LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Gargaarsi Gibxii gatii tokko illee hin qabu (1-7)

      • Sabichi ergaa raajii fudhachuu dide (8-14)

      • Jabina Yihowaatti amanamuudhaan argamu (15-17)

      • Yihowaan saba isaatti gaarummaa ni argisiisa (18-26)

        • Barsiisaa Guddicha kan taʼe Yihowaa (20)

        • “Karichi isa kana” (21)

      • Yihowaan Asoor irratti murtii dabarsa (27-33)

Isaayyaas 30:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “aarsaa dhugaatii dhangalaasaniif,” kun walii galtee uumuu kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:2; 63:10; 65:2
  • +Isa 29:15

Isaayyaas 30:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dahoo.”

  • *

    Ykn., “Utuu afaan koo hin gaafatin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 27:21; 1Mo 22:7
  • +Isa 31:1; His 29:6

Isaayyaas 30:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:5

Isaayyaas 30:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 19:11; His 30:14

Isaayyaas 30:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:3; Er 2:36

Isaayyaas 30:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bofti summii qabuu fi saffisaan loʼu.”

Isaayyaas 30:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:1; Er 37:7, 8
  • +Fr 87:4; 89:10

Isaayyaas 30:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:4
  • +Isa 8:1; Er 36:2

Isaayyaas 30:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:27; Isa 1:4; Er 44:3
  • +Isa 59:3; Er 9:3
  • +2Se 33:10; 36:15, 16; Nah 9:29; Er 7:13

Isaayyaas 30:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “laafaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 16:10; 18:7; Er 11:21; 26:11
  • +Er 23:16, 17; His 13:7; Mik 2:11

Isaayyaas 30:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 7:13, 16

Isaayyaas 30:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 2:4, 5
  • +Er 13:25; Mik 3:11

Isaayyaas 30:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “boolla bishaanii.”

Isaayyaas 30:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 5:20; 2Se 16:8; Isa 26:3
  • +Mat 23:37; HoE 7:51

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2024, ful. 28-29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2021, ful. 4

Isaayyaas 30:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:1, 3
  • +Kes 28:49, 50; Er 4:13; Fru 4:19; An 1:6, 8

Isaayyaas 30:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:36; Kes 32:30
  • +His 12:16

Isaayyaas 30:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abdiidhaan.”

  • *

    Ykn., “hawwiidhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6; His 36:9, 10
  • +Fr 102:13; Rom 9:15
  • +Fr 99:4; Er 10:24
  • +Er 17:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 26

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 9, 13

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 26

Isaayyaas 30:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 11:1; Isa 44:28; 62:1; Er 31:6; Zak 1:17
  • +Nah 12:27; Isa 61:3
  • +Er 29:11, 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 9

Isaayyaas 30:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:26; Fr 80:5
  • +Iyo 36:22; Fr 32:8; 71:17; 119:102

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 10-11

Isaayyaas 30:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 5:32; Iya 1:7, 8; Fak 4:27
  • +Fr 25:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 10-11

Isaayyaas 30:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “siidaawwan kee warra baqfamanii tolfaman.”

  • *

    Ykn tarii, “Xurii dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 32:4; Kes 7:5, 25; Abo 17:3, 4
  • +Hos 14:8; Zak 13:2

Isaayyaas 30:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “coomaa fi zayitiidhaan kan laafe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:9; Zak 10:1
  • +Hos 2:21, 22
  • +Isa 65:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 11

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 261-262

Isaayyaas 30:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Battoo.” Miʼa akka akaafaa muka irraa hojjetamuu fi midhaan ittiin ol darbatanii qulleessuuf gargaaru.

  • *

    Ykn., “manshiidhaan.”

Isaayyaas 30:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:18; 44:3

Isaayyaas 30:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 2:13
  • +Er 33:6; Amo 9:11
  • +Isa 60:20; Mul 21:23; 22:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 11

Isaayyaas 30:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:17; Nho 1:6; Sef 3:8

Isaayyaas 30:28

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gingilchaa gatii dhabuutiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 19:28; Fr 32:9

Isaayyaas 30:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “of qulqulleessitanitti.”

  • *

    Ykn., “Sagalee ululleetiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 16:14; Fr 42:4; Er 33:10, 11
  • +Kes 32:4; Isa 26:4

Isaayyaas 30:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 29:3, 4
  • +Fr 18:13
  • +Abo 5:4
  • +Iya 10:11
  • +Bau 15:16; Fr 98:1
  • +Nho 1:2

Isaayyaas 30:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 37:36
  • +Isa 10:12

Isaayyaas 30:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:24, 26
  • +Bau 15:20; Abo 11:34

Isaayyaas 30:33

Miiljaleewwan

  • *

    As irratti “Tofeet” akka fakkeenyaatti bakka waa itti guban argisiisuuf kan oolu yeroo taʼu, badiisa kan bakka buʼu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:10; Er 7:32
  • +Isa 37:37, 38; His 32:22

Yaada Wal Simu

Isa. 30:1Isa 1:2; 63:10; 65:2
Isa. 30:1Isa 29:15
Isa. 30:2Lak 27:21; 1Mo 22:7
Isa. 30:2Isa 31:1; His 29:6
Isa. 30:3Er 17:5
Isa. 30:4Isa 19:11; His 30:14
Isa. 30:5Isa 31:3; Er 2:36
Isa. 30:7Isa 31:1; Er 37:7, 8
Isa. 30:7Fr 87:4; 89:10
Isa. 30:8Rom 15:4
Isa. 30:8Isa 8:1; Er 36:2
Isa. 30:9Kes 31:27; Isa 1:4; Er 44:3
Isa. 30:9Isa 59:3; Er 9:3
Isa. 30:92Se 33:10; 36:15, 16; Nah 9:29; Er 7:13
Isa. 30:102Se 16:10; 18:7; Er 11:21; 26:11
Isa. 30:10Er 23:16, 17; His 13:7; Mik 2:11
Isa. 30:11Amo 7:13, 16
Isa. 30:12Amo 2:4, 5
Isa. 30:12Er 13:25; Mik 3:11
Isa. 30:151Se 5:20; 2Se 16:8; Isa 26:3
Isa. 30:15Mat 23:37; HoE 7:51
Isa. 30:16Isa 31:1, 3
Isa. 30:16Kes 28:49, 50; Er 4:13; Fru 4:19; An 1:6, 8
Isa. 30:17Lew 26:36; Kes 32:30
Isa. 30:17His 12:16
Isa. 30:18Bau 34:6; His 36:9, 10
Isa. 30:18Fr 102:13; Rom 9:15
Isa. 30:18Fr 99:4; Er 10:24
Isa. 30:18Er 17:7
Isa. 30:19Nah 11:1; Isa 44:28; 62:1; Er 31:6; Zak 1:17
Isa. 30:19Nah 12:27; Isa 61:3
Isa. 30:19Er 29:11, 12
Isa. 30:20Lew 26:26; Fr 80:5
Isa. 30:20Iyo 36:22; Fr 32:8; 71:17; 119:102
Isa. 30:21Kes 5:32; Iya 1:7, 8; Fak 4:27
Isa. 30:21Fr 25:8, 9
Isa. 30:22Bau 32:4; Kes 7:5, 25; Abo 17:3, 4
Isa. 30:22Hos 14:8; Zak 13:2
Isa. 30:23Fr 65:9; Zak 10:1
Isa. 30:23Hos 2:21, 22
Isa. 30:23Isa 65:10
Isa. 30:25Isa 41:18; 44:3
Isa. 30:26Fru 2:13
Isa. 30:26Er 33:6; Amo 9:11
Isa. 30:26Isa 60:20; Mul 21:23; 22:5
Isa. 30:27Isa 10:17; Nho 1:6; Sef 3:8
Isa. 30:282Mo 19:28; Fr 32:9
Isa. 30:29Kes 16:14; Fr 42:4; Er 33:10, 11
Isa. 30:29Kes 32:4; Isa 26:4
Isa. 30:30Fr 29:3, 4
Isa. 30:30Fr 18:13
Isa. 30:30Abo 5:4
Isa. 30:30Iya 10:11
Isa. 30:30Bau 15:16; Fr 98:1
Isa. 30:30Nho 1:2
Isa. 30:31Isa 37:36
Isa. 30:31Isa 10:12
Isa. 30:32Isa 10:24, 26
Isa. 30:32Bau 15:20; Abo 11:34
Isa. 30:332Mo 23:10; Er 7:32
Isa. 30:33Isa 37:37, 38; His 32:22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 30:1-33

Isaayyaas

30 Yihowaan akkana jedha: “Ilmaan mata jabeeyyii taʼan,+

Warra cubbuu irratti cubbuu dabaluuf jedhanii

Karoora isa kan koo hin taane raawwataniif,+

Akkasumas hafuura kootiin alatti michummaa uumaniif* wayyoo.

 2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,

Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,

Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+

 3 Eegumsi Faraʼoon irraa argamu qaanii,

Dahoon gaaddidduu Gibxii jalatti argamus salphina isinitti fida.+

 4 Sababiin isaas, bulchitoonni isaa Zoʼaan+ keessa jiru,

Ergamtoonni isaas Hanees bira gaʼaniiru.

 5 Saba faayidaa isaaniif argamsiisuu hin dandeenyeen,

Warra isaan gargaaruu fi isaan fayyaduu hin dandeenyeen,

Kanaa mannaa, warra qaanii fi salphina qofa isaanitti fidaniin

Hundi isaanii iyyuu ni qaaneffamu.”+

6 Murtii bineensota kibbaa irratti dabarfame:

Isaan qabeenya isaanii dugda harrootaa,

Miʼawwan isaaniis gooba gaalotaa irratti feʼanii,

Biyya dhiphinnii fi rakkinni,

Biyya leenci, jechuunis leenci baroodu,

Biyya buutiin, akkasumas biyya bofti barrisuu fi ibidda baasu* keessatti argamu keessa ni deemu.

Taʼus wantoonni kun sabicha hin fayyadan.

 7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+

Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.

 8 “Inni guyyaa gara fuulduraatiif

Ragaa dhaabbataa akka taʼutti,+

Dhaqiitii isaan duratti gabatee irratti barreessi,

Kitaaba keessattis isa galmeessi.+

 9 Sababiin isaas, isaan saba fincilu,+ ilmaan gowwoomsitoota taʼan,+

Ilmaan seera* Yihowaa dhagaʼuuf fedhii hin qabne dha.+

10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu.

Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+

Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+

11 Karaa isa sirrii irraa goraa; daandii isa sirrii irraa maqaa.

Isa Qulqulluu kan Israaʼel nu dura kaaʼuu keessan dhiisaa.’”+

12 Kanaafuu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:

“Isin dubbii kana tuffattanii+

Gowwoomsaa fi sobatti waan amanamtaniif,

Wantoota kana irrattis waan hirkattaniif,+

13 Balleessaan kun akka dallaa baqaqee,

Akka dallaa dheeraa jiguuf jedhuus isinitti ni taʼa.

Inni akkuma tasaa dafee ni jiga.

14 Akkuma hubboo guddaatti ni caccaba,

Guutummaatti waan caccabuufis qiraaciin

Iddoo ibiddaatii ibidda fudhachuuf

Yookiin bishaan kuufamaa* keessaa bishaan budduqsuuf oolu illee isa irraa hin argamu.”

15 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan, Inni Qulqulluun kan Israaʼel,

“Isin gara kootti deebiʼuu fi boqochuudhaan ni ooltu;

Tasgabbaaʼuu fi anatti amanamuudhaanis jabina ni argattu”+ jedha.

Isin garuu tole hin jenne.+

16 Kanaa mannaa, “Hin taʼu, fardeeniin ni baqanna!” jettan.

Kanaafuu, isin ni baqattu.

“Fardeen saffisa qabaniinis ni gulufna!”+ jettan.

Kanaafuu, warri isin ariʼan saffisa ni qabaatu.+

17 Doorsisa nama tokkootiin namni kumni ni romʼa;+

Akkuma utubaa fiixee gaaraa irra jiruu,

Akkuma jirma mallattoo tabba irra jiruus taatanii hamma haftanitti,

Isin doorsisa namoota shaniitiin ni baqattu.+

18 Yihowaan garuu gaarummaa isinitti argisiisuuf obsaan* eegaa jira,+

Gara laafina isinitti argisiisuufis ni kaʼa.+

Sababiin isaas, Yihowaan Waaqa haqa qabeessa taʼe dha.+

Warri abdiidhaan* isa eeggatan hundi gammadoo dha.+

19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+ 20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita. 21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.

22 Atis meetii fakkiiwwan kee warra bocamanitti uwwifamee fi warqii siidaawwan sibiilaa kee* irratti maxxanfame ni xureessita.+ Akkuma huccuu laguutti isaan gattee, “Asii badaa!”* isaaniin jetta.+ 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+ 24 Loonii fi harroonni laficha qotanis gafara miʼeeffamee qophaaʼe isa laayidaa* fi qoorbiidhaan* qulqulleeffame ni nyaatu. 25 Guyyaa namoonni hedduun ajjeefamanitti yommuu masaraawwan jiganitti, gaara dheeraa hundumaa irrattii fi tabba dheeraa hundumaa irratti lageenii fi boʼoowwan bishaanii ni jiraatu.+ 26 Ifni addeessa guutuu akkuma ifa aduu ni taʼa; guyyaa Yihowaan caba saba isaa hidhuttii+ fi madaa cimaa rukuttaa isaatiin isaanitti dhufe fayyisutti,+ ifni aduu akkuma ifa guyyaa torbaatti dachaa torba cimaa ni taʼa.+

27 Kunoo, maqaan Yihowaa

Dheekkamsa isaatiin gubaa, akkasumas duumessa cimaadhaan marfamee fagoodhaa dhufaa jira.

Afaan isaa dheekkamsaan guutameera,

Arrabni isaas akkuma ibidda gubuu ti.+

28 Hafuurri isaa akkuma lolaa morma bira gaʼuu ti,

Inni saboota gingilchaa badiisaatiin* ni gingilcha;

Mangaagaa namootaa keessas luugamni karaa irraa isaan jalʼisu ni jiraata.+

29 Haa taʼu malee, faarfannaan keessan akkuma faarfannaa

Yeroo ayyaanaaf qophooftaniitti*+ halkan faarfatamu sanaa ni taʼa;

Garaan keessanis akkuma nama

Gara gaara Yihowaa isa Qarsaa Israaʼel+ taʼe sanaa

Ulullee qabatee* deemuutti ni gammada.

30 Yihowaan sagaleen+ isaa inni ulfina qabeessa taʼe akka dhagaʼamu ni godha,

Inni labooba ibiddaa gubuun,+

Bokkaa yandoodhaan,+ bubbee kakawwee qabuu fi cabbii guguddaadhaan+

Irreen isaa+ aarii guddaadhaan+ yommuu gad buʼu ni argisiisa.

31 Sagalee Yihowaatiin kan kaʼe Asoor ni romʼiti;+

Inni uleedhaan ishii ni rukuta.+

32 Yommuu Yihowaan waraana irratti irree isaa isaan irratti kaasutti+

Uleen adabaa isaa

Asoor irratti yeroo dhufu hundumaatti,

Dibbeenii fi baganaan ni rukutama.+

33 Sababiin isaas, Tofeetiin*+ isaa qophaaʼeera;

Mootichaafis qopheeffameera.+

Inni iddoo tuullaa qoraanii gad fagoo fi balʼaa taʼe,

Akkasumas ibiddaa fi qoraan hedduu qopheesseera.

Hafuurri Yihowaa akkuma lolaa dinyiitti

Ibidda isatti ni qabsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi