LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 78
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kunuunsa Waaqni godhuu fi Israaʼel amantii dhabuu isaa

        • Dhaloota dhufutti himaa (2-8)

        • “Isaan Waaqayyotti hin amanne” (22)

        • “Midhaan samii” (24)

        • ‘Isa Qulqulluu kan Israaʼel ni gaddisiisan’ (41)

        • Gibxii irraa jalqabee hamma Biyyattii Abdachiifamteetti (43-55)

        • ‘Waaqa ni morkatan’ (56)

Faarfannaa 78:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 25:1

Faarfannaa 78:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barumsa.”

Faarfannaa 78:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:5, 6; Mat 13:34, 35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 139

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 11

Faarfannaa 78:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:8; Fr 44:1

Faarfannaa 78:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 63:7
  • +Fr 98:1
  • +Kes 4:9; 6:6, 7, 21; 11:18, 19; Iya 4:6, 7

Faarfannaa 78:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:19; Kes 6:6, 7

Faarfannaa 78:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:17, 18; 102:18
  • +Kes 4:10

Faarfannaa 78:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:9; Fr 103:2
  • +Kes 5:29

Faarfannaa 78:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hin qophoofne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 32:9; Kes 1:43; 31:27; 2Mo 17:13, 14; His 20:18; HoE 7:51
  • +Fr 81:11, 12; Er 7:24-26

Faarfannaa 78:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:16
  • +2Se 13:8, 9; Nah 9:26

Faarfannaa 78:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:18; 2Se 13:12; Fr 106:21, 22; Er 2:32

Faarfannaa 78:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:22
  • +Kes 4:34; Nah 9:10

Faarfannaa 78:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “girgiddaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21, 22; 15:8

Faarfannaa 78:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:21; 14:20, 24

Faarfannaa 78:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 17:6; Lak 20:11; Fr 105:41; Isa 48:21; 1Qo 10:4

Faarfannaa 78:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:14, 15

Faarfannaa 78:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:21, 22; Fr 95:8; Ibr 3:16

Faarfannaa 78:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuu isaaniitiif nyaata.”

  • *

    Kal., “qoran.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 106:14

Faarfannaa 78:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 16:8

Faarfannaa 78:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 17:6
  • +Bau 16:3

Faarfannaa 78:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:10
  • +Ibr 12:29
  • +Lak 11:1

Faarfannaa 78:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 106:24; Ibr 3:10; Yih 5

Faarfannaa 78:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 16:14, 35; 16:31, 32; Lak 11:7; Kes 8:3; Yoh 6:31; 1Qo 10:2, 3

Faarfannaa 78:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maleekotaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:20
  • +Bau 16:12

Faarfannaa 78:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:31-34

Faarfannaa 78:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:19, 20

Faarfannaa 78:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:10
  • +Lak 11:34

Faarfannaa 78:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:2-4; 25:3; 1Qo 10:8-10
  • +Bau 16:15; Kes 8:14, 15

Faarfannaa 78:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:29, 35; Kes 2:14

Faarfannaa 78:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:7; Abo 4:3

Faarfannaa 78:35

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaaniif haaloo baʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Bau 6:6

Faarfannaa 78:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:10; Ibr 3:10
  • +Kes 31:20; Er 31:32

Faarfannaa 78:38

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “haguuga.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6; Lak 14:18; Nah 9:31
  • +Lak 14:19, 20; Er 30:11; Fru 3:22
  • +Nah 9:27; Isa 48:9; His 20:9

Faarfannaa 78:39

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Hafuurri akka deemuu fi deebiʼee akka hin dhufne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:14

Faarfannaa 78:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:11
  • +Isa 63:10; Efe 4:30; Ibr 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

Faarfannaa 78:41

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni dhukkubsan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:22; Kes 6:16; Fr 95:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

Faarfannaa 78:42

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Harka.”

  • *

    Kal., “fure.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:30

Faarfannaa 78:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:34; Nah 9:10; Fr 105:27-36

Faarfannaa 78:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 7:19

Faarfannaa 78:45

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 8:24
  • +Bau 8:6

Faarfannaa 78:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 10:14, 15

Faarfannaa 78:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 9:23

Faarfannaa 78:48

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “dhaqna gubaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 9:25

Faarfannaa 78:50

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaanii.”

  • *

    Kal., “jireenya isaanii.”

Faarfannaa 78:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:29; Fr 105:36

Faarfannaa 78:52

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 77:20; 105:37

Faarfannaa 78:53

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:20; Ibr 11:29
  • +Bau 14:27; 15:10

Faarfannaa 78:54

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:17; Fr 44:3

Faarfannaa 78:55

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:12; Fr 44:2
  • +Iya 13:7
  • +Nah 9:24, 25

Faarfannaa 78:56

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qoruu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:16; 32:15; Abo 2:11; 2Sa 20:1; Nah 9:26
  • +2Mo 17:15; Er 44:23

Faarfannaa 78:57

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:7; Abo 3:6
  • +Hos 7:16

Faarfannaa 78:58

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hinaaffaadhaaf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:2; Abo 2:2; His 20:28
  • +Abo 2:12; 1Sa 7:3

Faarfannaa 78:59

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:20

Faarfannaa 78:60

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:1; 1Sa 4:11; Er 7:12

Faarfannaa 78:61

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 4:21; 5:1

Faarfannaa 78:62

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 4:2, 10

Faarfannaa 78:63

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Durboonni isaa hin jajamne.”

Faarfannaa 78:64

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:33, 34; 4:11
  • +1Sa 4:19

Faarfannaa 78:65

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:13
  • +Fr 44:23

Faarfannaa 78:66

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 5:6

Faarfannaa 78:68

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 87:2; 132:13; 135:21
  • +Uma 49:10

Faarfannaa 78:69

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akka iddoowwan ol kaʼootti ni ijaare.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 76:2; 104:5; 119:90; Lal 1:4

Faarfannaa 78:70

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 16:12, 13
  • +1Sa 17:15

Faarfannaa 78:71

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 6:21; 7:8

Faarfannaa 78:72

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 8:15; 1Mo 3:6; 9:4; 15:5
  • +1Sa 18:14

Yaada Wal Simu

Far. 78:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Se 25:1
Far. 78:2Fak 1:5, 6; Mat 13:34, 35
Far. 78:3Bau 13:8; Fr 44:1
Far. 78:4Isa 63:7
Far. 78:4Fr 98:1
Far. 78:4Kes 4:9; 6:6, 7, 21; 11:18, 19; Iya 4:6, 7
Far. 78:5Uma 18:19; Kes 6:6, 7
Far. 78:6Fr 71:17, 18; 102:18
Far. 78:6Kes 4:10
Far. 78:7Kes 4:9; Fr 103:2
Far. 78:7Kes 5:29
Far. 78:8Bau 32:9; Kes 1:43; 31:27; 2Mo 17:13, 14; His 20:18; HoE 7:51
Far. 78:8Fr 81:11, 12; Er 7:24-26
Far. 78:10Kes 31:16
Far. 78:102Se 13:8, 9; Nah 9:26
Far. 78:11Kes 32:18; 2Se 13:12; Fr 106:21, 22; Er 2:32
Far. 78:12Lak 13:22
Far. 78:12Kes 4:34; Nah 9:10
Far. 78:13Bau 14:21, 22; 15:8
Far. 78:14Bau 13:21; 14:20, 24
Far. 78:15Bau 17:6; Lak 20:11; Fr 105:41; Isa 48:21; 1Qo 10:4
Far. 78:16Kes 8:14, 15
Far. 78:17Kes 9:21, 22; Fr 95:8; Ibr 3:16
Far. 78:18Fr 106:14
Far. 78:19Bau 16:8
Far. 78:20Bau 17:6
Far. 78:20Bau 16:3
Far. 78:21Lak 11:10
Far. 78:21Ibr 12:29
Far. 78:21Lak 11:1
Far. 78:22Fr 106:24; Ibr 3:10; Yih 5
Far. 78:24Bau 16:14, 35; 16:31, 32; Lak 11:7; Kes 8:3; Yoh 6:31; 1Qo 10:2, 3
Far. 78:25Fr 103:20
Far. 78:25Bau 16:12
Far. 78:26Lak 11:31-34
Far. 78:29Lak 11:19, 20
Far. 78:31Lak 11:10
Far. 78:31Lak 11:34
Far. 78:32Lak 14:2-4; 25:3; 1Qo 10:8-10
Far. 78:32Bau 16:15; Kes 8:14, 15
Far. 78:33Lak 14:29, 35; Kes 2:14
Far. 78:34Lak 21:7; Abo 4:3
Far. 78:35Kes 32:4
Far. 78:35Bau 6:6
Far. 78:37Fr 95:10; Ibr 3:10
Far. 78:37Kes 31:20; Er 31:32
Far. 78:38Bau 34:6; Lak 14:18; Nah 9:31
Far. 78:38Lak 14:19, 20; Er 30:11; Fru 3:22
Far. 78:38Nah 9:27; Isa 48:9; His 20:9
Far. 78:39Fr 103:14
Far. 78:40Lak 14:11
Far. 78:40Isa 63:10; Efe 4:30; Ibr 3:16
Far. 78:41Lak 14:22; Kes 6:16; Fr 95:8, 9
Far. 78:42Bau 14:30
Far. 78:43Kes 4:34; Nah 9:10; Fr 105:27-36
Far. 78:44Bau 7:19
Far. 78:45Bau 8:24
Far. 78:45Bau 8:6
Far. 78:46Bau 10:14, 15
Far. 78:47Bau 9:23
Far. 78:48Bau 9:25
Far. 78:51Bau 12:29; Fr 105:36
Far. 78:52Fr 77:20; 105:37
Far. 78:53Bau 14:20; Ibr 11:29
Far. 78:53Bau 14:27; 15:10
Far. 78:54Bau 15:17; Fr 44:3
Far. 78:55Iya 24:12; Fr 44:2
Far. 78:55Iya 13:7
Far. 78:55Nah 9:24, 25
Far. 78:56Kes 31:16; 32:15; Abo 2:11; 2Sa 20:1; Nah 9:26
Far. 78:562Mo 17:15; Er 44:23
Far. 78:57Kes 9:7; Abo 3:6
Far. 78:57Hos 7:16
Far. 78:58Kes 12:2; Abo 2:2; His 20:28
Far. 78:58Abo 2:12; 1Sa 7:3
Far. 78:59Abo 2:20
Far. 78:60Iya 18:1; 1Sa 4:11; Er 7:12
Far. 78:611Sa 4:21; 5:1
Far. 78:621Sa 4:2, 10
Far. 78:641Sa 2:33, 34; 4:11
Far. 78:641Sa 4:19
Far. 78:65Isa 42:13
Far. 78:65Fr 44:23
Far. 78:661Sa 5:6
Far. 78:68Fr 87:2; 132:13; 135:21
Far. 78:68Uma 49:10
Far. 78:69Fr 76:2; 104:5; 119:90; Lal 1:4
Far. 78:701Sa 16:12, 13
Far. 78:701Sa 17:15
Far. 78:712Sa 6:21; 7:8
Far. 78:722Sa 8:15; 1Mo 3:6; 9:4; 15:5
Far. 78:721Sa 18:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
  • 52
  • 53
  • 54
  • 55
  • 56
  • 57
  • 58
  • 59
  • 60
  • 61
  • 62
  • 63
  • 64
  • 65
  • 66
  • 67
  • 68
  • 69
  • 70
  • 71
  • 72
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 78:1-72

Faarfannaa

Maaskiil.* Faarfannaa Asaaf.+

78 Yaa saba koo, seera* koo dhagaʼi;

Gurra kees gara dubbii afaan kootti qabi.

 2 Fakkeenyaan afaan koo nan banadha.

Hibboo bara duriis nan dubbadha.+

 3 Waaʼee wanta dhageenyee fi wanta beeknuu,

Isa abbootiin keenya nutti himan,+

 4 Ilmaan isaanii jalaa hin dhoksinu;

Gochawwan Yihowaa warra jajamuu qabanii fi jabina isaa,+

Wantoota dinqisiisoo inni raawwates,+

Dhaloota dhufutti ni himna.+

 5 Inni yaadachiisa tokko Yaaqoob gidduutti ni hundeesse,

Seera tokkos Israaʼel gidduutti ni dhaabe;

Wantoota kana ijoollee isaanii akka beeksisan+

Abbootii keenya ni ajaje,

 6 Kunis dhaloonni dhufu,

Ijoolleen gara fuulduraatti dhalatan, wantoota kana akka beekaniifi.+

Isaan immoo ijoollee isaaniitti ni himu.+

 7 Wantoonni kunis Waaqayyo irratti amanannaa akka qabaatan godhu.

Isaan hojiiwwan Waaqayyoo hin irraanfatan,+

Kanaa mannaa ajajawwan isaa ni eegu.+

 8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,

Dhaloota didaa fi fincilaa,+

Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+

Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.

 9 Efreemonni iddaa kan hidhatan turan,

Garuu guyyaa waraanaatti ni baqatan.

10 Isaan kakuu Waaqayyoo hin eegne,+

Seera isaatiin deemuus ni didan.+

11 Wanta inni godhe,

Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo inni isaanitti argisiises ni irraanfatan.+

12 Inni biyya Gibxii keessatti, naannoo Zoʼaanitti,+

Utuma abbootiin isaanii arganii wantoota dinqisiisoo raawwate.+

13 Achi keessa isaan ceesisuuf, galaanicha gargar hire,

Bishaanonnis akka hidhaatti* akka dhaabbatan godhe.+

14 Guyyaa duumessaan,

Halkan guutuu immoo ifa ibiddaatiin isaan geggeesse.+

15 Lafa onaa keessatti qarsaawwan ni babbaqaqse,

Akka waan bishaan gad fagoo keessaa dhuganiittis dhuganii akka quufan godhe.+

16 Kattaa keessaa burqaawwan isaaniif ni baase,

Bishaanis akkuma lagaatti akka gad yaaʼu godhe.+

17 Isaan garuu gammoojjii keessatti Isa Hundaa Olii irratti finciluudhaan,

Isa irratti cubbuu hojjechuu isaanii itti fufan;+

18 Nyaata dharraʼan* irra deddeebiʼanii gaafachuudhaan,

Garaa isaaniitti Waaqayyoon ni morkatan.*+

19 Kanaafuu, “Waaqayyo lafa onaa keessatti maaddii qopheessuu dandaʼaa?”+ jedhanii

Isa mormanii dubbatan.

20 Kunoo, inni qarsaa ni rukute,

Kanaafuu, bishaanonni ni yaaʼan, burqaawwanis ni lolaʼan.+

“Nyaata hoo nuuf kennuu ni dandaʼaa?

Yookiin saba isaatiif foon qopheessuu ni dandaʼaa?”+

21 Yihowaan yommuu isaan dhagaʼetti baayʼee aare;+

Ibiddi+ Yaaqoob irratti ni bobaʼe,

Dheekkamsi isaas Israaʼel irratti ni bobaʼe;+

22 Sababiin isaas, isaan Waaqayyotti hin amanne;+

Dandeettii inni isaan oolchuuf qabuttis hin amanamne.

23 Kanaafuu, samiiwwan ol gubbaa warra duumessa uffatan ni ajaje,

Balbaloota samiis ni bane.

24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

25 Namoonni nyaata warra jajjaboo* ni nyaatan;+

Innis isaan quubsuuf hamma isaan gaʼu isaaniif ni qopheesse.+

26 Bubbee bahaa samiiwwan keessatti ni kakaase,

Bubbeen kibbaas humna isaatiin akka bubbisu godhe.+

27 Foon akkuma biyyootti,

Simbirrootas akkuma cirracha qarqara galaanaatti isaan irratti roobse.

28 Buufata isaa gidduutti,

Guutummaa naannoo dunkaanota isaattis akka kufan godhe.

29 Isaanis ni nyaatan, akka malees ni quufan;

Inni wanta isaan hawwan isaaniif ni kenne.+

30 Taʼus guutummaatti dharraa baʼuu isaanii dura,

Nyaanni isaanii utuma afaan isaanii keessa jiruu,

31 Dheekkamsi Waaqayyoo isaan irratti bobaʼe.+

Namoota isaanii warra ciccimoo ni ajjeese;+

Dargaggoota Israaʼelis ni kukuffise.

32 Kun taʼus, isaan caalaatti cubbuu hojjetan,+

Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼanittis hin amanne.+

33 Kanaafuu, inni guyyoota isaanii akkuma hafuuraatti,

Waggoota isaaniis naasuu tasaatiin ni gabaabse.+

34 Isaan garuu akkuma inni isaan ajjeesuu jalqabeen isa barbaaddatu turan;+

Deebiʼaniis Waaqayyoon ni barbaadu turan;

35 Kanas kan godhan, Waaqayyo Qarsaa+ isaanii,

Waaqni Hundaa Olii isa isaan furu* akka taʼe yaadachuudhaan ture.+

36 Taʼus afaan isaaniitiin isa gowwoomsuuf yaalii godhan,

Arraba isaaniitiinis isa soban.

37 Garaan isaanii isa biratti cimaa hin turre;+

Isaan kakuu isaatiif amanamoo hin turre.+

38 Inni garuu gara laafessa ture;+

Balleessaa isaanii isaaniif dhiisa,* akka badanis hin godhu ture.+

Dheekkamsa isaa hundumaa dammaqsuu mannaa,

Yeroo baayʼee aarii isaa isaan irraa deebiseera.+

39 Sababiin isaas, isaan foon akka taʼan,

Akkasumas bubbee bubbisee darbuu fi hin deebine akka taʼan* yaadateera.+

40 Isaan lafa onaa keessatti siʼa meeqa isa irratti fincila kaasan!+

Gammoojjii keessattis siʼa meeqa isa gaddisiisan!+

41 Irra deddeebiʼanii Waaqayyoon ni qoran,+

Isa Qulqulluu kan Israaʼelis ni gaddisiisan.*

42 Humna* isaa hin yaadanne,

Guyyaa itti diina jalaa isaan oolche* sana,+

43 Mallattoowwan isaa Gibxii keessatti,+

Dinqiiwwan isaas naannoo Zoʼaan keessatti akkamitti akka argisiise,

44 Lageen isaanii keessaa dhuguu akka isaan hin dandeenyeef,

Boʼoowwan Abbayyaa akkamitti gara dhiigaatti akka jijjiires+ hin yaadanne.

45 Inni tuuta qarxaasaa isaan nyaatu,+

Raacha isaan balleessus isaanitti erge.+

46 Midhaan isaanii awwaannisa hin quufneef,

Firii dadhabbii isaaniis hoomaa awwaannisaatiif ni kenne.+

47 Mukeetii wayinii isaanii cabbiidhaan,+

Mukeetii harbuu isaaniis cabbii guguddaadhaan ni balleesse.

48 Horiiwwan feʼumsaa isaanii cabbiitti,+

Horiiwwan qeʼee isaaniis bakakkaatti* dabarsee kenne.

49 Aarii isaa isa bobaʼaa,

Finiina, dheekkamsaa fi dhiphina,

Tuuta maleekotaa badiisa fidanis isaanitti erge.

50 Dheekkamsa isaatiif daandii qopheesse.

Duʼa irraa isaan* hin oolchine;

Kanaa mannaa, golfaadhaaf dabarsee isaan* kenne.

51 Dhuma irrattis angafoota Gibxii hundumaa,

Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan dunkaanota Kaam keessatti ni rukute.+

52 Achiis saba isaa akka hoolotaatti gad ni baase,+

Akkuma tuuta horii lafa onaa keessa jiruuttis isaan geggeesse.

53 Nagaadhaan isaan geesse,

Sodaanis isaanitti hin dhagaʼamne;+

Galaanichi diinota isaanii ni uwwise.+

54 Gara naannoo isaa isa qulqulluutti,

Gara naannoo gaarotaa isa harka isaa mirgaatiin argate kanaatti isaan geesse.+

55 Saboota isaan duraa ni ariʼe;+

Wadaroo safaraatiin isaaniif dhaala ni hire;+

Manneen isaanii keessa gosoota Israaʼel ni jiraachise.+

56 Isaan garuu Waaqa Isa Hundaa Olii morkachuu* isaanii fi isa irratti fincila kaasuu isaanii itti fufan;+

Yaadachiisawwan isaatiifis xiyyeeffannaa hin kennine.+

57 Kana malees, isaan isa irraa ni garagalan, akka abbootii isaaniis gantoota turan.+

Akkuma iddaa laafeetti kan hin amansiisne turan.+

58 Iddoowwan ol kaʼoo isaaniitiin irra deddeebiʼanii isa dheekkamsiisan,+

Fakkiiwwan isaanii warra bocamaniinis aariidhaaf* isa kakaasan.+

59 Waaqayyo ni dhagaʼe, akka malees ni dheekkame,+

Kanaafuu, guutummaatti Israaʼeliin ni dhiise.

60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,

Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+

61 Mallattoon jabina isaa akka boojiʼamu godhe;

Simboo isaas harka diinaatti dabarsee kenne.+

62 Saba isaa goraadeetti dabarsee kenne,+

Dhaala isaattis akka malee aare.

63 Dargaggoota isaa ibiddi ni nyaate,

Durboota isaatiifis sirbi cidhaa hin sirbamne.*

64 Luboonni isaa goraadeedhaan dhumaniiru,+

Dubartoonni isaanii warri abbaan manaa irraa duʼes hin boonye.+

65 Achiis akkuma namni jabaan+ daadhii wayinii irraa dammaqutti,

Yihowaan akka waan hirribaa dammaqutti ni dammaqe.+

66 Diinota isaas duubatti deebise;+

Salphina cimaa keessa isaan buuse.

67 Dunkaana Yoseef ni tuffate;

Gosa Efreem hin filanne.

68 Kanaa mannaa, gosa Yihudaa,+

Gaara Xiyoon isa jaallatu ni filate.+

69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*

Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+

70 Tajaajilaa isaa Daawitiin filatee,+

Goorannoo hoolotaa gidduudhaa,+

71 Hoolota hoosisan eeguu irraas isa fudhate;

Yaaqoob isa saba isaa taʼe irratti,

Israaʼel isa dhaala isaa taʼe irrattis tiksee isa godhe.+

72 Innis garaa qajeelaadhaan isaan tikse,+

Harka dandeettii qabuunis isaan geggeesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi