LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 105
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Gochawwan Yihowaan saba isaatiif raawwate

        • Waaqni kakuu isaa ni yaadata (8-10)

        • “Warra ani dibe hin tuqinaa” (15)

        • Waaqni Yoseef isa garbicha taʼetti fayyadame (17-22)

        • Dinqiiwwan Waaqayyo Gibxii keessatti raawwate (23-36)

        • Israaʼel Gibxii keessaa ni baʼe (37-39)

        • Waaqni waadaa Abrahaamiif gale ni yaadate (42)

Faarfannaa 105:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 136:1
  • +1Se 16:8-13; Fr 96:3; 145:11, 12; Isa 12:4

Faarfannaa 105:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa isaaf qopheessaa.”

  • *

    Ykn tarii, “hundumaa dubbadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 77:12; 119:27

Faarfannaa 105:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 9:24
  • +Fr 119:2

Faarfannaa 105:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 5:4; Sef 2:3

Faarfannaa 105:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:18, 19

Faarfannaa 105:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:6
  • +Bau 19:5, 6; Isa 41:8

Faarfannaa 105:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:2; Fr 100:3
  • +1Se 16:14-18; Isa 26:9; Mul 15:4

Faarfannaa 105:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Dubbii ajajes.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:9; Nah 1:5; Luq 1:72, 73

Faarfannaa 105:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 17:1, 2; 22:15-18
  • +Uma 26:3

Faarfannaa 105:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 12:7; 13:14, 15; 15:18; 26:3; 28:13; Fr 78:55

Faarfannaa 105:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 34:30
  • +Uma 17:8; 23:4; 1Se 16:19-22; HoE 7:4, 5

Faarfannaa 105:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 20:1; 46:6

Faarfannaa 105:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 31:7, 42
  • +Uma 12:17; 20:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 20-21

    4/15/2010, ful. 8

Faarfannaa 105:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 26:9, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 20-21

    4/15/2010, ful. 8

Faarfannaa 105:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ulee daabboo isaanii ni cabse.” Tarii kun uleewwan daabboo kuusuuf oolan kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:30, 54; 42:5; HoE 7:11

Faarfannaa 105:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 37:28, 36; 45:4, 5; 50:20

Faarfannaa 105:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni cunqursan.”

  • *

    Ykn., “Lubbuun isaa sibiila keessa gale.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2015, ful. 14-15

Faarfannaa 105:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 7:10

Faarfannaa 105:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:14

Faarfannaa 105:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:39-41, 48; 45:8

Faarfannaa 105:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkuma lubbuu isaatti toletti.”

  • *

    Kal., “bulchitoota isaa akka hidhuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:33, 38

Faarfannaa 105:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 46:4, 6

Faarfannaa 105:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 1:7; HoE 7:17
  • +Bau 1:8, 9

Faarfannaa 105:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 1:10; HoE 7:18, 19

Faarfannaa 105:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:10; 4:12, 14; 6:11; 7:1

Faarfannaa 105:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:10; Fr 78:43-51

Faarfannaa 105:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 10:22, 23

Faarfannaa 105:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 7:20, 21

Faarfannaa 105:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 8:6

Faarfannaa 105:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 8:17, 24

Faarfannaa 105:32

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “labooba ibiddaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 9:23-26

Faarfannaa 105:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 10:13-15

Faarfannaa 105:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:29

Faarfannaa 105:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:13, 14; Bau 3:22; 12:35, 36

Faarfannaa 105:38

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:33

Faarfannaa 105:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:19, 20
  • +Bau 13:21

Faarfannaa 105:40

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “aburdaallaa.” Simbira xinnoo furdoo taatee fi 18 cm dheerattu. Foon ishii kan nyaatamu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:27
  • +Bau 16:12-15; Fr 78:24

Faarfannaa 105:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 17:6; 1Qo 10:1, 4
  • +Fr 78:15, 16

Faarfannaa 105:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 12:7; 15:13, 14; Bau 2:24; Kes 9:5

Faarfannaa 105:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:3

Faarfannaa 105:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:23; 21:43; Nah 9:22; Fr 78:55; HoE 13:19
  • +Kes 6:10, 11; Iya 5:11, 12

Faarfannaa 105:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:40

Yaada Wal Simu

Far. 105:1Fr 136:1
Far. 105:11Se 16:8-13; Fr 96:3; 145:11, 12; Isa 12:4
Far. 105:2Fr 77:12; 119:27
Far. 105:3Er 9:24
Far. 105:3Fr 119:2
Far. 105:4Amo 5:4; Sef 2:3
Far. 105:5Kes 7:18, 19
Far. 105:6Bau 3:6
Far. 105:6Bau 19:5, 6; Isa 41:8
Far. 105:7Bau 20:2; Fr 100:3
Far. 105:71Se 16:14-18; Isa 26:9; Mul 15:4
Far. 105:8Kes 7:9; Nah 1:5; Luq 1:72, 73
Far. 105:9Uma 17:1, 2; 22:15-18
Far. 105:9Uma 26:3
Far. 105:11Uma 12:7; 13:14, 15; 15:18; 26:3; 28:13; Fr 78:55
Far. 105:12Uma 34:30
Far. 105:12Uma 17:8; 23:4; 1Se 16:19-22; HoE 7:4, 5
Far. 105:13Uma 20:1; 46:6
Far. 105:14Uma 31:7, 42
Far. 105:14Uma 12:17; 20:2, 3
Far. 105:15Uma 26:9, 11
Far. 105:16Uma 41:30, 54; 42:5; HoE 7:11
Far. 105:17Uma 37:28, 36; 45:4, 5; 50:20
Far. 105:18Uma 39:20
Far. 105:19HoE 7:10
Far. 105:20Uma 41:14
Far. 105:21Uma 41:39-41, 48; 45:8
Far. 105:22Uma 41:33, 38
Far. 105:23Uma 46:4, 6
Far. 105:24Bau 1:7; HoE 7:17
Far. 105:24Bau 1:8, 9
Far. 105:25Bau 1:10; HoE 7:18, 19
Far. 105:26Bau 3:10; 4:12, 14; 6:11; 7:1
Far. 105:27Nah 9:10; Fr 78:43-51
Far. 105:28Bau 10:22, 23
Far. 105:29Bau 7:20, 21
Far. 105:30Bau 8:6
Far. 105:31Bau 8:17, 24
Far. 105:32Bau 9:23-26
Far. 105:34Bau 10:13-15
Far. 105:36Bau 12:29
Far. 105:37Uma 15:13, 14; Bau 3:22; 12:35, 36
Far. 105:38Bau 12:33
Far. 105:39Bau 14:19, 20
Far. 105:39Bau 13:21
Far. 105:40Fr 78:27
Far. 105:40Bau 16:12-15; Fr 78:24
Far. 105:41Bau 17:6; 1Qo 10:1, 4
Far. 105:41Fr 78:15, 16
Far. 105:42Uma 12:7; 15:13, 14; Bau 2:24; Kes 9:5
Far. 105:43Lak 33:3
Far. 105:44Iya 11:23; 21:43; Nah 9:22; Fr 78:55; HoE 13:19
Far. 105:44Kes 6:10, 11; Iya 5:11, 12
Far. 105:45Kes 4:40
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 105:1-45

Faarfannaa

105 Yihowaadhaaf galata galchaa,+ maqaa isaa waammadhaa;

Gochawwan isaas saboota gidduutti beeksisaa!+

 2 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*

Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+

 3 Maqaa isaa isa qulqulluudhaan boonaa.+

Garaan warra Yihowaa barbaaddatanii haa gammadu.+

 4 Yihowaa fi jabina isaa barbaaddadhaa.+

Yeroo hunda fuula isaa barbaaddadhaa.

 5 Hojiiwwan dinqisiisoo inni raawwate,

Dinqiiwwan isaa fi murtiiwwan inni dabarse yaadadhaa;+

 6 Isin warri sanyii tajaajilaa isaa Abrahaam taatan,+

Isin ilmaan Yaaqoob warri isaaf filatamtan+ kana yaadadhaa.

 7 Inni Waaqa keenya Yihowaa dha.+

Murtiiwwan isaas guutummaa lafaa irratti ni mulʼatu.+

 8 Inni kakuu isaa bara baraaf,

Waadaa gales* dhaloota kumaaf ni yaadata;+

 9 Inni kakuu Abrahaamii wajjin gale,+

Kakaa Yisihaaqiif kakates ni yaadata;+

10 Isa Yaaqoobiif labsii godhee,

Israaʼeliifis kakuu dhaabbataa godhee hundeesse ni yaadata;

11 Inni, “Ani biyya Kanaʼaan

Dhaala siif ramadame godhee siif nan kenna” jedheera.+

12 Kanas kan dubbate yeroo lakkoofsi isaanii xinnoo turetti,+

Eeyyee, yeroo baayʼee xinnoo turettii fi yeroo isaan biyyattii keessatti namoota biyya ormaa turanitti dha.+

13 Isaan saba tokko irraa gara saba kaaniitti,

Mootummaa tokko irraas gara uummata kaaniitti jooran.+

14 Inni namni kam iyyuu akka isaan cunqursu hin heyyamne;+

Kanaa mannaa, isaaniif jedhee mootota ni akeekkachiise;+

15 “Warra ani dibe hin tuqinaa;

Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa” jedhe.+

16 Biyyattii irratti beelli akka buʼu godhe;+

Karaa nyaata ittiin argatan ni cufe.*

17 Nama tokko isaan dura ni erge,

Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+

18 Isaanis miila isaa hidhaa sibiilaatiin hidhan,*+

Morma isaas sibiila gidduu galchan;*

19 Hamma yeroon dubbiin isaa itti raawwatamu gaʼutti,+

Wanti Yihowaan dubbate isa qulqulleesse.

20 Isa hiiksisuuf mootiin dhaamsa ni erge,+

Bulchaan uummataa bilisa isa baase.

21 Innis mana isaa irratti gooftaa,

Qabeenya isaa hundumaa irrattis bulchaa isa godhe.+

22 Kunis kan taʼe, akkuma barbaadetti* bulchitoota isaa irratti aangoo akka qabaatuuf,*

Maanguddoota isaas ogummaa akka barsiisuufi.+

23 Achiis Israaʼel gara Gibxii ni dhufe,+

Yaaqoobis nama biyya ormaa taʼee biyya Kaam keessa jiraate.

24 Waaqayyo sabni isaa baayʼee akka horan godhe;+

Diinota isaanii caalaas jajjaboo akka taʼan godhe;+

25 Tajaajiltoota isaa irratti mala akka qopheessaniif,

Garaan diinota isaanii jijjiiramee saba isaa akka jibbu godhe.+

26 Inni tajaajilaa isaa Musee,

Aaron isa filate sanas ni erge.+

27 Isaanis mallattoowwan isaa isaan gidduutti,

Dinqiiwwan isaas biyya Kaam keessatti ni raawwatan.+

28 Inni dukkana ni erge, biyyattiinis ni dukkanoofte;+

Isaan dubbii isaa irratti hin fincille.

29 Bishaan isaanii gara dhiigaatti jijjiiree

Qurxummiiwwan isaanii ajjeese.+

30 Kutaawwan mana mootii illee dabalatee

Biyyi isaanii raachaan ni guutamte.+

31 Akka isaan weeraraniif qarxaasaawwan,

Naannoowwan isaanii hundumaa keessattis bookeewwan ni erge.+

32 Bokkaa isaanii gara cabbiitti jijjiire;

Biyya isaanii irrattis bakakkaa* erge.+

33 Mukeetii wayinii fi mukeetii harbuu isaanii ni rukute,

Mukeetii naannoo isaanii keessa jiranis ni caccabse.

34 Awwaannisni, awwaannisni xixinnoon lakkoofsa hin qabnes,

Akka isaan weeraran ajaje.+

35 Isaanis biqiltoota biyyattii keessatti argaman hundumaa,

Oomisha lafattiis nyaatanii fixan.

36 Achiis angafoota biyya isaanii keessa jiran,

Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan hundumaa ni rukute.+

37 Sabni isaa meetii fi warqii fudhatanii akka baʼan godhe;+

Gosoota isaanii keessaa kan gufate tokko illee hin turre.

38 Warri Gibxii akka malee Israaʼelota* sodaatanii waan turaniif,+

Yommuu isaan baʼan baayʼee gammadan.

39 Isaan golguuf duumessa isaan irratti diriirse,+

Halkanis ifa isaaniif kennuuf ibidda erge.+

40 Yommuu isaan foon gaafatan, dimbiriqqee* isaaniif kenne;+

Samii irraa nyaata isaaniif kennuudhaanis isaan quubsa ture.+

41 Qarsaa ni bane, bishaanis ni yaaʼe;+

Bishaanichi lafa onaa keessa akka lagaatti ni yaaʼe.+

42 Kanas kan godhe, waadaa qulqulluu isa tajaajilaa isaa Abrahaamiif gale sana waan yaadateefi.+

43 Kanaafuu, sabni isaa gammachuudhaan,

Warri isaaf filatamanis ililchuudhaan akka baʼan godhe.+

44 Biyya sabootaa isaaniif ni kenne;+

Isaanis wanta namoonni kaan itti dadhabanii oomishan ni dhaalan;+

45 Kanas kan godhe heerawwan isaa akka eeganiif,+

Seerawwan isaatiifis akka ajajamaniif ture.

Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi