LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 11:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama gowwoomsu.”

  • *

    Ykn., “guutuu taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:36

Fakkeenya 11:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:18; Luq 14:8, 9
  • +Mik 6:8; 1Ph 5:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 164

Fakkeenya 11:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:1; Fak 13:6
  • +Fak 28:18

Fakkeenya 11:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanti gatii guddaa qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 7:19; Mat 16:26
  • +Uma 7:1

Fakkeenya 11:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:23; As 7:10; Fak 5:22

Fakkeenya 11:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 39:18
  • +Fak 1:32

Fakkeenya 11:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:9, 10; Luq 12:18-20

Fakkeenya 11:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 7:9; Fak 21:18; Dan 6:23, 24

Fakkeenya 11:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Waaqa hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:10-12

Fakkeenya 11:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:20, 21; As 9:19, 22

Fakkeenya 11:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:34
  • +Yaq 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2008, ful. 19

Fakkeenya 11:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:27; 1Ph 2:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 5

Fakkeenya 11:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Namni hafuuraan amanamaa taʼe.”

  • *

    Kal., “dhimma tokko ni dhoksa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:16; Fak 20:19; 26:22

Fakkeenya 11:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyinni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:22; 20:18; 24:6

Fakkeenya 11:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waadaa galuu jibbu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:1, 5; 20:16

Fakkeenya 11:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubartiin namatti toltu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:39; 1Ph 3:3, 4

Fakkeenya 11:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni jaalala amanamaa argisiisu.”

  • *

    Ykn., “lubbuu isaatiif wanta gaarii godha.”

  • *

    Ykn., “salphina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 6:38
  • +Yaq 5:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2020, ful. 11

Fakkeenya 11:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 27:13, 14
  • +Gal 6:7, 8

Fakkeenya 11:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 10:34, 35; Mul 2:10

Fakkeenya 11:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:26; Fak 3:32
  • +Fr 51:6; Fak 15:8

Fakkeenya 11:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Harki kan wal qabate taʼus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 8:13; His 18:4

Fakkeenya 11:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:9; Mat 5:6

Fakkeenya 11:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni bittinneessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:10; Fak 19:17; Lal 11:1, 2
  • +Hag 1:6

Fakkeenya 11:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

  • *

    Kal., “ni cooma.”

  • *

    Kal., “tolaan bishaan obaasu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:35; 2Qo 9:6
  • +Luq 6:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 155

Fakkeenya 11:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:2
  • +As 7:10; Fr 10:2

Fakkeenya 11:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 31:24, 28; Fr 52:5, 7
  • +Fr 1:2, 3; 52:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    10/2015, ful. 5

Fakkeenya 11:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “salphina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 7:15

Fakkeenya 11:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:4
  • +1Qo 9:20-22; Yaq 5:19, 20

Fakkeenya 11:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 18:24; 2Ta 1:6; 1Ph 4:18

Yaada Wal Simu

Fak. 11:1Lew 19:36
Fak. 11:2Fak 16:18; Luq 14:8, 9
Fak. 11:2Mik 6:8; 1Ph 5:5
Fak. 11:3Fr 26:1; Fak 13:6
Fak. 11:3Fak 28:18
Fak. 11:4His 7:19; Mat 16:26
Fak. 11:4Uma 7:1
Fak. 11:52Sa 17:23; As 7:10; Fak 5:22
Fak. 11:6Er 39:18
Fak. 11:6Fak 1:32
Fak. 11:7Bau 15:9, 10; Luq 12:18-20
Fak. 11:8As 7:9; Fak 21:18; Dan 6:23, 24
Fak. 11:9Fak 2:10-12
Fak. 11:10Bau 15:20, 21; As 9:19, 22
Fak. 11:11Fak 14:34
Fak. 11:11Yaq 3:6
Fak. 11:12Fak 17:27; 1Ph 2:23
Fak. 11:13Lew 19:16; Fak 20:19; 26:22
Fak. 11:14Fak 15:22; 20:18; 24:6
Fak. 11:15Fak 6:1, 5; 20:16
Fak. 11:161Sa 25:39; 1Ph 3:3, 4
Fak. 11:17Luq 6:38
Fak. 11:17Yaq 5:3, 4
Fak. 11:18Iyo 27:13, 14
Fak. 11:18Gal 6:7, 8
Fak. 11:19HoE 10:34, 35; Mul 2:10
Fak. 11:20Fr 18:26; Fak 3:32
Fak. 11:20Fr 51:6; Fak 15:8
Fak. 11:21Lal 8:13; His 18:4
Fak. 11:23Isa 26:9; Mat 5:6
Fak. 11:24Kes 15:10; Fak 19:17; Lal 11:1, 2
Fak. 11:24Hag 1:6
Fak. 11:25HoE 20:35; 2Qo 9:6
Fak. 11:25Luq 6:38
Fak. 11:27Fak 12:2
Fak. 11:27As 7:10; Fr 10:2
Fak. 11:28Iyo 31:24, 28; Fr 52:5, 7
Fak. 11:28Fr 1:2, 3; 52:8
Fak. 11:29Iya 7:15
Fak. 11:30Fak 15:4
Fak. 11:301Qo 9:20-22; Yaq 5:19, 20
Fak. 11:31His 18:24; 2Ta 1:6; 1Ph 4:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 11:1-31

Fakkeenya

11 Madaalliin sirrii hin taane* Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,

Dhagaan madaallii sirrii taʼe* garuu isa gammachiisa.+

 2 Yeroo of tuulummaan dhufu salphinnis ni dhufa,+

Ogummaan garuu warra humna isaanii beekan biratti argama.+

 3 Qajeelonni amanamummaan isaanii isaan qajeelcha,+

Gantoonni garuu jalʼinni isaanii isaan balleessa.+

 4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+

Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+

 5 Qajeelummaan nama balleessaa hin qabnee daandii isaa isaaf ni qajeelcha,

Namni hamaan garuu hammina isaatiin ni kufa.+

 6 Qajeelonni qajeelummaan isaanii isaan oolcha,+

Gantoonni garuu hawwii ofii isaaniitiin ni qabamu.+

 7 Namni hamaan yeroo duʼu abdiin isaa ni bada;

Wanti inni humna isaatiin argachuuf eeggatus ni bada.+

 8 Namni qajeelaan dhiphina irraa ni oola,

Namni hamaan immoo bakka isaa ni buʼa.+

 9 Namni gantuun* afaan isaatiin ollaa isaa irratti badiisa fida,

Qajeelonni garuu beekumsaan ni oolu.+

10 Gaarummaan qajeelotaa magaalaan akka gammaddu godha,

Namoonni hamoon yeroo badanis gammachuu guddaatu taʼa.+

11 Eebba qajeelotaatiin magaalaan ol ni qabamti,+

Afaan hamootaa garuu ishii ni diiga.+

12 Namni hubannaa* hin qabne hundi ollaa isaa tuffata,

Namni hubannaa dhugaa qabu garuu calluma jedha.+

13 Namni maqaa namaa balleessu iccitii baasaa asii fi achi deema,+

Namni amanamaan* garuu iccitii eega.*

14 Qajeelfamni ogummaa irratti hundaaʼe hin jiru taanaan uummanni ni kufa,

Gorsitoota hedduudhaan garuu milkaaʼinni* ni argama.+

15 Namni liqii nama ormaatiif wabii taʼu kam iyyuu miidhaan isa irra gaʼa,+

Namni harka rukutuudhaan waadaa galuu irraa fagaatu* garuu nagaadhaan jiraata.

16 Dubartii gaariin* ulfina argatti,+

Namoonni gara jabeeyyii taʼan garuu qabeenya horatu.

17 Namni garraamiin* ofii isaa ni fayyada,*+

Namni gara jabeessi garuu rakkina* ofitti fida.+

18 Namni hamaan mindaa gowwoomsaa argata,+

Namni qajeelummaa facaasu garuu badhaasa dhugaa argata.+

19 Namni ciminaan qajeelummaadhaaf dhaabbatu jireenya argata,+

Namni wanta hamaa duukaa buʼu garuu ni duʼa.

20 Warri garaan isaanii jalʼaa taʼe Yihowaa duratti jibbisiisoo dha,+

Warri karaa isaanii irratti balleessaa hin qabne garuu isa ni gammachiisu.+

21 Waaʼee kanaa mirkanaaʼaa taʼi:* Namni hamaan utuu hin adabamin hin hafu,+

Ijoolleen qajeelotaa garuu ni oolu.

22 Dubartii bareedduun hubannaa tuffattu,

Akkuma amartii warqii funyaan booyyee irra jiruu ti.

23 Hawwiin qajeelotaa gara gaariitti geessa,+

Wanti hamoonni abdatan garuu gara aariitti geessa.

24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+

Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+

25 Namni* arjaan ni badhaadha,*+

Namni warra kaan dheebuu baasu* hundis ofii isaatiif dheebuu ni baʼa.+

26 Namoonni nama midhaan gurguruu didu ni abaaru,

Nama midhaan gurguru garuu ni eebbisu.

27 Namni dhimmee wanta gaarii raawwatu gaarummaa argata,+

Namni wanta hamaa barbaadu garuu wantuma sanatu isa irra gaʼa.+

28 Namni badhaadhina isaatti amanamu ni kufa,+

Qajeelonni garuu akkuma baala lalisaatti ni lalisu.+

29 Namni maatii isaa irratti rakkina* fidu hundi bubbee dhaala,+

Namni gowwaanis nama garaa ogeessa taʼe qabuuf tajaajilaa ni taʼa.

30 Firiin nama qajeelaa muka jireenyaa ti,+

Namni lubbuu* boojiʼus ogeessa dha.+

31 Namni qajeelaan lafa irratti argamu dhugumaan gatii isaa kan argatu erga taʼee,

Namni hamaanii fi namni cubbamaan hoo caalaatti gatii isaanii hin argatanii ree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi