LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Lakkoofsaa

      • Hojii lubootaa fi Leewwotaa (1-7)

      • Gaʼee lubootaa (8-19)

        • Kakuu soogiddaa (19)

      • Leewwonni kurnoo ni fudhatu, kurnoo ni kennu (20-32)

Lakkoofsa 18:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 25:8; Lew 21:10-12
  • +Bau 28:38; Lew 22:9; Lak 18:23

Lakkoofsa 18:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:53
  • +Lak 3:6; 8:22; 16:9

Lakkoofsa 18:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:25, 26, 30, 31, 36, 37
  • +Lak 4:15, 20; 16:39, 40

Lakkoofsa 18:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormi,” jechuunis, namni maatii Aaron keessaa hin taane.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:51; 3:10

Lakkoofsa 18:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:46
  • +Lew 24:2, 3; Lak 3:32
  • +Bau 30:7

Lakkoofsa 18:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:9, 12; 8:15, 16
  • +Lak 8:19

Lakkoofsa 18:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormi,” jechuunis, namni maatii Aaron keessaa hin taane.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 16:2, 12; Ibr 9:3, 7
  • +1Sa 2:28; Ibr 5:4
  • +Lak 3:10; 16:39, 40

Lakkoofsa 18:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:19; Lew 27:28, 30; Lak 18:11, 26
  • +Lew 7:34; Lak 5:9

Lakkoofsa 18:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 2:3
  • +Lew 5:11, 12; 6:25, 26
  • +Lew 7:1, 7

Lakkoofsa 18:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 29:32; Lew 6:14, 16; 10:12, 13
  • +Lew 6:18; 7:1, 6; 14:13; 21:22

Lakkoofsa 18:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 29:27; Lew 7:34
  • +Lak 15:20; His 44:30
  • +Lew 10:14; Kes 18:3
  • +Lew 22:4-6

Lakkoofsa 18:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:9
  • +Lew 2:14; Kes 18:4

Lakkoofsa 18:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:19

Lakkoofsa 18:14

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, wanta kan hin jijjiiramnee fi kan hin furamne taʼee Waaqayyoof adda baafamuudhaan Waaqayyoof qulqulleeffame kam iyyuu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 27:21, 28

Lakkoofsa 18:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon hundumaa keessaa warri.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:2; Lew 27:26; Lak 3:13
  • +Bau 13:13
  • +Bau 34:20; Lew 27:27

Lakkoofsa 18:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka sheeqilii qulqulluu.”

  • *

    Sheeqiliin tokko 11.4 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

  • *

    Geeraan tokko 0.57 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 27:6

Lakkoofsa 18:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa ciibsu; qabbaneessu.” Kal., “boqochiisu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 22:30; Kes 15:19
  • +Lew 17:11
  • +Lew 3:16

Lakkoofsa 18:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 29:26; Lew 7:31, 34

Lakkoofsa 18:19

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, kakuu dhaabbataa taʼee fi hin jijjiiramne.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:19; Lak 15:18, 19; 18:11, 26; 31:28, 29
  • +2Se 31:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    3/2021, ful. 8

Lakkoofsa 18:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:62, 63; Kes 10:9; 14:27; Iya 14:3
  • +Kes 18:1, 2; Iya 18:7; His 44:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2011, ful. 31

    9/15/2011, ful. 7-8

Lakkoofsa 18:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 27:30; Nah 10:37; 12:44; Ibr 7:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 170

Lakkoofsa 18:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:6, 7; 18:1
  • +Iya 13:33

Lakkoofsa 18:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “harka kudhan keessaa harka tokko.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:9

Lakkoofsa 18:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 18:21; Kes 12:19
  • +Nah 10:38

Lakkoofsa 18:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 15:20

Lakkoofsa 18:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 18:8, 12

Lakkoofsa 18:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:13

Lakkoofsa 18:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 22:2, 15

Yaada Wal Simu

Lak. 18:1Bau 25:8; Lew 21:10-12
Lak. 18:1Bau 28:38; Lew 22:9; Lak 18:23
Lak. 18:2Lak 1:53
Lak. 18:2Lak 3:6; 8:22; 16:9
Lak. 18:3Lak 3:25, 26, 30, 31, 36, 37
Lak. 18:3Lak 4:15, 20; 16:39, 40
Lak. 18:4Lak 1:51; 3:10
Lak. 18:5Lak 16:46
Lak. 18:5Lew 24:2, 3; Lak 3:32
Lak. 18:5Bau 30:7
Lak. 18:6Lak 3:9, 12; 8:15, 16
Lak. 18:6Lak 8:19
Lak. 18:7Lew 16:2, 12; Ibr 9:3, 7
Lak. 18:71Sa 2:28; Ibr 5:4
Lak. 18:7Lak 3:10; 16:39, 40
Lak. 18:8Bau 23:19; Lew 27:28, 30; Lak 18:11, 26
Lak. 18:8Lew 7:34; Lak 5:9
Lak. 18:9Lew 2:3
Lak. 18:9Lew 5:11, 12; 6:25, 26
Lak. 18:9Lew 7:1, 7
Lak. 18:10Bau 29:32; Lew 6:14, 16; 10:12, 13
Lak. 18:10Lew 6:18; 7:1, 6; 14:13; 21:22
Lak. 18:11Bau 29:27; Lew 7:34
Lak. 18:11Lak 15:20; His 44:30
Lak. 18:11Lew 10:14; Kes 18:3
Lak. 18:11Lew 22:4-6
Lak. 18:12Fak 3:9
Lak. 18:12Lew 2:14; Kes 18:4
Lak. 18:13Bau 23:19
Lak. 18:14Lew 27:21, 28
Lak. 18:15Bau 13:2; Lew 27:26; Lak 3:13
Lak. 18:15Bau 13:13
Lak. 18:15Bau 34:20; Lew 27:27
Lak. 18:16Lew 27:6
Lak. 18:17Bau 22:30; Kes 15:19
Lak. 18:17Lew 17:11
Lak. 18:17Lew 3:16
Lak. 18:18Bau 29:26; Lew 7:31, 34
Lak. 18:19Bau 23:19; Lak 15:18, 19; 18:11, 26; 31:28, 29
Lak. 18:192Se 31:4
Lak. 18:20Lak 26:62, 63; Kes 10:9; 14:27; Iya 14:3
Lak. 18:20Kes 18:1, 2; Iya 18:7; His 44:28
Lak. 18:21Lew 27:30; Nah 10:37; 12:44; Ibr 7:5
Lak. 18:23Lak 3:6, 7; 18:1
Lak. 18:23Iya 13:33
Lak. 18:24Kes 10:9
Lak. 18:26Lak 18:21; Kes 12:19
Lak. 18:26Nah 10:38
Lak. 18:27Lak 15:20
Lak. 18:29Lak 18:8, 12
Lak. 18:311Qo 9:13
Lak. 18:32Lew 22:2, 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Lakkoofsa 18:1-32

Lakkoofsa

18 Achiis Yihowaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati, ilmaan kee fi miseensonni mana abbootii keetii warri sii wajjin jiran dogoggora iddoo qulqulluu+ irratti raawwatamu kamiif iyyuu itti gaafatamtu; kana malees, atii fi ilmaan kee warri sii wajjin jiran dogoggora lubummaa keessan irratti raawwatamu kamiif iyyuu itti gaafatamtu.+ 2 Isaan sii wajjin akka taʼaniif, akkasumas dunkaana Dhugaa Baatuu sana duratti+ sii fi ilmaan kee akka tajaajilaniif,+ obboloota kee warra gosa Leewwii, jechuunis gosa abbootii keetii taʼan dhiheessi. 3 Isaan sii fi guutummaa dunkaanichaatiif itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu.+ Haa taʼu malee, isaanis taʼan isin akka hin duuneef, isaan gara miʼawwan iddoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti dhihaachuu hin qaban.+ 4 Isaan sii wajjin taʼanii dunkaana walgaʼii fi tajaajila dunkaanichaa wajjin wal qabate hundumaa ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu; namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu isinitti hin dhihaatin.+ 5 Dheekkamsi dabalataa+ saba Israaʼel irratti akka hin dhufneef, isin iddoo qulqulluu+ fi iddoo aarsaa+ ilaalchisee itti gaafatamummaa qabdan raawwadhaa. 6 Isiniif kennaa akka taʼaniif Israaʼelota gidduudhaa Leewwota warra obboloota keessan taʼan ofii kootiin fudhadheera.+ Isaan tajaajila dunkaana qulqulluu akka raawwataniif Yihowaadhaaf kan kennamani dha.+ 7 Atii fi ilmaan kee hojiiwwan luboota taʼuudhaan raawwattan warra iddoo aarsaa fi wanta golgaa keessa jiruu+ wajjin wal qabataniif itti gaafatamummaa qabdu; isin tajaajila kana raawwachuu qabdu.+ Tajaajila lubummaa kennaa godhee isiniif kenneera; namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+

8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+ 9 Wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼanii fi aarsaawwan ibiddaan dhihaatan keessaa aarsaawwan midhaanii+ isaanii, aarsaawwan cubbuu+ isaanii fi aarsaawwan yakkaa+ isaanii warra gara kootti fidan dabalatee aarsaan isaan dhiheessan hundi kan kee ni taʼa. Kun sii fi ilmaan keetiif hundumaa caalaa qulqulluu dha. 10 Iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe keessatti isa ni nyaatta.+ Dhiirri hundi isa nyaachuu ni dandaʼa. Kun siif qulqulluu dha.+ 11 Kennaawwan isaan aarsaawwan Israaʼelotaa warra sochoofaman+ hundumaa wajjin buusii godhanis+ kan kee ti. Ani wantoota kana siif, akkasumas ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra sii wajjin jiraniif gaʼee dhaabbataa godhee kenneera.+ Namni qulqulluun mana kee keessa jiru kam iyyuu isa nyaachuu ni dandaʼa.+

12 “Zayitii fi daadhii wayinii haaraa hunda irra caalu hundumaa, akkasumas firii jalqabaa+ midhaan isaanii isa isaan Yihowaadhaaf kennan siif nan kenna.+ 13 Lafa isaanii irraa firiiwwan jalqaba bilchaatan warri isaan Yihowaadhaaf fidan hundi kan kee ni taʼu.+ Namni qulqulluun mana kee keessa jiru kam iyyuu isa nyaachuu ni dandaʼa.

14 “Israaʼel keessatti wanti addaan baafame* kam iyyuu kan kee ni taʼa.+

15 “Namas taʼe horii uumamawwan jiraatoon* dura dhalatan+ warri isaan Yihowaadhaaf dhiheessan hundi kan kee ni taʼu. Haa taʼu malee, namoota keessaa warra dura dhalatan mamii tokko malee furi;+ horiiwwan xuraaʼoo keessaas warra dura dhalatan furuu qabda.+ 16 Yommuu inni jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼutti akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti, gatii meetii sheeqilii* shaniin shallagametti+ gatii furiitiin isa furi. Kunis geeraa* 20 dha. 17 Jibicha dura dhalate yookiin xobbaallaa hoolaa kormaa dura dhalatee yookiin reʼee dura dhalate qofa hin furin.+ Isaan qulqulluu dha. Dhiiga isaanii iddoo aarsaa irratti facaasi;+ coomni isaanii immoo aarsaa ibiddaan dhihaatuu fi urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* taʼee akka aaru godhi.+ 18 Foon isaaniis kan kee ni taʼa. Akkuma handaraafa aarsaa sochoofamuu fi akkuma luka mirgaatti inni kan kee ni taʼa.+ 19 Buusii qulqulluu Israaʼelonni Yihowaadhaaf buusii godhan hundumaa,+ siif, akkasumas ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra sii wajjin jiraniif gaʼee dhaabbataa godhee kenneera.+ Kunis Yihowaa duratti sii fi ijoollee kee warra sii wajjin jiraniif kakuu soogiddaa* dhaabbataa taʼe dha.”

20 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati biyya isaanii keessatti dhaala hin qabaattu; lafti isaan gidduutti argamu kam iyyuu kan kee hin taʼu.+ Ani Israaʼelota gidduutti gaʼee kee fi dhaala kee ti.+

21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu. 22 Kana booda sabni Israaʼel gara dunkaana walgaʼiitti akka hin dhihaanne; taʼuu baannaan isaan cubbuu fi duʼa ofitti fidu. 23 Leewwonni tajaajila dunkaana walgaʼiitti raawwatamu ni raawwatu; dogoggora sabichi raawwatuuf isaantu itti gaafatama.+ Isaan Israaʼelota gidduutti dhaala qabaachuu hin qaban;+ kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti dambii dhaabbataa taʼe dha. 24 Sababiin isaas, ani kurnoo* sabni Israaʼel Yihowaadhaaf buusii godhan dhaalaan Leewwotaaf kenneera. ‘Isaan Israaʼelota gidduutti dhaala qabaachuu hin qaban’ kanan jedhes kanaafi.”+

25 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 26 “Akkana jedhii Leewwotatti himi: ‘Kurnoo isa dhaala keessan akka taʼuuf isaan irraa fudhadhee isiniif kenne Israaʼelota irraa ni fudhattu;+ isin immoo isa keessaa kurnoo isaa Yihowaadhaaf buusii gootanii ni kennitu.+ 27 Kunis akkuma midhaan oobdii irraa+ yookiin oomisha guutuu cuunfaa wayinii yookiin cuunfaa zayitii keessan irraa buusii gootanitti isiniif ni lakkaaʼama. 28 Akka kanaan isin kurnoo Israaʼelota irraa fudhattan hundumaa irraa Yihowaadhaaf buusii ni kennitu; isa irraas buusii Yihowaadhaaf gootan Aaron lubichaaf ni kennitu. 29 Kennaawwan qulqulluu taʼanii isiniif kennaman hundumaa keessaa+ warra hunda irra caalan irraa buusii akaakuu hundumaa Yihowaadhaaf ni kennitu.’

30 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Isin isaan keessaa isa hunda irra caalu yommuu buusii gootan, Leewwotaaf akka oomisha oobdii irraatti, akka oomisha cuunfaa wayinii yookiin cuunfaa zayitiitti ni lakkaaʼama. 31 Kun mindaa tajaajila dunkaana walgaʼiitti raawwattaniif isiniif kaffalamu waan taʼeef, isinis taatan maatiin keessan bakka kamitti iyyuu isa nyaachuu ni dandeessu.+ 32 Isin isaan keessaa isa hunda irra caalu buusii yoo gootan cubbuu ofitti hin fiddan; wantoota qulqulluu Israaʼelotaa hin xureessinaa; taʼuu baannaan ni duutu.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi