  • +Bau 19:4; Kes 32:12
  • +Bau 14:31; Kes 4:34; 29:2
  • +Bau 23:23

Iyyaasuu 24:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fincila.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:2; Fr 99:5; Isa 6:3; 1Ph 1:15
  • +Bau 20:5; 34:14; Lak 25:11; Mat 4:10
  • +Bau 23:20, 21; Lak 14:35

Iyyaasuu 24:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15, 20; Iya 23:16; 2Se 15:2; Isa 63:10; Er 17:13

Iyyaasuu 24:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:8

Iyyaasuu 24:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 26:17; Iya 24:15

Iyyaasuu 24:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:26
  • +Uma 31:45

Iyyaasuu 24:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 31:48

Iyyaasuu 24:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:6

Iyyaasuu 24:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:8, 9

Iyyaasuu 24:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:49, 50

Iyyaasuu 24:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:12, 13; Abo 2:7

Iyyaasuu 24:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 50:25; Bau 13:19; Ibr 11:22
  • +HoE 7:15, 16
  • +Uma 33:18, 19
  • +Iya 20:7

Iyyaasuu 24:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:4; 20:26
  • +Bau 6:25; Abo 20:28

Yaada Wal Simu

Iya. 24:1Bau 18:25; Iya 23:2
Iya. 24:2Uma 11:26, 27
Iya. 24:2Uma 11:28, 31
Iya. 24:2Iya 24:15
Iya. 24:3Uma 12:1; Nah 9:7; HoE 7:2
Iya. 24:3Uma 15:1, 5
Iya. 24:3Uma 21:3
Iya. 24:4Uma 25:26
Iya. 24:4Uma 36:8; Kes 2:5
Iya. 24:4Uma 46:2, 3
Iya. 24:5Bau 3:10
Iya. 24:5Bau 11:1
Iya. 24:6Bau 12:37
Iya. 24:6Bau 14:9
Iya. 24:7Bau 14:10
Iya. 24:7Bau 14:20, 27; Fr 106:11
Iya. 24:7Bau 3:20; Kes 4:34
Iya. 24:7Lak 14:34
Iya. 24:8Lak 21:23
Iya. 24:8Nah 9:22
Iya. 24:9Lak 22:2, 5; Kes 23:3, 4
Iya. 24:10Lak 22:12
Iya. 24:10Lak 23:11, 25; 24:10
Iya. 24:10Lak 31:7, 49
Iya. 24:11Iya 3:17
Iya. 24:11Iya 5:10
Iya. 24:11Iya 11:16; 21:44; Ibr 11:30
Iya. 24:12Bau 23:28; Iya 2:9, 10
Iya. 24:12Fr 44:3
Iya. 24:13Iya 11:14
Iya. 24:13Kes 6:10, 11; 8:7, 8
Iya. 24:14Uma 17:1; Kes 10:12; 18:13; 1Sa 12:24
Iya. 24:14Lew 17:7; His 23:8
Iya. 24:15Iya 24:2
Iya. 24:15Bau 23:32; Kes 7:25; Abo 6:10; 10:6
Iya. 24:15Kes 30:19, 20; 1Mo 18:21
Iya. 24:17Kes 6:12
Iya. 24:17Bau 19:4; Kes 32:12
Iya. 24:17Bau 14:31; Kes 4:34; 29:2
Iya. 24:17Bau 23:23
Iya. 24:19Lew 19:2; Fr 99:5; Isa 6:3; 1Ph 1:15
Iya. 24:19Bau 20:5; 34:14; Lak 25:11; Mat 4:10
Iya. 24:19Bau 23:20, 21; Lak 14:35
Iya. 24:20Kes 28:15, 20; Iya 23:16; 2Se 15:2; Isa 63:10; Er 17:13
Iya. 24:21Bau 19:8
Iya. 24:22Kes 26:17; Iya 24:15
Iya. 24:26Kes 31:26
Iya. 24:26Uma 31:45
Iya. 24:27Uma 31:48
Iya. 24:28Abo 2:6
Iya. 24:29Abo 2:8, 9
Iya. 24:30Iya 19:49, 50
Iya. 24:31Kes 31:12, 13; Abo 2:7
Iya. 24:32Uma 50:25; Bau 13:19; Ibr 11:22
Iya. 24:32HoE 7:15, 16
Iya. 24:32Uma 33:18, 19
Iya. 24:32Iya 20:7
Iya. 24:33Lak 3:4; 20:26
Iya. 24:33Bau 6:25; Abo 20:28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 24:1-33

Iyyaasuu

24 Achiis Iyyaasuun gosoota Israaʼel hundumaa Sheekemitti walitti qabe; jaarsolii Israaʼel, dura buutota isaanii, abbootii murtii isaanii fi geggeessitoota isaaniis+ ni waame; isaanis Waaqa dhugaa dura dhaabbatan. 2 Iyyaasuunis guutummaa sabichaatiin akkana jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Abbaa Abrahaamii fi abbaa Naahor kan taʼe Taaraa dabalatee, abbootiin keessan+ warri bara dheeraa dura turan+ Lagicha* gama jiraatu turan; isaanis waaqolii kan biroo tajaajilaa turan.+

3 “‘Anis yeroo booda abbaa keessan Abrahaamiin+ Lagicha* gamaa fuudhee guutummaa biyya Kanaʼaan keessa akka deemu nan godhe; sanyii isaas nan baayʼise.+ Yisihaaqiin isaaf nan kenne;+ 4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+ 5 Boodas Musee fi Aaroniin ergee+ warra Gibxii wantan isaan gidduutti raawwadheen nan rukute;+ isiniin immoo achi keessaa nan baase. 6 Yommuun biyya Gibxii keessaa abbootii keessan baasettii+ fi yommuu isin gara galaanichaa dhuftanitti, warri Gibxii gaariiwwan fardaa waraanaa fi abbootii fardeeniitiin hamma Galaana Diimaatti abbootii keessan ariʼaa turan.+ 7 Abbootiin keessanis gara Yihowaatti iyyachuu jalqaban;+ kanaafuu, inni isinii fi warra Gibxii gidduu dukkana ni kaaʼe; achiis galaanicha isaan irratti deebisee isaan uwwise;+ isinis wanta ani Gibxii keessatti raawwadhe ijuma keessaniin argitaniittu.+ Sana booda, waggoota* hedduudhaaf lafa onaa keessa jiraattan.+

8 “‘Anis gara biyya Amoorotaa warra Yordaanos gama* jiraachaa turanitti isin nan fide; isaanis isin irratti waraana banan.+ Isin biyya isaanii dhaalaan fudhachuu akka dandeessaniif, ani harka keessanitti dabarsee isaan nan kenne; isin duraas haxaaʼee isaan nan balleesse.+ 9 Achiis Baalaaq ilmi Ziphoor inni mootii Moʼaab taʼe kaʼee Israaʼel irratti waraana bane. Kanaafuu, inni akka isin abaaruuf Balaʼaam ilma Beʼoriin ni waame.+ 10 Taʼus ani Balaʼaamiin hin dhageenye.+ Kanaafuu, inni irra deddeebiʼee isin ni eebbise;+ anis harka isaa irraa isin nan oolche.+

11 “‘Sana booda isin Yordaanosiin ceetanii+ gara Yerikoo dhuftan.+ Geggeessitoonni* Yerikoo, jechuunis Amooronni, Pheriizonni, Kanaʼaanonni, Heetonni, Girgaashonni, Hiiwonnii fi Yebuusonni isin irratti waraana banan; ani garuu harka keessanitti dabarsee isaan nan kenne.+ 12 Kanaafuu, ani naasuu* isaanitti nan erge; naasuun kunis mootota Amoorotaa lamaan isin duraa ni ariʼe.+ Kun kan taʼe goraadee keessanii fi iddaa keessaniin miti.+ 13 Akka kanaan ani lafa isin itti hin dadhabnee fi magaalota isin hin ijaarre isiniif nan kenne;+ isinis isaan keessa ni jiraattan. Ammas mukeetii wayinii fi mukeetii ejersaa* hin dhaabne irraa nyaachaa jirtu.’+

14 “Kanaafuu, Yihowaa sodaadhaa; garaa qulqulluu* fi amanamummaadhaan* isa tajaajilaa;+ waaqolii ormaa warra abbootiin keessan Lagicha* gamattii fi biyya Gibxii keessatti+ tajaajilan of biraa balleessaatii Yihowaa tajaajilaa. 15 Ammas Yihowaa tajaajiluun hamaa taʼee yoo isinitti mulʼate, waaqolii abbootiin keessan Lagicha* gamatti+ tajaajilan yookiin waaqolii Amoorotaa warra isin biyya isaanii keessa jiraachaa jirtan+ kanaa keessaa isa kam akka tajaajiltan harʼa filadhaa.+ Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla.”

16 Yeroo kanatti sabichi akkana jedhee deebise: “Yihowaa dhiisuunii fi waaqolii kan biroo tajaajiluun nuuf wanta hin yaadamne dha. 17 Inni nuu fi abbootii keenya biyya Gibxii keessaa mana garbummaa+ jalaa baase,+ inni ija keenya duratti mallattoowwan guguddaa kana raawwate,+ akkasumas inni daandii irra deemne hundumaa irrattii fi saboota keessa darbine hundumaa gidduutti+ nu eegaa ture Waaqa keenya Yihowaa dha. 18 Yihowaan Amoorota dabalatee saboota warra nu dura biyyattii keessa jiraachaa turan hundumaa ariʼeera. Kanaafuu, nutis Yihowaa tajaajilla; sababiin isaas inni Waaqa keenya dha.”

19 Achiis Iyyaasuun sabichaan akkana jedhe: “Isin Yihowaa tajaajiluu hin dandeessan; sababiin isaas inni Waaqa qulqulluu dha;+ akkasumas Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+ Inni balleessaa* keessanii fi cubbuu keessan isiniif hin dhiisu.+ 20 Isin Yihowaa dhiistanii waaqolii ormaa yoo tajaajiltan, inni sana dura wanta gaarii kan isiniif godhe taʼus, isinitti garagalee haxaaʼee isin balleessa.”+

21 Sabichi garuu Iyyaasuudhaan, “Lakki, nuti Yihowaa tajaajilla!”+ jedhe. 22 Kanaafuu, Iyyaasuun sabichaan, “Isin fedhii keessaniin of irratti ragoota taataniittu; ofuma keessaniinis Yihowaa tajaajiluu filattaniittu”+ jedhe. Isaanis deebisanii, “Nuti ragoota dha” jedhan.

23 Iyyaasuunis, “Kanaafuu, waaqolii ormaa warra isin gidduu jiran of biraa balleessaa; garaa keessan guutuudhaanis gara Yihowaa Waaqa Israaʼelitti deebiʼaa” isaaniin jedhe. 24 Isaanis Iyyaasuudhaan, “Nuti Waaqa keenya Yihowaa ni tajaajilla; sagalee isaatiifis ni ajajamna!” jedhan.

25 Iyyaasuunis guyyaa sanatti sabichaa wajjin kakuu gale; isaaniifis Sheekem keessatti dambii fi seera hundeesse. 26 Achiis Iyyaasuun dubbii kana kitaaba Seera Waaqayyoo+ irratti ni barreesse; dhagaa guddaa tokkos fuudhee+ muka guddaa iddoo qulqulluu Yihowaa biratti argamu jala ni dhaabe.

27 Iyyaasuunis itti fufuudhaan guutummaa sabichaatiin, “Kunoo, dhagaan kun wanta Yihowaan nuun jedhe hundumaa waan dhagaʼeef, nu irratti ragaa taʼee ni tajaajila;+ Waaqa keessan akka hin gannetti isin irrattis ragaa taʼee ni tajaajila” jedhe. 28 Sana booda Iyyaasuun namoota sana tokkoon tokkoon isaanii gara dhaala dhaala isaaniitti+ ni geggeesse.

29 Wantoota kana booda, Iyyaasuun ilmi Nuun inni tajaajilaa Yihowaa ture umurii isaa waggaa 110tti ni duʼe.+ 30 Kanaafuu, isaan naannoo dhaala isaa keessatti, jechuunis Timnaat Seeraa+ ishii kaaba Gaara Gaʼaashitti naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu keessatti isa awwaalan. 31 Israaʼelis guutummaa bara Iyyaasuutti, guutummaa bara jaarsolii warra Iyyaasuu boodas lubbuudhaan turanittii fi wanta Yihowaan Israaʼeliif godhe hundumaa beekanitti Yihowaa tajaajiluu isaa itti fufe.+

32 Lafeen Yoseef+ inni Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa fuudhanii baʼan lafa xinnoo Yaaqoob ilmaan Hamoor+ irraa meetii 100n bite keessatti awwaalamee ture;+ Sheekem ilmaan Hamoor keessaa tokko ture; iddoon sunis dhaala ilmaan Yoseef ni taʼe.+

33 Eleʼazaar ilmi Aaronis ni duʼe.+ Kanaafuu, isaan Tabba ilma isaa Finahaas+ isa naannoo gaarotaa Efreem keessatti isaaf kenname keessatti isa ni awwaalan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi