LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Fayyinaaf Waaqa jajachuu

        • ‘Yihowaan kattaa koo ti’ (2)

        • Yihowaan namoota amanamoodhaaf amanamaa dha (25)

        • Daandiin Waaqaa mudaa hin qabu (30)

        • ‘Gad of qabuun kee guddaa na godha’ (35)

Faarfannaa 18:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:1

Faarfannaa 18:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:32; Isa 12:2

Faarfannaa 18:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “fayyisaa koo isa humna qabeessaa.”

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:3; 37:39, 40; 40:17
  • +Kes 32:4
  • +Uma 15:1; 2Sa 22:2-4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    7/2021, ful. 14

Faarfannaa 18:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:15

Faarfannaa 18:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 20:3; Fr 116:3
  • +2Sa 20:1; 22:5, 6; Fr 22:16

Faarfannaa 18:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 9:12

Faarfannaa 18:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 11:4
  • +2Sa 22:7; Fr 10:17; 34:15; 1Ph 3:12

Faarfannaa 18:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:4
  • +2Sa 22:8-16; Fr 77:18

Faarfannaa 18:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mukukkullis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:27

Faarfannaa 18:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 144:5; Isa 64:1
  • +2Sa 22:10

Faarfannaa 18:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Qoochoowwan bubbee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 99:1
  • +Fr 104:3; Ibr 1:7

Faarfannaa 18:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:2
  • +Iyo 36:29

Faarfannaa 18:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:10; 7:10
  • +2Sa 22:14; Fr 29:3

Faarfannaa 18:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:30
  • +Iyo 36:32; Fr 144:6

Faarfannaa 18:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “boʼoowwan bishaanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:8; 2Sa 22:16
  • +Fr 74:15; 106:9; 114:1, 3

Faarfannaa 18:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:17-20; Fr 124:2-4

Faarfannaa 18:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:7; 35:10

Faarfannaa 18:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:11; 23:26

Faarfannaa 18:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “iddoo balʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 149:4

Faarfannaa 18:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 26:23; 1Mo 8:32
  • +1Sa 24:11; 2Sa 22:21-25; Fr 24:3, 4

Faarfannaa 18:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:11
  • +2Sa 22:24; Fak 14:16

Faarfannaa 18:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:25; Fak 5:21; Isa 3:10; Ibr 11:6

Faarfannaa 18:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:10
  • +2Sa 22:26-31; Iyo 34:11; Er 32:19

Faarfannaa 18:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:8
  • +Fr 125:5

Faarfannaa 18:27

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ijoota of tuulan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 34:28
  • +Fak 6:16, 17; Isa 2:11; Luq 18:14

Faarfannaa 18:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:11; Isa 42:16

Faarfannaa 18:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:19; Ibr 11:32-34
  • +2Sa 22:30; Flp 4:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2022, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 9

Faarfannaa 18:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4; Dan 4:37; Mul 15:3
  • +Fr 12:6; 19:8
  • +Fr 18:2; 84:11

Faarfannaa 18:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:8; Isa 45:5
  • +Kes 32:31; 1Sa 2:2; 2Sa 22:32-43

Faarfannaa 18:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:5, 7
  • +Isa 26:7

Faarfannaa 18:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 3:19

Faarfannaa 18:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1; Kes 33:29; Fr 28:7
  • +2Sa 22:36; Fr 113:6-8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 240-241

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2020, ful. 8

Faarfannaa 18:36

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gulubiin; Koronyoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:5

Faarfannaa 18:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:8, 9

Faarfannaa 18:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 44:5

Faarfannaa 18:40

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ati dugda diinota kootii naaf kennita.”

  • *

    Kal., “callisiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:41; Fr 34:21

Faarfannaa 18:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 30:6
  • +2Sa 8:3; Fr 2:8
  • +2Sa 22:44-46

Faarfannaa 18:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29

Faarfannaa 18:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni bututu.”

Faarfannaa 18:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Bau 15:2; 2Sa 22:47-49

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

Faarfannaa 18:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:35; Nho 1:2; Rom 12:19

Faarfannaa 18:48

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:9; Fr 59:1

Faarfannaa 18:49

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:43; Fr 117:1; Isa 11:10
  • +2Sa 22:50, 51; 1Se 16:9; Rom 15:9

Faarfannaa 18:50

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoowwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:6; 144:10
  • +Fr 89:20, 36; Isa 9:7; Luq 1:32, 33; Mul 5:5
  • +2Sa 7:15-17; 1Mo 3:6

Yaada Wal Simu

Far. 18:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Sa 22:1
Far. 18:1Fr 18:32; Isa 12:2
Far. 18:2Fr 3:3; 37:39, 40; 40:17
Far. 18:2Kes 32:4
Far. 18:2Uma 15:1; 2Sa 22:2-4
Far. 18:3Fr 50:15
Far. 18:41Sa 20:3; Fr 116:3
Far. 18:42Sa 20:1; 22:5, 6; Fr 22:16
Far. 18:5Lal 9:12
Far. 18:6Fr 11:4
Far. 18:62Sa 22:7; Fr 10:17; 34:15; 1Ph 3:12
Far. 18:7Abo 5:4
Far. 18:72Sa 22:8-16; Fr 77:18
Far. 18:8Isa 30:27
Far. 18:9Fr 144:5; Isa 64:1
Far. 18:92Sa 22:10
Far. 18:10Fr 99:1
Far. 18:10Fr 104:3; Ibr 1:7
Far. 18:11Fr 97:2
Far. 18:11Iyo 36:29
Far. 18:131Sa 2:10; 7:10
Far. 18:132Sa 22:14; Fr 29:3
Far. 18:14Isa 30:30
Far. 18:14Iyo 36:32; Fr 144:6
Far. 18:15Bau 15:8; 2Sa 22:16
Far. 18:15Fr 74:15; 106:9; 114:1, 3
Far. 18:162Sa 22:17-20; Fr 124:2-4
Far. 18:17Fr 3:7; 35:10
Far. 18:181Sa 19:11; 23:26
Far. 18:19Fr 149:4
Far. 18:201Sa 26:23; 1Mo 8:32
Far. 18:201Sa 24:11; 2Sa 22:21-25; Fr 24:3, 4
Far. 18:23Fr 84:11
Far. 18:232Sa 22:24; Fak 14:16
Far. 18:242Sa 22:25; Fak 5:21; Isa 3:10; Ibr 11:6
Far. 18:25Fr 97:10
Far. 18:252Sa 22:26-31; Iyo 34:11; Er 32:19
Far. 18:26Mat 5:8
Far. 18:26Fr 125:5
Far. 18:27Iyo 34:28
Far. 18:27Fak 6:16, 17; Isa 2:11; Luq 18:14
Far. 18:28Fr 97:11; Isa 42:16
Far. 18:292Sa 5:19; Ibr 11:32-34
Far. 18:292Sa 22:30; Flp 4:13
Far. 18:30Kes 32:4; Dan 4:37; Mul 15:3
Far. 18:30Fr 12:6; 19:8
Far. 18:30Fr 18:2; 84:11
Far. 18:31Fr 86:8; Isa 45:5
Far. 18:31Kes 32:31; 1Sa 2:2; 2Sa 22:32-43
Far. 18:32Fr 84:5, 7
Far. 18:32Isa 26:7
Far. 18:33An 3:19
Far. 18:35Uma 15:1; Kes 33:29; Fr 28:7
Far. 18:352Sa 22:36; Fr 113:6-8
Far. 18:36Fr 17:5
Far. 18:38Fr 2:8, 9
Far. 18:39Fr 44:5
Far. 18:402Sa 22:41; Fr 34:21
Far. 18:431Sa 30:6
Far. 18:432Sa 8:3; Fr 2:8
Far. 18:432Sa 22:44-46
Far. 18:44Kes 33:29
Far. 18:46Kes 32:4
Far. 18:46Bau 15:2; 2Sa 22:47-49
Far. 18:47Kes 32:35; Nho 1:2; Rom 12:19
Far. 18:482Sa 7:9; Fr 59:1
Far. 18:49Kes 32:43; Fr 117:1; Isa 11:10
Far. 18:492Sa 22:50, 51; 1Se 16:9; Rom 15:9
Far. 18:50Fr 2:6; 144:10
Far. 18:50Fr 89:20, 36; Isa 9:7; Luq 1:32, 33; Mul 5:5
Far. 18:502Sa 7:15-17; 1Mo 3:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 18:1-50

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa tajaajilaa Yihowaa kan taʼe Daawit guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti Yihowaadhaaf faarfate. Akkana jedhe:+

18 Jabina koo kan taate yaa Yihowaa,+ ani sin jaalladha.

 2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+

Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;

Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+

 3 Yihowaa isa jajamuun isaaf malu nan waammadha,

Diinota koo jalaas nan oola.+

 4 Wadaroon duʼaa natti marame,+

Lolaan namoonni gatii hin qabne gadhiisanis na naasise.+

 5 Wadaroon Awwaalaa* natti marame,

Kiyyoon duʼaas na dura dhaabbate.+

 6 Yeroo dhiphina kootti Yihowaa nan waammadhe,

Gargaarsa argachuufis irra deddeebiʼee gara Waaqa kootti nan iyyadhe.

Innis mana qulqullummaa isaa keessa taʼee sagalee koo dhagaʼe,+

Iyyi ani gargaarsa argachuuf dhageessises gurra isaa ni gaʼe.+

 7 Achiis lafti raafamuu fi hurgufamuu jalqabde,+

Buʼuurawwan gaarotaas ni hollatan,

Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+

 8 Funyaan isaa keessaa aarri ni baʼe,

Ibiddi nyaatu afaan isaa keessaa ni baʼe;+

Barbadaanis* isa keessaa burqe.

 9 Inni yommuu gad buʼu samiin akka gad jedhu godhe,+

Duumessi gurraachis miila isaa jala ture.+

10 Inni kiruubel irra taaʼee barrisaa dhufe.+

Qoochoowwan uumama hafuuraa* irra taaʼees saffisaan gad buʼe.+

11 Achiis dukkanaan of golge,+

Naannoo isaas akkuma dunkaanaatti,

Bishaan gurraachii fi duumessi cimaan jira ture.+

12 Ifa isa dura jiru keessaa

Cabbiinii fi barbadaan ibiddaa duumessa uranii baʼan.

13 Achiis Yihowaan samii keessaa kakawweessaʼuu jalqabe;+

Inni Hundaa Oliis cabbii guguddaa fi barbadaadhaan

Sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+

14 Xiyya isaa darbatee isaan bittinneesse;+

Bakakkaa isaa buusees isaan burjaajesse.+

15 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin, hafuura cimaa funyaan kee keessaa baʼuunis,+

Hundeen lageenii* ni mulʼate;+

Buʼuurawwan lafaas ni saaxilaman.

16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;

Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+

17 Diina koo isa cimaa jalaa,

Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+

18 Isaan guyyaa rakkina kootti natti dhufan,+

Yihowaan garuu na gargaare.

19 Inni gara bakka balaa irraa walaba* taʼeetti na geesse;

Waan natti gammadeefis na oolche.+

20 Yihowaan akka qajeelummaa kootti na kiisa;+

Akka qulqullummaa harka koottis naaf deebisa.+

21 Ani daandiiwwan Yihowaa eegeera,

Waaqa koo dhiisuudhaanis hammina hin raawwanne.

22 Murtiiwwan isaa hundi fuula koo dura jiru;

Dambiiwwan isaa hin tuffadhu.

23 Isa duratti balleessaa malee nan jiraadha,+

Dogoggora irraas of nan eega.+

24 Yihowaan akka qajeelummaa kootti,

Akkuma harki koo isa duratti qulqulluu taʼettis naaf haa deebisu.+

25 Nama amanamaa taʼeef amanamaa ni taata,+

Nama balleessaa hin qabneefis balleessaa kan hin qabne taʼuu kee ni argisiista;+

26 Nama qulqulluudhaaf qulqulluu ni taata,+

Isa jalʼaatti garuu gamna taʼuu kee ni argisiista.+

27 Ati warra rakkatan ni oolchita,+

Warra of tuulan* garuu ni salphista.+

28 Yaa Yihowaa, ibsaa koo kan ibsu,

Waaqni koo inni dukkana koo ibsu siʼi.+

29 Gargaarsa keetiin tuuta weerartootaa dura dhaabbachuu nan dandaʼa;+

Humna Waaqayyootiin dallaa utaaluu nan dandaʼa.+

30 Daandiin Waaqa dhugaa mudaa kan hin qabne dha;+

Dubbiin Yihowaas kan qulqullaaʼe dha.+

Inni warra isatti kooluu galan hundumaatiif gaachana.+

31 Yihowaa malee Waaqni eenyu?+

Waaqa keenya malee qarsaan eenyu?+

32 Waaqni dhugaan isa jabina natti uwwisu dha,+

Inni daandii koo wal naaf qixxeessa.+

33 Miila koo akka miila gadamsaa ni godha;

Iddoowwan ol kaʼoo taʼan irra akkan dhaabbadhu ni godha.+

34 Harka koo waraanaaf ni leenjisa;

Irreen koos iddaa sibiila diimaa dabsuu ni dandaʼa.

35 Ati gaachana fayyinaa naaf kennita,+

Harki kee mirgaa na deggera,

Gad of qabuun kees guddaa na godha.+

36 Daandii tarkaanfii kootii naaf balʼista;

Miilli* koos hin mucucaatu.+

37 Diinota koo duukaa buʼee isaan nan dhaqqaba;

Hanga isaan haxaaʼamanii badanittis biraa hin deebiʼu.

38 Akka isaan ol kaʼuu hin dandeenyetti isaan nan caccabsa;+

Isaan miila koo jalatti kufu.

39 Waraanaaf jabina na hidhachiista;

Diinonni koo na jalatti akka kukkufan goota.+

40 Diinonni koo ana irraa akka baqatan ni goota;*

Anis warra na jibban nan balleessa.*+

41 Isaan gargaarsaaf ni iyyatu, garuu kan isaan oolchu tokko illee hin jiru;

Yihowaatti illee ni iyyatu, inni garuu isaaniif hin deebisu.

42 Akka awwaara bubbeen fudhatutti tumee isaan nan bulleessa;

Akka dhoqqee karaa irra jiruuttis alatti isaan nan darbadha.

43 Saba dogoggora funaanu irraa na oolchita.+

Mataa sabootaa gootee na muudda.+

Namoonni ani hin beeknes na tajaajilu.+

44 Isaan oduu dhagaʼaniin qofa anaaf ni ajajamu;

Namoonni biyya ormaa hollachaa na duratti dhihaatu;+

45 Namoonni biyya ormaa ni sodaatu;*

Hollachaas dahoo isaanii keessaa ni baʼu.

46 Yihowaan jiraataa dha! Qarsaan koo haa jajamu!+

Waaqni fayyisaa koo taʼe ol haa qabamu.+

47 Waaqni dhugaan anaaf haaloo ni baʼa;+

Namoonnis akka anaaf bitaman ni godha.

48 Inni diinota koo warra aaran irraa na oolcha;

Ati warra na miidhan gararraatti ol na kaasta;+

Nama hamaa jalaas na oolchita.

49 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti ulfina kanan siif kennu kanaafi,+

Maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

50 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa* guguddaa ni raawwata;+

Isa dibe sanatti,

Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf+ jaalala amanamaa ni argisiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi