LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Lakkoofsaa

      • Ilmaan Aaron (1-4)

      • Leewwonni tajaajilaaf ni filataman (5-39)

      • Angafa furuu (40-51)

Lakkoofsa 3:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dhaloonni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:2

Lakkoofsa 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 10:1; 1Se 24:2
  • +Bau 6:25; Kes 10:6
  • +Bau 6:23; 38:21; 1Se 6:3

Lakkoofsa 3:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harki isaanii guutamee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 28:1; Lew 8:2, 3

Lakkoofsa 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 10:1, 2
  • +Lak 3:32; 20:26
  • +Lak 4:28; 7:8

Lakkoofsa 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 8:6; 18:2
  • +Lak 1:50; 8:11

Lakkoofsa 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:12
  • +Lak 1:51

Lakkoofsa 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 8:15, 16; 18:6

Lakkoofsa 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormi,” jechuunis, namni maatii Aaron keessaa hin taane.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 40:15; Lak 18:7
  • +Lak 16:39, 40; 1Sa 6:19; 2Se 26:16, 18

Lakkoofsa 3:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “angafa gadameessa saaqu hundumaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:41, 45

Lakkoofsa 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:2; 34:19; Lak 18:15; Luq 2:23
  • +Bau 13:15
  • +Lew 27:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 1/2021, ful. 12-13

Lakkoofsa 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:1

Lakkoofsa 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:39

Lakkoofsa 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:16; Lak 26:57; 1Se 23:6

Lakkoofsa 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:17

Lakkoofsa 3:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:18

Lakkoofsa 3:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:29
  • +Bau 6:19

Lakkoofsa 3:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:20

Lakkoofsa 3:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:38-40

Lakkoofsa 3:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:53

Lakkoofsa 3:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:24-26
  • +Bau 26:7
  • +Bau 26:14
  • +Bau 26:36

Lakkoofsa 3:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 27:9
  • +Bau 27:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 1/2021, ful. 13

Lakkoofsa 3:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:19

Lakkoofsa 3:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:34-36

Lakkoofsa 3:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:53

Lakkoofsa 3:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:22; 1Se 6:18

Lakkoofsa 3:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 25:10
  • +Bau 25:23
  • +Bau 25:31
  • +Bau 27:1, 2; 30:1-3
  • +Bau 38:3
  • +Bau 26:31
  • +Lak 4:15

Lakkoofsa 3:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:16; 20:28

Lakkoofsa 3:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:20; 26:58

Lakkoofsa 3:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 4:42-44

Lakkoofsa 3:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:53

Lakkoofsa 3:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 36:20
  • +Bau 36:31
  • +Bau 26:32, 37; 36:37, 38
  • +Bau 27:19
  • +Lak 4:31, 32

Lakkoofsa 3:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 27:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 1/2021, ful. 13

Lakkoofsa 3:38

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormi,” jechuunis, namni gosa Leewwii hin taane.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:10

Lakkoofsa 3:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:15

Lakkoofsa 3:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:12
  • +Bau 13:2; Lak 18:15

Lakkoofsa 3:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:39, 43
  • +Lak 18:15

Lakkoofsa 3:47

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka sheeqilii qulqulluu.”

  • *

    Sheeqiliin tokko 11.4 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

  • *

    Geeraan tokko 0.57 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 18:15, 16
  • +Lew 27:25

Lakkoofsa 3:51

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “afaan.”

Yaada Wal Simu

Lak. 3:1Bau 19:2
Lak. 3:2Lew 10:1; 1Se 24:2
Lak. 3:2Bau 6:25; Kes 10:6
Lak. 3:2Bau 6:23; 38:21; 1Se 6:3
Lak. 3:3Bau 28:1; Lew 8:2, 3
Lak. 3:4Lew 10:1, 2
Lak. 3:4Lak 3:32; 20:26
Lak. 3:4Lak 4:28; 7:8
Lak. 3:6Lak 8:6; 18:2
Lak. 3:6Lak 1:50; 8:11
Lak. 3:8Lak 4:12
Lak. 3:8Lak 1:51
Lak. 3:9Lak 8:15, 16; 18:6
Lak. 3:10Bau 40:15; Lak 18:7
Lak. 3:10Lak 16:39, 40; 1Sa 6:19; 2Se 26:16, 18
Lak. 3:12Lak 3:41, 45
Lak. 3:13Bau 13:2; 34:19; Lak 18:15; Luq 2:23
Lak. 3:13Bau 13:15
Lak. 3:13Lew 27:26
Lak. 3:14Bau 19:1
Lak. 3:15Lak 3:39
Lak. 3:17Bau 6:16; Lak 26:57; 1Se 23:6
Lak. 3:18Bau 6:17
Lak. 3:19Bau 6:18
Lak. 3:201Se 6:29
Lak. 3:20Bau 6:19
Lak. 3:211Se 6:20
Lak. 3:22Lak 4:38-40
Lak. 3:23Lak 1:53
Lak. 3:25Lak 4:24-26
Lak. 3:25Bau 26:7
Lak. 3:25Bau 26:14
Lak. 3:25Bau 26:36
Lak. 3:26Bau 27:9
Lak. 3:26Bau 27:16
Lak. 3:27Lak 3:19
Lak. 3:28Lak 4:34-36
Lak. 3:29Lak 1:53
Lak. 3:30Bau 6:22; 1Se 6:18
Lak. 3:31Bau 25:10
Lak. 3:31Bau 25:23
Lak. 3:31Bau 25:31
Lak. 3:31Bau 27:1, 2; 30:1-3
Lak. 3:31Bau 38:3
Lak. 3:31Bau 26:31
Lak. 3:31Lak 4:15
Lak. 3:32Lak 4:16; 20:28
Lak. 3:33Lak 3:20; 26:58
Lak. 3:34Lak 4:42-44
Lak. 3:35Lak 1:53
Lak. 3:36Bau 36:20
Lak. 3:36Bau 36:31
Lak. 3:36Bau 26:32, 37; 36:37, 38
Lak. 3:36Bau 27:19
Lak. 3:36Lak 4:31, 32
Lak. 3:37Bau 27:10, 11
Lak. 3:38Lak 3:10
Lak. 3:40Lak 3:15
Lak. 3:41Lak 3:12
Lak. 3:41Bau 13:2; Lak 18:15
Lak. 3:46Lak 3:39, 43
Lak. 3:46Lak 18:15
Lak. 3:47Lak 18:15, 16
Lak. 3:47Lew 27:25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Lakkoofsa 3:1-51

Lakkoofsa

3 Yeroo Yihowaan Gaara Siinaa+ irratti Museetti dubbatetti, hiddi dhalootaa* Aaronii fi Musee kana ture. 2 Maqaan ilmaan Aaron, inni angafaa Naadaab, achiis Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ ture. 3 Maqaan ilmaan Aaron luboota taʼanii dibamanii fi luboota taʼanii akka tajaajilaniif muudamanii* kana ture.+ 4 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun yommuu lafa onaa Siinaa keessatti Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne dhiheessanitti+ Yihowaa duratti waan ajjeefamaniif, isaan ijoollee dhiiraa hin qaban turan. Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ garuu abbaa isaanii Aaronii wajjin luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.

5 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+ 7 Isaan tajaajila isaanii isa godoo qulqulluu wajjin wal qabate raawwachuudhaan, itti gaafatamummaa isaa fi guutummaa yaaʼichaatiif qaban dunkaana walgaʼii duratti ni raawwatu. 8 Isaan miʼawwan dunkaana walgaʼii hundumaa ni kunuunsu;+ tajaajila godoo qulqulluu ilaallatu raawwachuudhaanis itti gaafatamummaa Israaʼelota ilaalchisee qaban ni raawwatu.+ 9 Ati Leewwota Aaronii fi ilmaan isaatiif ni kennita. Isaan kan kennaman, jechuunis Israaʼelota keessaa isaaf kan kennamani dha.+ 10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+

11 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: 12 “Kunoo, ani Israaʼelota keessaa bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa* Leewwota nan fudhadha;+ Leewwonni kan koo ni taʼu. 13 Sababiin isaas, angafni hundi kan koo ti.+ Ani guyyaan biyya Gibxii keessatti angafoota hundumaa rukutetti,+ namas taʼe horii angafoota Israaʼel keessa jiran hundumaa ofii kootiif qulqulleesseera.+ Isaan kan koo ni taʼu. Ani Yihowaa dha.”

14 Yihowaan lafa onaa Siinaa+ keessatti Museetti dubbachuu isaa itti fufuudhaan akkana jedhe: 15 “Ilmaan Leewwii akka manneen abbootii isaaniittii fi akka maatii maatii isaaniitti galmeessi. Dhiira jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe hundumaa galmeessi.”+ 16 Kanaafuu, Museen akkuma ajajametti, qajeelfama Yihowaatiin isaan ni galmeesse. 17 Maqaan ilmaan Leewwii Geershon, Qehaatii fi Meraarii ture.+

18 Maqaan ilmaan Geershon akka maatii maatii isaaniitti Libnii fi Shimeʼii ture.+

19 Ilmaan Qehaat akka maatii maatii isaaniitti Amraam, Yizhaar, Kebroonii fi Uuziʼel turan.+

20 Ilmaan Meraarii akka maatii maatii isaaniitti Maahlii+ fi Muushii+ turan.

Kanneen kun akka manneen abbootii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan.

21 Geershon irraa kan dhufan maatii Libnotaa+ fi maatii Shimeʼiiwotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Geershonotaa turan. 22 Dhiironni isaanii warri umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 7,500 ture.+ 23 Maatiiwwan Geershonotaa godoo qulqulluu duubaan+ kallattii dhihaatiin buufatanii turan. 24 Ajajaan mana abbootii Geershonotaa Eliyaasaaf ilma Laaʼel ture. 25 Itti gaafatamummaan ilmaan Geershon+ dunkaana walgaʼii keessatti qaban, godoo qulqulluu fi dunkaana+ isaa, wanta isa irraan uwwifamuu+ fi golgaa+ balbala dunkaana walgaʼii, 26 golgaawwan mooraa isaa,+ golgaa+ karra mooraa isa godoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti marsee jiruu fi funyoowwan dunkaanaa kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture.

27 Qehaat irraa kan dhufan maatii Amraamotaa, maatii Yizhaarotaa, maatii Kebroonotaa fi maatii Uuziʼelotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Qehaatotaa turan.+ 28 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe walumaa galatti lakkoofsi isaanii 8,600 ture; itti gaafatamummaan isaanii iddoo qulqulluu kunuunsuu ture.+ 29 Maatiiwwan ilmaan Qehaat godoo qulqulluu irraa kallattii kibbaatiin buufatanii turan.+ 30 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Qehaatotaa Elizaafaan ilma Uuziʼel+ ture. 31 Itti gaafatamummaan isaanii Taaboticha,+ minjaalicha,+ baattuu ibsaa,+ iddoowwan aarsaa,+ miʼawwan+ iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf oolanii fi golgicha+ kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabatan hundumaa raawwachuu ture.+

32 Ilma Aaron lubichaa kan taʼe Eleʼazaar+ inni warra wantoota iddoo qulqulluu wajjin wal qabatan irratti itti gaafatamummaa qaban toʼatu geggeessaa ajajjoota Leewwotaa ture.

33 Meraarii irraa kan dhufan maatii Maahlotaa fi maatii Muushotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Meraarii turan.+ 34 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 6,200 ture.+ 35 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Meraarii Zuriʼel ilma Abihaayil ture. Isaan godoo qulqulluu sana irraa kallattii kaabaatiin buufatanii turan.+ 36 Itti gaafatamummaan ilmaan Meraarii qaban maqaaniiwwan+ godoo qulqulluu, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan+ isaa, miiloowwan isaa warra uraa qabanii fi miʼawwan isaa hundumaa+ toʼachuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture;+ 37 kana malees, utubaawwan mooraa sanatti marsanii jiran hundumaa fi miiloowwan isaanii warra uraa qaban,+ qofoowwan dunkaanaa isaanii fi funyoowwan dunkaanaa isaanii toʼachuu ture.

38 Godoo qulqulluu fuuldura gara kallattii bahaatti, jechuunis dunkaana walgaʼii fuuldura gara aduun baatuun kan buufatan Musee, Aaronii fi ilmaan isaa turan. Kun dirqama isaan Israaʼelotaaf raawwatan waan taʼeef, iddoo qulqulluu sana kunuunsuuf itti gaafatamummaa qabu turan. Namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu yoo achitti dhihaate ni ajjeefama.+

39 Dhiironni gosa Leewwii umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri Musee fi Aaron ajaja Yihowaatiin akka maatii maatii isaaniitti galmeessan walumaa galatti 22,000 turan.

40 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Angafoota Israaʼelotaa warra umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe hundumaa galmeessi;+ isaan lakkaaʼi; maqaa isaaniis barreessi. 41 Bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota adda naaf baasi;+ bakka beeladoota Israaʼelotaa warra dura dhalatan hundumaas beeladoota Leewwotaa adda baasi;+ ani Yihowaa dha.” 42 Achiis Museen akkuma Yihowaan isa ajajetti angafoota Israaʼelota gidduutti argaman hundumaa ni galmeesse. 43 Dhiironni angafaa warri umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri maqaadhaan galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 22,273 ture.

44 Yihowaan akkana jedhee Museetti dubbachuu isaa itti fufe: 45 “Bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota adda baasi; bakka beeladoota isaaniis beeladoota Leewwotaa adda baasi; Leewwonni kan koo ni taʼu. Ani Yihowaa dha. 46 Angafoota Israaʼelotaa 273n warra lakkoofsi isaanii lakkoofsa Leewwotaa irra caale sanaaf+ gatii furii+ akka taʼutti, 47 tokkoon tokkoon isaaniitiif akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti sheeqilii* shan ni fudhatta.+ Sheeqiliin tokko geeraa* 20 dha.+ 48 warra lakkoofsi isaanii lakkoofsa Leewwotaa irra caale sanaaf gatii furii akka taʼuuf, maallaqicha Aaronii fi ilmaan isaatti ni kennita.” 49 Kanaafuu, Museen warra lakkoofsi isaanii lakkoofsa Leewwotaa irra caale sana furuuf, maallaqa gatii furiitiif oolu sana walitti ni qabe. 50 Inni maallaqicha, jechuunis akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe sanaatti sheeqilii 1,365 angafoota Israaʼelotaa irraa ni fuudhe. 51 Achiis Museen akkuma Yihowaan isa ajajee turetti, akka dubbii* Yihowaatti maallaqa gatii furii sanaa Aaronii fi ilmaan isaatti ni kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi