LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 89
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaʼee jaalala Yihowaa isa amanamaa faarfachuu

        • Kakuu Daawitii wajjin galame (3)

        • Sanyiin Daawit bara baraaf jiraata (4)

        • Inni Waaqni dibe sun “Abbaa” jedhee isa waama (26)

        • Kakuun Daawit mirkanaaʼaa dha (34-37)

        • Namni Awwaala jalaa miliquu hin dandaʼu (48)

Faarfannaa 89:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:30, 31; 1Se 2:6

Faarfannaa 89:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jabaatee dhaabbata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:41; Isa 54:10

Faarfannaa 89:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:8; 1Mo 8:16; Luq 1:32, 33
  • +Fr 132:11; His 34:23; Hos 3:5; Yoh 7:42

Faarfannaa 89:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 17:11; Mul 22:16
  • +2Sa 7:12, 13; Ibr 1:8

Faarfannaa 89:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:5; 71:19
  • +Iyo 38:7

Faarfannaa 89:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:2, 3
  • +Dan 7:9, 10

Faarfannaa 89:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:2; Fr 84:12
  • +Kes 32:4

Faarfannaa 89:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:35
  • +Fr 65:7; 107:29

Faarfannaa 89:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:26; 15:4
  • +Isa 30:7
  • +Bau 3:20; Kes 4:34; Luq 1:51

Faarfannaa 89:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:26
  • +1Se 29:11; Fr 50:12

Faarfannaa 89:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:22, 23
  • +Kes 3:8; Iya 12:1

Faarfannaa 89:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:6
  • +Bau 13:3
  • +Fr 44:3

Faarfannaa 89:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4; Fr 71:19; Mul 15:3
  • +Bau 34:6; Er 9:24

Faarfannaa 89:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 10:10; Fr 98:6

Faarfannaa 89:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gaanfi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:7
  • +1Sa 2:10

Faarfannaa 89:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:6

Faarfannaa 89:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 18:14
  • +2Sa 7:8

Faarfannaa 89:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:22
  • +1Sa 16:12, 13; HoE 10:38

Faarfannaa 89:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 80:17; Isa 42:1

Faarfannaa 89:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 17:9

Faarfannaa 89:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 3:1; 7:9
  • +Fr 110:1

Faarfannaa 89:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gaanfi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:15; 1Se 17:13; HoE 13:34

Faarfannaa 89:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Aangoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:21; Fr 72:8

Faarfannaa 89:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:47; Fr 18:2

Faarfannaa 89:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 6:15; Mul 1:5; 19:16
  • +Fr 2:7; Ibr 1:5

Faarfannaa 89:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:34
  • +2Sa 23:5; Fr 89:34

Faarfannaa 89:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:7; Er 33:17; Ibr 1:8

Faarfannaa 89:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “murtiiwwan.”

Faarfannaa 89:32

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Fincila.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:14; 1Mo 11:14, 31

Faarfannaa 89:33

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Amanamummaan koos soba hin taʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:15; 1Mo 11:32, 36

Faarfannaa 89:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 33:20, 21
  • +Yaq 1:17

Faarfannaa 89:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 23:19; Fr 132:11

Faarfannaa 89:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:16, 17; Fr 72:17; Isa 11:1; Er 23:5; Yoh 12:34; Mul 22:16
  • +Dan 7:14; Luq 1:32, 33

Faarfannaa 89:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9

Faarfannaa 89:40

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gaaddisawwan.”

Faarfannaa 89:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:37

Faarfannaa 89:42

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Harka mirgaa hamajaajota isaa ol qabdeetta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:25

Faarfannaa 89:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:1

Faarfannaa 89:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 7:7; Fr 39:5

Faarfannaa 89:48

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 30:23; Fr 49:7, 9

Faarfannaa 89:49

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:12-15; Fr 132:11; Isa 55:3

Faarfannaa 89:50

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bobaa koo jalatti baachuuf.”

Faarfannaa 89:52

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:13; 72:18

Yaada Wal Simu

Far. 89:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Mo 4:30, 31; 1Se 2:6
Far. 89:21Se 16:41; Isa 54:10
Far. 89:32Sa 7:8; 1Mo 8:16; Luq 1:32, 33
Far. 89:3Fr 132:11; His 34:23; Hos 3:5; Yoh 7:42
Far. 89:41Se 17:11; Mul 22:16
Far. 89:42Sa 7:12, 13; Ibr 1:8
Far. 89:6Fr 40:5; 71:19
Far. 89:6Iyo 38:7
Far. 89:7Isa 6:2, 3
Far. 89:7Dan 7:9, 10
Far. 89:81Sa 2:2; Fr 84:12
Far. 89:8Kes 32:4
Far. 89:9Er 31:35
Far. 89:9Fr 65:7; 107:29
Far. 89:10Bau 14:26; 15:4
Far. 89:10Isa 30:7
Far. 89:10Bau 3:20; Kes 4:34; Luq 1:51
Far. 89:111Qo 10:26
Far. 89:111Se 29:11; Fr 50:12
Far. 89:12Iya 19:22, 23
Far. 89:12Kes 3:8; Iya 12:1
Far. 89:13Bau 6:6
Far. 89:13Bau 13:3
Far. 89:13Fr 44:3
Far. 89:14Kes 32:4; Fr 71:19; Mul 15:3
Far. 89:14Bau 34:6; Er 9:24
Far. 89:15Lak 10:10; Fr 98:6
Far. 89:17Fr 28:7
Far. 89:171Sa 2:10
Far. 89:18Fr 2:6
Far. 89:191Sa 18:14
Far. 89:192Sa 7:8
Far. 89:20HoE 13:22
Far. 89:201Sa 16:12, 13; HoE 10:38
Far. 89:21Fr 80:17; Isa 42:1
Far. 89:221Se 17:9
Far. 89:232Sa 3:1; 7:9
Far. 89:23Fr 110:1
Far. 89:242Sa 7:15; 1Se 17:13; HoE 13:34
Far. 89:251Mo 4:21; Fr 72:8
Far. 89:262Sa 22:47; Fr 18:2
Far. 89:271Xi 6:15; Mul 1:5; 19:16
Far. 89:27Fr 2:7; Ibr 1:5
Far. 89:28HoE 13:34
Far. 89:282Sa 23:5; Fr 89:34
Far. 89:29Isa 9:7; Er 33:17; Ibr 1:8
Far. 89:322Sa 7:14; 1Mo 11:14, 31
Far. 89:332Sa 7:15; 1Mo 11:32, 36
Far. 89:34Er 33:20, 21
Far. 89:34Yaq 1:17
Far. 89:35Lak 23:19; Fr 132:11
Far. 89:362Sa 7:16, 17; Fr 72:17; Isa 11:1; Er 23:5; Yoh 12:34; Mul 22:16
Far. 89:36Dan 7:14; Luq 1:32, 33
Far. 89:381Se 28:9
Far. 89:41Kes 28:37
Far. 89:42Kes 28:25
Far. 89:46Fr 13:1
Far. 89:47Iyo 7:7; Fr 39:5
Far. 89:48Iyo 30:23; Fr 49:7, 9
Far. 89:492Sa 7:12-15; Fr 132:11; Isa 55:3
Far. 89:52Fr 41:13; 72:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
  • 52
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 89:1-52

Faarfannaa

Maaskiil.* Faarfannaa Eetaan+ Izraahichaa.

89 Waaʼee karaawwan Yihowaan jaalala amanamaa itti argisiisee bara baraaf nan faarfadha.

Afaan kootiinis dhaloota hundumaatti amanamummaa kee nan beeksisa.

 2 Sababiin isaas ani, “Jaalalli amanamaan bara baraaf ni ijaarama,*+

Atis samiiwwan keessatti amanamummaa kee cimsitee dhaabdeetta” jedheera.

 3 “Isan filadhee wajjin kakuu galeera;+

Tajaajilaa koo Daawitiif akkana jedhee kakadheera:+

 4 ‘Sanyii kee+ bara baraaf cimsee nan dhaaba,

Teessoo kees dhaloota hundumaatiif nan ijaara.’”+ (Seelaa)

 5 Yaa Yihowaa, samiiwwan dinqiiwwan kee,

Eeyyee, gumii qulqullootaa keessattis amanamummaa kee ni jajatu.

 6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+

Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?

 7 Waaqayyo yaaʼii qulqullootaa keessatti sodaatamaa dha;+

Inni warra naannoo isaatti argaman hundumaa biratti guddaa fi sodaachisaa dha.+

 8 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa,

Yaa Yaah, akka kee jabaa kan taʼe eenyu?+

Amanamummaan kee sitti marseera.+

 9 Ati galaana jeeqamu ni toʼatta;+

Yommuu dambaliiwwan isaa jeeqaman, cal isaan jechisiista.+

10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+

Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+

11 Samiiwwan kan kee ti, laftis kan kee ti;+

Lafa oomisha kennituu fi wanta ishii irra guute+ situ hundeesse.

12 Kaabaa fi kibba situ uume;

Taaborii+ fi Hermoon+ gammachuudhaan maqaa kee jajatu.

13 Irreen kee jabaa dha;+

Harki kee cimaa dha;+

Harki kee mirgaa ol kaʼaa dha.+

14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+

Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+

15 Sabni ililchuu beeku gammadaa dha.+

Yaa Yihowaa, isaan ifa fuula keetiitiin ni deddeebiʼu.

16 Guyyaa guutuu maqaa keetti ni gammadu,

Qajeelummaa keetiinis ol ni qabamu.

17 Sababiin isaas, ati ulfina jabina isaanii ti,+

Si biratti fudhatama argachuu keenyaanis jabinni* keenya ni dabala.+

18 Gaachanni keenya Yihowaa biraa,

Mootiin keenyas Isa Qulqulluu kan Israaʼel biraa dhufa.+

19 Yeroo sanatti akkana jettee warra siif amanamoo taʼanitti mulʼataan dubbatte:

“Ani isa jabaadhaaf jabina nan kenne;+

Isa sabicha gidduudhaa filatames ol nan qabe.+

20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+

Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+

21 Harki koo isa ni deggera,+

Irreen koos isa ni jabeessa.

22 Diinni kam iyyuu gibira isa hin gaafatu,

Namni jalʼaa taʼe kam iyyuus isa hin cunqursu.+

23 Ani diinota isaa isa duraa nan caccabsa,+

Warra isa jibbanis nan rukuta.+

24 Amanamummaan koo fi jaalalli koo inni amanamaan isaa wajjin jiru,+

Maqaa kootiinis jabinni* isaa ni dabala.

25 Harka* isaa galaana irra,

Harka isaa mirgaas lageen irra nan kaaʼa.+

26 Inni, ‘Ati Abbaa koo,

Waaqa koo fi Qarsaa fayyinaa koo ti’+ jedhee na waammata.

27 Anis angafa,

Mootota lafaa keessaa isa hunda irra caalus+ isa nan godha.+

28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+

Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+

29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,

Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+

30 Ilmaan isaa seera koo yoo dhiisan,

Akka labsiiwwan* koottis yoo deddeebiʼuu baatan,

31 Dambiiwwan koo yoo cabsan,

Ajajawwan koos yoo eeguu baatan,

32 Ajajamuu diduu* isaaniitiif uleedhaan isaan nan adaba,+

Dogoggora isaaniitiifis isaan nan garafa.

33 Taʼus, jaalala amanamaa ani isaaf qabu matumaa hin dhiisu,+

Waadaa koos utuun hin raawwatin hin dhiisu.*

34 Kakuu koo hin cabsu+

Yookiin wanta afaan koo dubbate hin jijjiiru.+

35 Siʼa tokkicha yeroo hundumaatiif, qulqullummaa kootiin kakadheera;

Daawititti soba hin dubbadhu.+

36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+

37 Akkuma addeessa ishii samii keessatti ragaa baatuu amanamtuu taate sanaatti,

Teessoon isaas bara baraaf jabaatee dhaabbata.” (Seelaa)

38 Haa taʼu malee, atumti isa gatteetta, isa dhiisteettas;+

Isa dibdetti baayʼee aarteetta.

39 Kakuu tajaajilaa kee wajjin galte tuffatteetta;

Gonfoo isaas lafatti gattee xureessiteetta.

40 Dallaawwan* dhagaa isaa hundumaa diigdeetta;

Dahoowwan isaas jigsiteetta.

41 Warri achiin darban hundi isa saamaniiru;

Inni olloota isaa biratti kan arrabsamu taʼeera.+

42 Hamajaajonni isaa injifannoo akka argatan gooteetta;*+

Diinonni isaa hundis akka gammadan gooteetta.

43 Goraadeen isaa duubatti akka deebiʼu,

Innis dirree waraanaa irratti akka moʼamu gooteetta.

44 Simboon isaa akka badu gooteetta,

Teessoo isaas lafatti darbatteetta.

45 Bara dargaggummaa isaa gabaabsiteetta;

Salphinas isatti uwwisteetta. (Seelaa)

46 Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti of dhoksita? Bara baraafii?+

Dheekkamsi kee akkuma ibiddaatti bobaʼuu isaa ittuma fufaa?

47 Umuriin koo hammam gabaabaa akka taʼe yaadadhu!+

Ati ilmaan namootaa hunda kaayyoo malee uumtee?

48 Namni matumaa utuu duʼa hin argin jiraachuu dandaʼu kan akkamii ti?+

Inni humna Awwaalaa* jalaa of* oolchuu ni dandaʼaa? (Seelaa)

49 Yaa Yihowaa, gochawwan kee warri bara durii jaalala kee isa amanamaadhaan raawwatte,

Warri amanamummaa keetiin Daawitiif kakatte sun eessa jiru?+

50 Yaa Yihowaa, qoosaa tajaajiltoota kee irratti darbatame,

Anis qoosaa namoota hundumaa akkamitti baachuuf* akkan dirqame yaadadhu;

51 Yaa Yihowaa, diinonni kee akkamitti arrabsoo akka darbatan,

Tokkoon tokkoon tarkaanfii isa ati dibde sanaas akkamitti akka arrabsan yaadadhu.

52 Yihowaan bara baraaf haa jajamu. Ameen, Ameen.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi