LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Maatewos

      • MALLATTOO ARGAMA KIRISTOOS (1-51)

        • Waraana, hanqina nyaataa, kirkira lafaa (7)

        • Misiraachoon ni lallabama (14)

        • Rakkina guddaa (21, 22)

        • Mallattoo Ilma namaa (30)

        • Muka harbuu (32-34)

        • Akkuma bara Noh (37-39)

        • Dammaqaa eegaa (42-44)

        • Garbicha amanamaa fi garbicha hamaa (45-51)

Maatewos 24:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 255

Maatewos 24:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:1, 2; Luq 19:44; 21:5, 6

Maatewos 24:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:27, 37-39
  • +Mat 13:39; 28:20; Mar 13:3, 4; Luq 21:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 14

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 109

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 32

    Yesuus—Karaa, ful. 257

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2070, 2074

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2008, ful. 21-22

Maatewos 24:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:5, 6; Luq 21:8

Maatewos 24:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:24

Maatewos 24:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:7; Luq 21:9

Maatewos 24:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 6:4
  • +HoE 11:28; Mul 6:6
  • +Mar 13:8; Luq 21:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 32

    Nu Barsiisa, ful. 95-96

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 88-89

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2009, ful. 16-17

    Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, ful. 19-20

Maatewos 24:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, ful. 19-20

Maatewos 24:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:20; HoE 11:19; Mul 2:10
  • +Yoh 16:2; HoE 7:59; 12:1, 2; Mul 6:11
  • +Mat 10:17, 22; Mar 13:9, 13; Luq 21:12, 13, 17; Yoh 15:21; 2Xi 3:12

Maatewos 24:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:15; 1Xi 4:1; 2Ph 2:1

Maatewos 24:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2023, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 17-18

Maatewos 24:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:22; Mar 13:13; Luq 21:19; Ibr 10:36

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 169

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 59

Maatewos 24:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 9:35; 28:19, 20; Mar 13:10; Mul 14:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 8

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 21

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2020, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2016, ful. 8-12

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 6

    4/15/2013, ful. 22-26

    7/1/2012, ful. 26

    3/15/2009, ful. 17-18

    5/15/2008, ful. 12-13

    5/1/2006, ful. 27

    2/1/2006, ful. 22-32

    Nu Barsiisa, ful. 99-100

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 92-94

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 68-70, 76, 104-107

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 279-281

Maatewos 24:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:27; 11:31; 12:11; Mar 13:14-18; Luq 21:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 258

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 4-5

    4/15/2012, ful. 25-26

    5/15/2009, ful. 9, 13

Maatewos 24:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 21:21-23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 16

    4/15/2012, ful. 25-26

    5/15/2009, ful. 9, 13

Maatewos 24:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2013, ful. 10

    4/15/2012, ful. 25-26

    1/1/2007, ful. 6-7

Maatewos 24:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2012, ful. 25-26

    1/1/2007, ful. 6-7

Maatewos 24:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barsiisaa, ful. 248-249

Maatewos 24:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 21:23; Mul 7:14
  • +Dan 12:1; Mar 13:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 115

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 18-19

    5/15/2008, ful. 15-16

Maatewos 24:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon kan uffate.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 16

    7/15/2013, ful. 5

    9/15/2010, ful. 28

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 254

Maatewos 24:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:5
  • +Mar 13:21-23

Maatewos 24:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:15; 2Ph 2:1
  • +Mat 7:22, 23; 2Ta 2:9

Maatewos 24:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 17:23

Maatewos 24:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 17:24

Maatewos 24:28

Miiljaleewwan

  • *

    Gosti risaa ykn allaattii tokko tokko raqa nyaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 17:37

Maatewos 24:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:31
  • +Mar 13:24, 25; Luq 21:25, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 258

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 254-255

Maatewos 24:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 7:13
  • +Mul 1:7
  • +Mat 26:64; Mar 13:26; Luq 21:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 97

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 255

Maatewos 24:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 26

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 18-19

    7/15/2013, ful. 5

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 256-258

Maatewos 24:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:28-31; Luq 21:29-33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 258-259

Maatewos 24:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 5:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 258-259

Maatewos 24:34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    3/2018, ful. 5

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2014, ful. 31

    6/15/2010, ful. 5

    4/15/2010, ful. 10-11

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 11-13

Maatewos 24:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 21:33

Maatewos 24:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:1, 2
  • +Mar 13:32; HoE 1:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 194-198

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2016, ful. 14

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 203-204

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2012, ful. 4

Maatewos 24:37

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 6:11-13
  • +Luq 17:26, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 3-6

Maatewos 24:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 7:7; Ibr 11:7; 1Ph 3:19, 20; 2Ph 2:5

Maatewos 24:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 7:23; 2Ph 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2008, ful. 12

Maatewos 24:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 17:35

Maatewos 24:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 25:13; Mar 13:33; Luq 21:36

Maatewos 24:43

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “halkan keessaa saʼaatii meeqatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:2; 2Ph 3:10
  • +Luq 12:39, 40

Maatewos 24:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 13:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 5

    Tajaajila Mootummaa,

    11/2003, ful. 1

Maatewos 24:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hubataan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:42-44

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 10-12

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 54

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 31

    Gurmaaʼuu, ful. 18-20

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2017, ful. 26-28

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2014, ful. 3-5

    7/15/2013, ful. 20, 21-23

    6/15/2009, ful. 20-24

    11/1/2007, ful. 21

    4/1/2007, ful. 19-20

    Fedha Yihowaa, barumsa 19

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 130-131

Maatewos 24:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 7-8, 24

    4/1/2007, ful. 20

Maatewos 24:47

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Gurmaaʼuu, ful. 20

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 8, 24-25

    2/15/2009, ful. 26

    1/15/2008, ful. 24-25

    4/1/2007, ful. 20-21

Maatewos 24:48

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:45, 46

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 259

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 24-25

Maatewos 24:50

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 25:13

Maatewos 24:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:42

Yaada Wal Simu

Mat. 24:2Mar 13:1, 2; Luq 19:44; 21:5, 6
Mat. 24:3Mat 24:27, 37-39
Mat. 24:3Mat 13:39; 28:20; Mar 13:3, 4; Luq 21:7
Mat. 24:4Mar 13:5, 6; Luq 21:8
Mat. 24:5Mat 24:24
Mat. 24:6Mar 13:7; Luq 21:9
Mat. 24:7Mul 6:4
Mat. 24:7HoE 11:28; Mul 6:6
Mat. 24:7Mar 13:8; Luq 21:10, 11
Mat. 24:9Yoh 15:20; HoE 11:19; Mul 2:10
Mat. 24:9Yoh 16:2; HoE 7:59; 12:1, 2; Mul 6:11
Mat. 24:9Mat 10:17, 22; Mar 13:9, 13; Luq 21:12, 13, 17; Yoh 15:21; 2Xi 3:12
Mat. 24:11Mat 7:15; 1Xi 4:1; 2Ph 2:1
Mat. 24:13Mat 10:22; Mar 13:13; Luq 21:19; Ibr 10:36
Mat. 24:14Mat 9:35; 28:19, 20; Mar 13:10; Mul 14:6
Mat. 24:15Dan 9:27; 11:31; 12:11; Mar 13:14-18; Luq 21:20
Mat. 24:16Luq 21:21-23
Mat. 24:21Luq 21:23; Mul 7:14
Mat. 24:21Dan 12:1; Mar 13:19
Mat. 24:22Mar 13:20
Mat. 24:23Mat 24:5
Mat. 24:23Mar 13:21-23
Mat. 24:24Mat 7:15; 2Ph 2:1
Mat. 24:24Mat 7:22, 23; 2Ta 2:9
Mat. 24:26Luq 17:23
Mat. 24:27Luq 17:24
Mat. 24:28Luq 17:37
Mat. 24:29Yoe 2:31
Mat. 24:29Mar 13:24, 25; Luq 21:25, 26
Mat. 24:30Dan 7:13
Mat. 24:30Mul 1:7
Mat. 24:30Mat 26:64; Mar 13:26; Luq 21:27
Mat. 24:31Mar 13:27
Mat. 24:32Mar 13:28-31; Luq 21:29-33
Mat. 24:33Yaq 5:8, 9
Mat. 24:35Luq 21:33
Mat. 24:361Ta 5:1, 2
Mat. 24:36Mar 13:32; HoE 1:7
Mat. 24:37Uma 6:11-13
Mat. 24:37Luq 17:26, 27
Mat. 24:38Uma 7:7; Ibr 11:7; 1Ph 3:19, 20; 2Ph 2:5
Mat. 24:39Uma 7:23; 2Ph 3:6
Mat. 24:41Luq 17:35
Mat. 24:42Mat 25:13; Mar 13:33; Luq 21:36
Mat. 24:431Ta 5:2; 2Ph 3:10
Mat. 24:43Luq 12:39, 40
Mat. 24:44Mar 13:35
Mat. 24:45Luq 12:42-44
Mat. 24:46Mul 16:15
Mat. 24:48Luq 12:45, 46
Mat. 24:50Mat 25:13
Mat. 24:51Mat 13:42
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Maatewos 24:1-51

Wangeela Maatewos

24 Yesuus mana qulqullummaa keessaa baʼee utuu deemaa jiruu, barattoonni isaa gamoowwan mana qulqullummaa isatti argisiisuuf gara isaa dhufan. 2 Innis deebisee, “Wantoota kana hunda ni argitu mitii? Dhuguman isiniin jedha, dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaaniin jedhe.

3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.

4 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Eenyu iyyuu akka isin hin dogoggorsine of eeggadhaa;+ 5 sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani Kiristoosi’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu; namoota hedduus ni dogoggorsu.+ 6 Waraanaa fi oduu waraanaa ni dhageessu. Wantoonni kun taʼuu waan qabaniif, akka hin sodaanne of eeggadhaa; dhumni sirnichaa garuu hin geenye.+

7 “Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa;+ akkasumas hanqinni nyaataa+ fi kirkirri lafaa bakka garaa garaatti ni taʼa.+ 8 Haa taʼu malee, wantoonni kun hundi jalqaba ciniinsuu ti.

9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+ 10 Kana malees, namoonni hedduun ni gufatu; akkasumas wal ganu, wal jibbus. 11 Raajonni sobaa hedduun kaʼanii namoota hedduu ni dogoggorsu;+ 12 hamminni dabalaa waan deemuuf, jaalalli namoota hedduu ni qabbanaaʼa. 13 Namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+ 14 Saboota hundumaatti ragaa akka taʼuuf misiraachoon Mootummichaa guutummaa lafaa irratti ni lallabama;+ sana booda dhumni ni dhufa.

15 “Kanaafuu, akkuma Daaniʼel raajichi dubbate wanti balfamaan badiisa geessisu iddoo qulqulluu dhaabbatee yommuu argitan+ (inni dubbisu haa hubatu), 16 yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+ 17 Namni baaxii manaa irra jiru mana isaa keessaa miʼa fudhachuuf gad hin buʼin; 18 namni maasii keessa jirus uffata isaa fudhachuuf hin deebiʼin. 19 Guyyoota sanatti dubartoota ulfaa fi dubartoota hoosisaniif wayyoo! 20 Yeroon itti baqattan waqtii gannaatti yookiin guyyaa Sanbataatti akka hin taane kadhachuu keessan itti fufaa; 21 sababiin isaas, yeroo sanatti rakkinni guddaan+ jalqaba addunyaatii kaasee hanga ammaatti taʼee hin beeknee fi lammatas hin taane ni dhufa.+ 22 Guyyoonni sun utuu hin gabaabbanne taʼee, eenyu iyyuu* ooluu hin dandaʼu ture; haa taʼu malee, guyyoonni sun warra filatamaniif jecha ni gabaabbatu.+

23 “Yeroo sanatti eenyu iyyuu, ‘Kunoo, Kiristoos as jira!’+ yookiin ‘Achi jira!’ yoo isiniin jedhe hin amaninaa.+ 24 Sababiin isaas, Kiristoosonni sobaa fi raajonni sobaa+ kaʼanii yoo isaaniif dandaʼame warra filataman illee dogoggorsuuf mallattoowwan guguddaa fi dinqiiwwan ni hojjetu.+ 25 Egaa, ani dursee isin akeekkachiiseera. 26 Kanaafuu namoonni, ‘Kunoo, inni lafa onaa keessa jira’ yoo isiniin jedhan achi hin deeminaa; ‘Kunoo, inni gola keessa jira’ yoo isiniin jedhanis hin amaninaa.+ 27 Sababiin isaas, akkuma bakakkaan baha biiftuutii kaʼee hanga lixa biiftuutti ibsu, argamni* Ilma namaas akkanuma ni taʼa.+ 28 Bakka raqni jiru hundumaatti risaan* achitti wal gaʼa.+

29 “Rakkina guyyoota sanaa booda yeruma sana aduun ni dukkanoofti,+ addeessis ifa ishii hin kennitu, urjiileen samii irraa ni kukkufu, humnoonni samiis ni raafamu.+ 30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+ 31 Inni maleekota isaa sagalee malakataa guddaadhaan ni erga; isaanis warra isaaf filataman bubbeewwan arfan irraa, andaara samii isa tokkoo hanga isa kan biraatti walitti ni qabu.+

32 “Muka harbuu irraa fakkeenya kana baradhaa: Yeroo dameen isaa latee baala baafatu bonni akka dhihaate ni beektu.+ 33 Haaluma wal fakkaatuun isinis wantoota kana hunda yommuu argitan, inni balbalatti akka dhihaate+ beekaa. 34 Dhuguman isiniin jedha, wantoonni kun hundi hamma raawwatamanitti, dhaloonni kun matumaa hin darbu. 35 Samii fi lafti ni darbu; dubbiin koo garuu matumaa hin darbu.+

36 “Waaʼee guyyaa sanaa fi saʼaatii sanaa, Abbaa qofa malee kan beeku tokko illee hin jiru;+ maleekonni samiis taʼan Ilmi hin beekan.+ 37 Sababiin isaas, akkuma bara Nohitti taʼee ture,+ argamni* Ilma namaas akkasuma ni taʼa.+ 38 Bara Bishaan Badiisaa dura ture sanatti hanga guyyaa Noh doonichatti galetti,+ akkuma namoonni nyaachaa, dhugaa, dhiironni fuudhaa, dubartoonnis heerumaa turan, 39 akkasumas hanga Bishaan Badiisaa sun dhufee hunduma isaanii haree sokketti+ akkuma hin hubanne, argamni Ilma namaas akkanuma ni taʼa. 40 Yeroo sanatti, namoonni lama maasii keessatti hojjetu; inni tokko ni fudhatama, inni tokko immoo ni dhiifama. 41 Dubartoonni lama dhagaa daakuutiin daaku; ishiin tokko ni fudhatamti, ishiin tokko immoo ni dhiifamti.+ 42 Kanaafuu, Gooftaan keessan guyyaa kamitti akka dhufu waan hin beekneef, yeroo hundumaa dammaqaa eegaa.+

43 “Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti* akka dhufu+ utuu beekee, dammaqee eeguudhaan manni isaa cabsamee akka hin saamamne godha ture.+ 44 Kanaafuu, isinis Ilmi namaa saʼaatii isin hin yaadnetti waan dhufuuf qophaaʼoo taʼaa.+

45 “Garbichi amanamaanii fi ogeessi,* yeroo sirrii taʼetti nyaata isaanii akka isaaniif kennu gooftaan isaa maatii isaa irratti muude dhuguma eenyu?+ 46 Gooftaan isaa dhufee utuu inni akkana godhuu yoo isa arge garbichi sun gammadaa dha!+ 47 Dhuguman isiniin jedha, inni qabeenya isaa hundumaa irratti isa muuda.

48 “Haa taʼu malee, garbichi hamaan sun garaa isaatti, ‘Gooftaan koo ni tura’ jedhee yaaduudhaan,+ 49 warra akkuma isaa garboota taʼan reebuu, akkasumas warra machooftuu wajjin nyaachuu fi dhuguu yoo jalqabe, 50 gooftaan garbicha sanaa guyyaa inni hin eegnee fi saʼaatii inni hin beeknetti+ dhufee 51 adaba guddaa isa adaba; qoodni isaas fakkeessitootaa wajjin akka taʼu godha. Achittis ni booʼa, ilkaan isaas ni qara.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi