LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Dubbii Waaqaa isa gatii guddaa qabu dinqisiifachuu

        • ‘Dargaggoonni akkamitti daandii isaanii qulqulluu godhanii eeguu dandaʼu?’ (9)

        • “Yaadachiisawwan kee nan jaalladha” (24)

        • ‘Dubbiin kee abdii koo ti’ (74, 81, 114)

        • “Seera kee baayʼee nan jaalladha!” (97)

        • “Ani barsiisota koo hundumaa caalaa hubannaa qaba” (99)

        • ‘Dubbiin kee miila kootiif ibsaa dha’ (105)

        • “Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha” (160)

        • Nagaa warri seera Waaqaa jaallatan qaban (165)

Faarfannaa 119:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamummaa isaanii eegan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:3; Yaq 1:25

Faarfannaa 119:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7
  • +2Se 31:20, 21

Faarfannaa 119:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 38:3

Faarfannaa 119:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 5:33; Er 7:23; Yaq 2:10

Faarfannaa 119:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Maal taʼa daandiiwwan koo jabaatanii utuu dhaabbatanii!”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:10

Faarfannaa 119:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:80

Faarfannaa 119:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:20, 22

Faarfannaa 119:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:5

Faarfannaa 119:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:13; 37:31
  • +Fr 112:1

Faarfannaa 119:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:8, 10; 119:72
  • +Er 15:16

Faarfannaa 119:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ajajawwan kee nan qoʼadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:93, 100
  • +Fr 25:10

Faarfannaa 119:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 1:23-25

Faarfannaa 119:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 38:20

Faarfannaa 119:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:15

Faarfannaa 119:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Faarfannaa 119:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15

Faarfannaa 119:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “na irraa gangalchi.”

Faarfannaa 119:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dambiiwwan kee nan qoʼadha.”

Faarfannaa 119:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:14, 168
  • +Kes 17:18-20; Fr 119:105; 2Xi 3:16, 17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2006, ful. 10-11

Faarfannaa 119:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:15
  • +Fr 119:154; 143:11

Faarfannaa 119:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:11

Faarfannaa 119:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qoʼadhuuf.”

  • *

    Kal., “Daandii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:5

Faarfannaa 119:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Faarfannaa 119:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 141:4; Fak 30:8

Faarfannaa 119:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:15

Faarfannaa 119:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkan qaanaʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7
  • +Fr 25:20; 119:80

Faarfannaa 119:32

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “garaan koo amanannaa akka qabaatu waan gooteef.”

  • *

    Kal., “duukaa nan fiiga.”

Faarfannaa 119:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:17; Yoh 6:45; Yaq 1:5
  • +Fr 119:112

Faarfannaa 119:35

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkan deemu godhi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:3

Faarfannaa 119:36

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “buʼaa argachuutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:15; 1Xi 6:10; Ibr 13:5

Faarfannaa 119:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 15:39; Fak 4:25; 23:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2010, ful. 20-24

Faarfannaa 119:38

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii.”

  • *

    Ykn tarii, “Waadaa warra si sodaataniif galte, tajaajilaa keetiif raawwadhu.”

Faarfannaa 119:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:9; 119:75

Faarfannaa 119:41

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dubbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:1; 90:14; 119:76

Faarfannaa 119:43

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “eeggadheef.”

Faarfannaa 119:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:33

Faarfannaa 119:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iddoo balʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:5

Faarfannaa 119:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 1:16

Faarfannaa 119:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 23:12; Fr 119:174; Rom 7:22

Faarfannaa 119:48

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nan qoʼadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:127
  • +Fr 119:23, 71

Faarfannaa 119:49

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Waadaa.”

  • *

    Ykn., “Isa akkan eeggadhu goote.”

Faarfannaa 119:50

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 94:19; Rom 15:4

Faarfannaa 119:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:157

Faarfannaa 119:52

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:5; Kes 1:35, 36; 4:3
  • +Rom 15:4

Faarfannaa 119:53

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:158; 139:21; Fak 28:4

Faarfannaa 119:54

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mana ani nama biyya ormaa taʼee keessa jiraadhutti.”

Faarfannaa 119:55

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:6; Isa 26:9

Faarfannaa 119:57

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:5
  • +Bau 19:8

Faarfannaa 119:58

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akka dubbii keetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:17
  • +Fr 57:1

Faarfannaa 119:59

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:101; Efe 5:15

Faarfannaa 119:60

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 29:1, 3

Faarfannaa 119:61

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 26:8, 9; 2Se 29:1, 2

Faarfannaa 119:62

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:8

Faarfannaa 119:63

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 183

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

Faarfannaa 119:64

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:5; 104:13

Faarfannaa 119:66

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 3:9; Fr 94:10; Dan 2:21; Flp 1:9

Faarfannaa 119:67

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dogoggoraan cubbuu hojjechaan ture.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:11

Faarfannaa 119:68

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:5; Mar 10:18
  • +Isa 48:17

Faarfannaa 119:70

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akkuma coomaatti miira kan hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:10
  • +Fr 40:8; Rom 7:22

Faarfannaa 119:71

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 11:32; Ibr 12:9-11

Faarfannaa 119:72

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7, 10; Fak 3:13-15
  • +Kes 17:18, 19

Faarfannaa 119:73

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 22:12; Iyo 32:8

Faarfannaa 119:74

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii kee nan eeggadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:147

Faarfannaa 119:75

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:160
  • +Kes 32:4; Ibr 12:11

Faarfannaa 119:76

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akka dubbii keetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6; Fr 86:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 24

Faarfannaa 119:77

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 7:22
  • +Fr 51:1; 103:13; 119:116; Dan 9:18; Luq 1:50

Faarfannaa 119:78

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “sobaan.”

  • *

    Ykn., “ajajawwan kee nan qoʼadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:45

Faarfannaa 119:80

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:5, 6; 1Yo 2:28
  • +1Mo 8:58

Faarfannaa 119:81

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii kee nan eeggadha.”

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo fayyina si irraa argamu ni dharraʼa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 7:7

Faarfannaa 119:82

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:3
  • +Fr 86:17; 102:2

Faarfannaa 119:83

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:61, 176

Faarfannaa 119:84

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:6; Mul 6:9, 10

Faarfannaa 119:86

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 142:6

Faarfannaa 119:89

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:2; 119:152

Faarfannaa 119:90

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:9
  • +Fr 104:5; Lal 1:4

Faarfannaa 119:91

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, uumamawwan isaa hundi.

Faarfannaa 119:92

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:23; Mat 4:4

Faarfannaa 119:93

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 18:5; Kes 30:16; Yoh 6:63; Rom 10:5

Faarfannaa 119:94

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:15
  • +Fr 86:2; Isa 41:10

Faarfannaa 119:96

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “baayʼee balʼaa dha.”

Faarfannaa 119:97

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa nan qoʼadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:8
  • +Fr 1:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 5

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2006, ful. 3-4

Faarfannaa 119:98

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7; Fak 2:6; 10:8

Faarfannaa 119:99

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waanan qoʼadhuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:25; Luq 2:46, 47

Faarfannaa 119:100

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 5/2021, ful. 8

Faarfannaa 119:101

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:23; 119:59

Faarfannaa 119:103

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7, 10; Fak 24:13, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 20

Faarfannaa 119:104

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:100
  • +Fr 97:10; 101:3; Fak 8:13; 13:5; Rom 12:9

Faarfannaa 119:105

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 43:3; Fak 6:23; Isa 51:4; Rom 15:4; 2Xi 3:16, 17; 2Ph 1:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 1

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2018, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2007, ful. 15-20

Faarfannaa 119:107

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:19
  • +Fr 119:88; 143:11

Faarfannaa 119:108

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “aarsaa afaan kootii isan fedhiidhaan dhiheessutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23; Hos 14:2; Ibr 13:15
  • +Kes 33:10; Isa 48:17

Faarfannaa 119:109

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “harka koo keessa jira.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:61

Faarfannaa 119:110

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:87

Faarfannaa 119:111

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka dhaala bara baraatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:8; 119:129; Er 15:16

Faarfannaa 119:112

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “garaa koo itti qabeera.”

Faarfannaa 119:113

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namoota garaan isaanii hirame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:21; Mul 3:16
  • +Fr 40:8; 119:97

Faarfannaa 119:114

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii kee waanan eeggadhuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 130:5
  • +Fr 32:7; 91:2

Faarfannaa 119:115

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:5

Faarfannaa 119:116

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akkuma dubbii keetti.”

  • *

    Ykn., “qaaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:10
  • +Fr 25:2; Rom 10:11

Faarfannaa 119:117

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:13
  • +Iya 1:8; Fr 119:48

Faarfannaa 119:118

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9; Fr 95:10

Faarfannaa 119:119

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:22; 25:4, 5; His 22:18

Faarfannaa 119:120

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon.”

Faarfannaa 119:123

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dubbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:81
  • +Fr 69:3; 143:7

Faarfannaa 119:124

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:16
  • +Fr 143:10

Faarfannaa 119:125

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:34; 2Xi 2:7; Yaq 1:5

Faarfannaa 119:126

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:19; Er 18:23

Faarfannaa 119:127

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qulqulleeffame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:9, 10; 119:72; Fak 3:13, 14

Faarfannaa 119:128

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ajaja.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:8
  • +Fr 119:104

Faarfannaa 119:130

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:105; Fak 6:23; 2Qo 4:6; 2Ph 1:19
  • +Fr 19:7; Fak 1:1, 4; 2Xi 3:15

Faarfannaa 119:131

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “nan harganas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:1; 1Ph 2:2

Faarfannaa 119:132

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 6:10
  • +1Sa 1:10, 11; 2Sa 16:11, 12; Isa 38:9, 20

Faarfannaa 119:133

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “tarkaanfii koo cimsi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:13; Rom 6:12

Faarfannaa 119:134

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “na furi.”

Faarfannaa 119:135

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 6:25; Fr 4:6

Faarfannaa 119:136

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 9:4; 2Ph 2:7, 8

Faarfannaa 119:137

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Mul 16:5, 7

Faarfannaa 119:139

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 10:16; Fr 69:9; Yoh 2:17

Faarfannaa 119:140

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:6; 119:160
  • +Fr 119:97

Faarfannaa 119:141

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:6, 7

Faarfannaa 119:142

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:6
  • +Bau 34:6; Fr 119:160; Yoh 17:17

Faarfannaa 119:144

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:34

Faarfannaa 119:147

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii kee waanan eeggadhuuf.”

  • *

    Ykn., “dimimmisa ganamaa keessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:3; 88:13; Mar 1:35

Faarfannaa 119:148

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qoʼachuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:6; Luq 6:12

Faarfannaa 119:149

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:1; Isa 63:7

Faarfannaa 119:151

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:7; Fr 46:1; 145:18
  • +Fr 19:9; Yoh 17:17

Faarfannaa 119:152

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:144; Lal 3:14

Faarfannaa 119:153

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:13

Faarfannaa 119:154

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dhimma seeraa koo naaf ilaali.”

  • *

    Ykn., “Dubbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:15; Fr 43:1

Faarfannaa 119:155

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:15, 18; Fr 73:27; Fak 15:29

Faarfannaa 119:156

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 21:13; Fr 86:15; Isa 55:7; 2Qo 1:3; Yaq 5:11

Faarfannaa 119:157

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:19

Faarfannaa 119:158

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:21

Faarfannaa 119:159

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:40, 88; Fru 3:22

Faarfannaa 119:160

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:28; Fr 12:6; Yoh 17:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2023, ful. 2-7

Faarfannaa 119:161

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:23
  • +2Mo 22:19

Faarfannaa 119:162

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 15:16

Faarfannaa 119:163

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 101:7; 119:29, 104
  • +Fr 1:2

Faarfannaa 119:165

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Wanti gufuu isaanitti taʼu hin jiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 1:2, 3; Fak 3:1, 2; Isa 32:17; 48:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 4-5

Faarfannaa 119:167

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 1:2; 40:8; Rom 7:22

Faarfannaa 119:168

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:3; Fak 5:21; 15:11; Ibr 4:13

Faarfannaa 119:169

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6
  • +1Se 22:12; Fak 2:3, 5

Faarfannaa 119:170

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Akkuma dubbii keetti.”

Faarfannaa 119:171

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:5; 71:17; 145:7

Faarfannaa 119:172

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:9

Faarfannaa 119:173

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:19; Iya 24:15, 22
  • +Fr 60:5

Faarfannaa 119:174

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 1:2

Faarfannaa 119:175

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:13, 14; Isa 38:19

Faarfannaa 119:176

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:7; Luq 15:4; 1Ph 2:25
  • +Lal 12:13

Yaada Wal Simu

Far. 119:12Mo 20:3; Yaq 1:25
Far. 119:2Fr 19:7
Far. 119:22Se 31:20, 21
Far. 119:3Isa 38:3
Far. 119:4Kes 5:33; Er 7:23; Yaq 2:10
Far. 119:5Fr 51:10
Far. 119:6Fr 119:80
Far. 119:9Fak 6:20, 22
Far. 119:10Fr 25:5
Far. 119:11Fr 19:13; 37:31
Far. 119:11Fr 112:1
Far. 119:14Fr 19:8, 10; 119:72
Far. 119:14Er 15:16
Far. 119:15Fr 119:93, 100
Far. 119:15Fr 25:10
Far. 119:16Yaq 1:23-25
Far. 119:17Isa 38:20
Far. 119:191Se 29:15
Far. 119:21Kes 28:15
Far. 119:24Fr 119:14, 168
Far. 119:24Kes 17:18-20; Fr 119:105; 2Xi 3:16, 17
Far. 119:25Fr 22:15
Far. 119:25Fr 119:154; 143:11
Far. 119:26Fr 86:11
Far. 119:27Fr 145:5
Far. 119:29Fr 141:4; Fak 30:8
Far. 119:30Iya 24:15
Far. 119:31Fr 19:7
Far. 119:31Fr 25:20; 119:80
Far. 119:33Isa 48:17; Yoh 6:45; Yaq 1:5
Far. 119:33Fr 119:112
Far. 119:35Fr 23:3
Far. 119:36Luq 12:15; 1Xi 6:10; Ibr 13:5
Far. 119:37Lak 15:39; Fak 4:25; 23:4, 5
Far. 119:39Fr 19:9; 119:75
Far. 119:41Fr 51:1; 90:14; 119:76
Far. 119:44Fr 119:33
Far. 119:45Fr 118:5
Far. 119:46Rom 1:16
Far. 119:47Iyo 23:12; Fr 119:174; Rom 7:22
Far. 119:48Fr 119:127
Far. 119:48Fr 119:23, 71
Far. 119:50Fr 94:19; Rom 15:4
Far. 119:51Fr 119:157
Far. 119:52Lak 16:5; Kes 1:35, 36; 4:3
Far. 119:52Rom 15:4
Far. 119:53Fr 119:158; 139:21; Fak 28:4
Far. 119:55Fr 63:6; Isa 26:9
Far. 119:57Fr 16:5
Far. 119:57Bau 19:8
Far. 119:58Fr 51:17
Far. 119:58Fr 57:1
Far. 119:59Fr 119:101; Efe 5:15
Far. 119:602Se 29:1, 3
Far. 119:611Sa 26:8, 9; 2Se 29:1, 2
Far. 119:62Fr 42:8
Far. 119:63Fak 13:20
Far. 119:64Fr 33:5; 104:13
Far. 119:661Mo 3:9; Fr 94:10; Dan 2:21; Flp 1:9
Far. 119:67Fr 119:11
Far. 119:68Fr 86:5; Mar 10:18
Far. 119:68Isa 48:17
Far. 119:70Isa 6:10
Far. 119:70Fr 40:8; Rom 7:22
Far. 119:711Qo 11:32; Ibr 12:9-11
Far. 119:72Fr 19:7, 10; Fak 3:13-15
Far. 119:72Kes 17:18, 19
Far. 119:731Se 22:12; Iyo 32:8
Far. 119:74Fr 119:147
Far. 119:75Fr 119:160
Far. 119:75Kes 32:4; Ibr 12:11
Far. 119:76Bau 34:6; Fr 86:5
Far. 119:77Rom 7:22
Far. 119:77Fr 51:1; 103:13; 119:116; Dan 9:18; Luq 1:50
Far. 119:78Fr 119:45
Far. 119:80Fr 119:5, 6; 1Yo 2:28
Far. 119:801Mo 8:58
Far. 119:81Mik 7:7
Far. 119:82Fr 69:3
Far. 119:82Fr 86:17; 102:2
Far. 119:83Fr 119:61, 176
Far. 119:84Fr 7:6; Mul 6:9, 10
Far. 119:86Fr 142:6
Far. 119:89Fr 89:2; 119:152
Far. 119:90Kes 7:9
Far. 119:90Fr 104:5; Lal 1:4
Far. 119:92Fak 6:23; Mat 4:4
Far. 119:93Lew 18:5; Kes 30:16; Yoh 6:63; Rom 10:5
Far. 119:94Fr 119:15
Far. 119:94Fr 86:2; Isa 41:10
Far. 119:97Fr 40:8
Far. 119:97Fr 1:2
Far. 119:98Fr 19:7; Fak 2:6; 10:8
Far. 119:99Mat 11:25; Luq 2:46, 47
Far. 119:101Fr 18:23; 119:59
Far. 119:103Fr 19:7, 10; Fak 24:13, 14
Far. 119:104Fr 119:100
Far. 119:104Fr 97:10; 101:3; Fak 8:13; 13:5; Rom 12:9
Far. 119:105Fr 43:3; Fak 6:23; Isa 51:4; Rom 15:4; 2Xi 3:16, 17; 2Ph 1:19
Far. 119:107Fr 34:19
Far. 119:107Fr 119:88; 143:11
Far. 119:108Fr 50:23; Hos 14:2; Ibr 13:15
Far. 119:108Kes 33:10; Isa 48:17
Far. 119:109Fr 119:61
Far. 119:110Fr 119:87
Far. 119:111Fr 19:8; 119:129; Er 15:16
Far. 119:1131Mo 18:21; Mul 3:16
Far. 119:113Fr 40:8; 119:97
Far. 119:114Fr 130:5
Far. 119:114Fr 32:7; 91:2
Far. 119:115Fr 26:5
Far. 119:116Isa 41:10
Far. 119:116Fr 25:2; Rom 10:11
Far. 119:117Isa 41:13
Far. 119:117Iya 1:8; Fr 119:48
Far. 119:1181Se 28:9; Fr 95:10
Far. 119:119Fak 2:22; 25:4, 5; His 22:18
Far. 119:123Fr 119:81
Far. 119:123Fr 69:3; 143:7
Far. 119:124Fr 69:16
Far. 119:124Fr 143:10
Far. 119:125Fr 119:34; 2Xi 2:7; Yaq 1:5
Far. 119:126Fr 9:19; Er 18:23
Far. 119:127Fr 19:9, 10; 119:72; Fak 3:13, 14
Far. 119:128Fr 19:8
Far. 119:128Fr 119:104
Far. 119:130Fr 119:105; Fak 6:23; 2Qo 4:6; 2Ph 1:19
Far. 119:130Fr 19:7; Fak 1:1, 4; 2Xi 3:15
Far. 119:131Fr 42:1; 1Ph 2:2
Far. 119:132Ibr 6:10
Far. 119:1321Sa 1:10, 11; 2Sa 16:11, 12; Isa 38:9, 20
Far. 119:133Fr 19:13; Rom 6:12
Far. 119:135Lak 6:25; Fr 4:6
Far. 119:136His 9:4; 2Ph 2:7, 8
Far. 119:137Kes 32:4
Far. 119:137Mul 16:5, 7
Far. 119:1392Mo 10:16; Fr 69:9; Yoh 2:17
Far. 119:140Fr 12:6; 119:160
Far. 119:140Fr 119:97
Far. 119:141Fr 22:6, 7
Far. 119:142Fr 36:6
Far. 119:142Bau 34:6; Fr 119:160; Yoh 17:17
Far. 119:144Fr 119:34
Far. 119:147Fr 5:3; 88:13; Mar 1:35
Far. 119:148Fr 63:6; Luq 6:12
Far. 119:149Fr 51:1; Isa 63:7
Far. 119:151Kes 4:7; Fr 46:1; 145:18
Far. 119:151Fr 19:9; Yoh 17:17
Far. 119:152Fr 119:144; Lal 3:14
Far. 119:153Fr 9:13
Far. 119:1541Sa 24:15; Fr 43:1
Far. 119:1552Mo 17:15, 18; Fr 73:27; Fak 15:29
Far. 119:1561Se 21:13; Fr 86:15; Isa 55:7; 2Qo 1:3; Yaq 5:11
Far. 119:157Fr 25:19
Far. 119:158Fr 139:21
Far. 119:159Fr 119:40, 88; Fru 3:22
Far. 119:1602Sa 7:28; Fr 12:6; Yoh 17:17
Far. 119:161Fr 119:23
Far. 119:1612Mo 22:19
Far. 119:162Er 15:16
Far. 119:163Fr 101:7; 119:29, 104
Far. 119:163Fr 1:2
Far. 119:165Fr 1:2, 3; Fak 3:1, 2; Isa 32:17; 48:18
Far. 119:167Fr 1:2; 40:8; Rom 7:22
Far. 119:168Fr 139:3; Fak 5:21; 15:11; Ibr 4:13
Far. 119:169Fr 18:6
Far. 119:1691Se 22:12; Fak 2:3, 5
Far. 119:171Fr 63:5; 71:17; 145:7
Far. 119:172Fr 40:9
Far. 119:173Kes 30:19; Iya 24:15, 22
Far. 119:173Fr 60:5
Far. 119:174Fr 1:2
Far. 119:175Fr 9:13, 14; Isa 38:19
Far. 119:176Fr 95:7; Luq 15:4; 1Ph 2:25
Far. 119:176Lal 12:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
  • 52
  • 53
  • 54
  • 55
  • 56
  • 57
  • 58
  • 59
  • 60
  • 61
  • 62
  • 63
  • 64
  • 65
  • 66
  • 67
  • 68
  • 69
  • 70
  • 71
  • 72
  • 73
  • 74
  • 75
  • 76
  • 77
  • 78
  • 79
  • 80
  • 81
  • 82
  • 83
  • 84
  • 85
  • 86
  • 87
  • 88
  • 89
  • 90
  • 91
  • 92
  • 93
  • 94
  • 95
  • 96
  • 97
  • 98
  • 99
  • 100
  • 101
  • 102
  • 103
  • 104
  • 105
  • 106
  • 107
  • 108
  • 109
  • 110
  • 111
  • 112
  • 113
  • 114
  • 115
  • 116
  • 117
  • 118
  • 119
  • 120
  • 121
  • 122
  • 123
  • 124
  • 125
  • 126
  • 127
  • 128
  • 129
  • 130
  • 131
  • 132
  • 133
  • 134
  • 135
  • 136
  • 137
  • 138
  • 139
  • 140
  • 141
  • 142
  • 143
  • 144
  • 145
  • 146
  • 147
  • 148
  • 149
  • 150
  • 151
  • 152
  • 153
  • 154
  • 155
  • 156
  • 157
  • 158
  • 159
  • 160
  • 161
  • 162
  • 163
  • 164
  • 165
  • 166
  • 167
  • 168
  • 169
  • 170
  • 171
  • 172
  • 173
  • 174
  • 175
  • 176
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 119:1-176

Faarfannaa

א [Aleef]

119 Warri daandii isaaniitiin balleessaa hin qabne,*

Warri seera Yihowaatiin deddeebiʼan gammadoo dha.+

 2 Warri yaadachiisawwan isaa eegan,+

Warri garaa isaanii guutuudhaan isa barbaaddatan gammadoo dha.+

 3 Isaan jalʼina hin raawwatan,

Daandiiwwan isaa irra ni deemu.+

 4 Ajajawwan kee of eeggannoodhaan akka eegaman

Ajaja kenniteetta.+

 5 Dambiiwwan kee akkan eeguuf,

Maal taʼa jabaadhee dhaabbachuu utuun dandaʼee!*+

 6 Silaa ajajawwan kee hunda yommuun qoʼadhutti,

Hin qaanaʼun ture.+

 7 Murtiiwwan kee warra qajeeloo taʼan yommuun baradhu,

Garaa qajeelaadhaan sin jajadha.

 8 Dambiiwwan kee nan eega.

Matumaa guutummaatti na hin dhiisin.

ב [Beet]

 9 Dargaggeessi akkamitti daandii isaa qulqulluu godhee eeguu dandaʼa?

Akka dubbii keetti of eeguudhaani.+

 10 Garaa koo guutuudhaan sin barbaaddadha.

Ajajawwan kee irraa akkan goru hin godhin.+

 11 Si irratti cubbuu akkan hin hojjenneef,+

Garaa koo keessatti dubbii keetiif bakka guddaa nan kenna.+

 12 Yaa Yihowaa, kan jajamte taʼi;

Dambiiwwan kee na barsiisi.

 13 Murtiiwwan ati dubbatte hundumaa

Afaan kootiin nan labsa.

 14 Wantoota gatii guddaa qaban hundumaa kaan caalaa,+

Yaadachiisawwan keetti nan gammada.+

 15 Ajajawwan kee irratti nan yaada,*+

Daandiiwwan kee irras ija koo nan kaaʼa.+

 16 Dambiiwwan kee nan jaalladha.

Dubbii kee hin irraanfadhu.+

ג [Giimel]

 17 Lubbuudhaan akkan jiraadhuu fi dubbii kee akkan eeguuf,+

Ana tajaajilaa kee gaarummaadhaan qabi.

 18 Wantoota dinqisiisoo seera kee keessa jiran

Sirriitti arguu akkan dandaʼuuf ija koo naaf bani.

 19 Ani garuu biyyattii keessatti nama biyya ormaa ti.+

Ajajawwan kee na duraa hin dhoksin.

 20 Ani* yeroo hundumaa murtiiwwan kee

Hawwuudhaan kan kaʼe bututeera.

 21 Ati warra of tuulan,

Warra abaaramoo ajajawwan kee irraa goran ni ifatta.+

 22 Yaadachiisawwan kee waanan eegeef,

Qoosaa fi tuffii na irraa balleessi.*

 23 Bulchitoonni waliin taaʼanii waaʼee koo wanta hamaa yommuu dubbatanitti illee,

Ani tajaajilaan kee dambiiwwan kee irratti nan yaada.*

 24 Yaadachiisawwan kee nan jaalladha;+

Isaan gorsitoota koo ti.+

ד [Daalet]

 25 Awwaara irra gombifamee nan ciisa.+

Akka dubbii keetti lubbuudhaan na tursi.+

 26 Waaʼee daandii kootii sitti himadheera, atis deebii naaf kenniteetta;

Dambiiwwan kee na barsiisi.+

 27 Hojiiwwan kee warra dinqisiisoo irratti akkan yaaduuf,*

Hiika* ajajawwan keetii na hubachiisi.+

 28 Ani* gadda irraa kan kaʼe hirriba dhabeera.

Akka dubbii keetti na cimsi.

 29 Daandii gowwoomsaa na irraa fageessi,+

Seera kee na barsiisuudhaan gaarummaa natti argisiisi.

 30 Daandii amanamummaa filadheera.+

Murtiiwwan kee sirrii taʼuu isaanii nan beeka.

 31 Yaadachiisawwan keetti nan maxxana.+

Yaa Yihowaa, abdii akkan kutadhu* hin godhin.+

 32 Ati garaa koo keessatti iddoo waan isaaf kenniteef,*

Daandii ajajawwan keetii hawwiidhaan nan hordofa.*

ה [Hii]

 33 Yaa Yihowaa, daandii dambiiwwan keetii na barsiisi,+

Anis hamma dhumaatti isa nan hordofa.+

 34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,

Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,

Hubannaa naaf kenni.

 35 Waanan itti gammaduuf,

Daandii ajajawwan keetii irra na geggeessi.*+

 36 Garaa koo gara faayidaa ofittummaatti* utuu hin taʼin,+

Gara yaadachiisawwan keetti gorsiisi.

 37 Wanta gatii hin qabne ilaaluu irraa ija koo deebisi;+

Daandii kee irras lubbuudhaan na tursi.

 38 Ati akka sodaatamtuuf,

Waadaa* tajaajilaa keetiif galte raawwadhu.*

 39 Murtiiwwan kee gaarii waan taʼaniif,+

Salphina ani sodaadhu sana fageessi.

 40 Ajajawwan kee hammam akkan hawwu ilaali.

Qajeelummaa keetiin lubbuudhaan na tursi.

ו [Waaw]

 41 Yaa Yihowaa, waadaa* kee wajjin haala wal simuun,

Jaalala kee isa amanamaa fi fayyisuu kee akkan argu godhi;+

 42 Achiis dubbii keetti waanan amanamuuf,

Isa na arrabsu sanaaf deebii nan kenna.

 43 Murtii kee waanan abdadheef,*

Dubbii dhugaa afaan koo keessaa guutummaatti hin balleessin.

 44 Baraa hamma bara baraatti,

Yeroo hundumaa seera kee nan eega.+

 45 Ajajawwan kee waanan barbaaddadhuuf,

Bakka balaa irraa walaba* taʼe keessa asii fi achi nan deema.+

 46 Mootota duratti waaʼee yaadachiisawwan keetii nan dubbadha,

Hin qaanaʼus.+

 47 Ajajawwan kee nan jaalladha,

Eeyyee, nan jaalladha.+

 48 Harka koo gara ajajawwan kee warran jaalladhu sanaatti nan kaasa,+

Dambiiwwan kee irrattis nan yaada.*+

ז [Zaayin]

 49 Dubbii* kee isa ana tajaajilaa keetiif kennite,

Isa ittiin abdii naaf kennite* sana yaadadhu.

 50 Dubbiin kee lubbuudhaan waan na turseef,

Kun isa yeroo rakkina kootti jajjabina naaf kennu dha.+

 51 Warri of tuulan akka malee natti qoosu,

Ani garuu seera kee irraa hin jalʼadhu.+

 52 Yaa Yihowaa, bara duriitii jalqabee murtiiwwan kee nan yaadadha,+

Isaan irraas jajjabina nan argadha.+

 53 Hamoota warra seera kee dhiisaniin kan kaʼe,

Ani aaree bobaʼeera.+

 54 Eessa iyyuu yoon jiraadhe,*

Dambiiwwan kee faarfannaa koo ti.

 55 Yaa Yihowaa, seera kee akkan eeguuf,

Halkan maqaa kee nan yaadadha.+

 56 Ajajawwan kee waanan eegeef,

Akkana gochuun barsiifata naaf taʼeera.

ח [Heet]

 57 Yihowaan gaʼee koo ti;+

Ani dubbii kee eeguuf waadaa galeera.+

 58 Garaa koo guutuudhaan sitti nan iyyadha;+

Akka waadaa galtetti* gaarummaa natti argisiisi.+

 59 Miila koo gara yaadachiisawwan keetti deebisuuf,

Ani daandii koo qoreera.+

 60 Ajajawwan kee eeguuf,

Nan ariifadha, hin turus.+

 61 Wadaroon hamootaa natti marse,

Ani garuu seera kee hin irraanfadhu.+

 62 Murtiiwwan kee warra qajeeloo taʼaniif

Galata siif galchuuf halkan walakkaa nan kaʼa.+

 63 Ani warra si sodaataniif,

Akkasumas, warra ajajawwan kee eegan hundumaatiif michuu dha.+

 64 Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan lafa ni guuta;+

Dambiiwwan kee na barsiisi.

ט [Teet]

 65 Yaa Yihowaa, akka dubbii keetti,

Ana tajaajilaa keetiif wanta gaarii gooteetta.

 66 Ajajawwan keetti waanan amanameef,

Hubannaa fi beekumsa naaf kenni.+

 67 Rakkinni na irra gaʼuu isaa dura, karaa irraa nan goran ture,*

Amma garuu dubbii kee nan eega.+

 68 Ati gaarii dha,+ hojiiwwan kees gaarii dha.

Dambiiwwan kee na barsiisi.+

 69 Warri of tuulan soba natti dhooban,

Ani garuu garaa koo guutuudhaan ajajawwan kee nan eega.

 70 Garaan isaanii hamaa* dha,+

Ani garuu seera kee nan jaalladha.+

 71 Dambiiwwan kee akkan baradhuuf,

Rakkina keessa darbuun koo anaaf gaarii dha.+

 72 Warqii fi meetii hedduu caalaa+

Seerri ati labsite anaaf gaarii dha.+

י [Yood]

 73 Kan na uumee fi kan na tolche harka kee ti.

Ajajawwan kee akkan baradhuuf,

Hubannaa naaf kenni.+

 74 Dubbiin kee abdii koo waan taʼeef,*+

Warri si sodaatan na arganii gammadu.

 75 Yaa Yihowaa, murtiiwwan kee qajeeloo akka taʼan,+

Amanamummaa keetiinis akka na cunqursite nan beeka.+

 76 Akka ana tajaajilaa keetiif waadaa galtetti,*

Maaloo, jaalalli kee inni amanamaan+ na haa jajjabeessu.

 77 Seera kee waanan jaalladhuuf,+

Lubbuudhaan akkan jiraadhuuf gara laafina natti argisiisi.+

 78 Isaan sababii malee* waan na miidhaniif,

Warri of tuulan haa qaanaʼan.

Ani garuu ajajawwan kee irratti nan yaada.*+

 79 Warri si sodaatan,

Warri yaadachiisawwan kee beekan gara kootti haa deebiʼan.

 80 Akkan hin qaanofneef,+

Garaan koo dambiiwwan kee eeguu irratti mudaa kan hin qabne haa taʼu.+

כ [Kaaf]

 81 Dubbiin kee abdii koo waan taʼeef,*

Fayyina si irraa argamu nan hawwa.*+

 82 Ijji koo dubbii kee ni hawwa,+

“Ati yoom na jajjabeessita?”+ jedheen gaafadha.

 83 Ani akkuma qalqalloo aarri gogsee ti,

Taʼus dambiiwwan kee hin irraanfadhu.+

 84 Ani tajaajilaan kee guyyoota meeqaafan eega?

Warra na ariʼatan irratti kan murteessitu yoomi?+

 85 Warri of tuulan,

Warri seera kee tuffatan boolla naaf qotu.

 86 Ajajawwan kee hundi amanamoo dha.

Namoonni sababii malee na ariʼatu; na gargaari!+

 87 Isaan guutummaatti lafa irraa na balleessuu gaʼanii turan,

Ani garuu ajajawwan kee hin dhiisne.

 88 Yaadachiisawwan ati dubbatte akkan eeguuf,

Jaalala kee isa amanamaadhaan kan kaʼe lubbuudhaan na tursi.

ל [Laamed]

 89 Yaa Yihowaa,

Dubbiin kee bara baraaf samiiwwan keessatti jabaatee dhaabbata.+

 90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+

Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+

 91 Hundi isaanii tajaajiltoota kee waan taʼaniif,

Isaan* murtiiwwan keetiin hamma harʼaatti jiraataniiru.

 92 Seera kee utuun hin jaallanne taʼee,

Silaa yoona rakkina na irra gaʼeen badeen ture.+

 93 Ati isaaniin lubbuudhaan waan na tursiteef,

Matumaa ajajawwan kee hin irraanfadhu.+

 94 Ani kan kee ti;

Ajajawwan kee waanan barbaaddadheef+ na oolchi.+

 95 Hamoonni na balleessuuf na eeggatu,

Ani garuu yaadachiisawwan keetiif xiyyeeffannaa guddaa nan kenna.

 96 Wanti mudaa hin qabne hundinuu daangaa akka qabu argeera,

Ajajni kee garuu daangaa hin qabu.*

מ [Meem]

 97 Seera kee baayʼee nan jaalladha!+

Guyyaa guutuu isa irratti nan yaada.*+

 98 Ajajni kee bara baraaf naa wajjin waan jiruuf,

Diinota koo caalaa ogeessa na godha.+

 99 Yaadachiisawwan kee irratti waanan yaaduuf,*

Ani barsiisota koo hundumaa caalaa hubannaa qaba.+

100 Ajajawwan kee waanan eeguuf,

Maanguddoota caalaa hubannaadhaan nan deddeebiʼa.

101 Dubbii kee akkan eeguuf,

Daandii hamaa akkamii irra iyyuu deemuu nan dida.+

102 Ati waan na barsiisteef,

Ani murtiiwwan kee irraa hin goru.

103 Dubbiin kee laagaa koo keessatti akkam miʼaawa!

Afaan koo keessattis damma caalaa miʼaawa!+

104 Ajajawwan keetiin hubannaadhaan nan deddeebiʼa.+

Daandii sobaa kam iyyuu kanan jibbu kanaafi.+

נ [Nuun]

105 Dubbiin kee miila kootiif ibsaa,

Daandii kootiifis ifa dha.+

106 Murtiiwwan kee warra qajeeloo taʼan eeguuf,

Kakaa kakadheera, isas nan raawwadha.

107 Ani akka malee cunqurfameera.+

Yaa Yihowaa, akka dubbii keetti lubbuudhaan na tursi.+

108 Yaa Yihowaa, maaloo fedhii kootiin si jajachuu kootti* gammadi,+

Murtiiwwan kees na barsiisi.+

109 Yeroo hundumaa lubbuun koo balaadhaaf saaxilameera,*

Ani garuu seera kee hin irraanfanne.+

110 Hamoonni kiyyoo naaf kaaʼaniiru,

Ani garuu ajajawwan kee irraa hin gorre.+

111 Gammachuu garaa kootii waan taʼaniif,

Yaadachiisawwan kee akka qabeenya dhaabbataatti* nan ilaala.+

112 Yeroo hundumaa, hamma dhumaatti,

Dambiiwwan keetiif ajajamuuf kutadheera.*

ס [Saamek]

113 Warra garaa walakkaa qaban* nan jibba,+

Seera kee garuu nan jaalladha.+

114 Dubbiin kee abdii koo waan taʼeef,*+

Ati gaaddisa koo fi gaachana koo ti.+

115 Ajajawwan Waaqa kootii akkan eeguuf,

Isin namoonni hamoon na irraa fagaadhaa.+

116 Lubbuudhaan jiraachuu koo akkan itti fufuuf,

Akkuma waadaa galtetti* na deggeri;+

Abdiin koo gara abdii kutachuutti* akka jijjiiramu hin godhin.+

117 Akkan ooluuf na deggeri;+

Anis yeroo hundumaa dambiiwwan kee irratti nan xiyyeeffadha.+

118 Isaan sobdootaa fi gowwoomsitoota waan taʼaniif,

Ati warra dambiiwwan kee irraa goran hundumaa of irraa ni fageessita.+

119 Hamoota lafa irra jiran hundumaa akkuma kosii gatii hin qabneetti ni balleessita.+

Ani yaadachiisawwan kee kanan jaalladhu kanaafi.

120 Si sodaachuudhaan kan kaʼe qaamni* koo ni hollata;

Murtiiwwan kee nan sodaadha.

ע [Ayiin]

121 Ani wanta haqaa fi qajeelaa taʼe raawwadheera.

Warra na cunqursanitti dabarsitee na hin kennin!

122 Nageenya ana tajaajilaa keetii mirkaneessi.

Warri of tuulan na hin cunqursin.

123 Fayyisuu kee fi waadaa* kee isa qajeelaa+ eeguudhaan

Ijji koo dadhabeera.+

124 Jaalala kee isa amanamaa ana tajaajilaa keetti argisiisi,+

Dambiiwwan kees na barsiisi.+

125 Ani tajaajilaa kee ti;

Yaadachiisawwan kee akkan beekuuf hubannaa naaf kenni.+

126 Isaan seera kee waan cabsaniif,

Yaa Yihowaa, yeroon tarkaanfii itti fudhattu gaʼeera.+

127 Warqii caalaa, warqii gaarii* irra illee

Ajajawwan kee kanan jaalladhu kanaafi.+

128 Kanaafuu, qajeelfama* si biraa dhufe hunda sirrii akka taʼettan ilaala;+

Daandii sobaa hundumaa nan jibba.+

פ [Pee]

129 Yaadachiisawwan kee dinqisiisoo dha.

Kanan isaan eegu kanaafi.

130 Dubbiin kee yommuu mulʼifamu ifa argamsiisa,+

Isa muuxannoo hin qabneef hubannaa kenna.+

131 Ajajawwan kee waanan hawwuuf,+

Afaan koo balʼisee nan banadha, hafuuras nan baafadha.*

132 Murtii warra maqaa kee jaallataniif kennituu wajjin haala wal simuun,+

Gara kootti garagali, gaarummaas natti argisiisi.+

133 Dubbii keetiin tarkaanfii koo nagaadhaan qajeelchi;*

Wanti hamaan akkamii iyyuu na hin moʼin.+

134 Namoota nama cunqursan irraa na oolchi,*

Anis ajajawwan kee nan eega.

135 Fuula kee ana tajaajilaa kee irratti ibsi,+

Dambiiwwan kees na barsiisi.

136 Namoonni seera kee waan hin eegneef,

Imimmaan akkuma lolaatti ija koo keessaa gad ni yaaʼa.+

צ [Tsadee]

137 Yaa Yihowaa, ati qajeelaa dha,+

Murtiiwwan kees sirrii dha.+

138 Yaadachiisawwan ati kennitu qajeeloo dha,

Guutummaattis kan amanamani dha.

139 Diinonni koo dubbii kee waan irraanfataniif,

Hinaaffaan koo na nyaata.+

140 Dubbiin kee akka gaariitti kan qulqullaaʼe dha,+

Tajaajilaan kees isa ni jaallata.+

141 Ani nama bakka guddaa hin qabnee fi tuffatamaa dha;+

Taʼus ajajawwan kee hin irraanfanne.

142 Qajeelummaan kee qajeelummaa bara baraa ti,+

Seerri kees dhugaa dha.+

143 Dhiphinnii fi rakkinni na irra gaʼus,

Yeroo hundumaa ajajawwan kee nan jaalladha.

144 Qajeelummaan yaadachiisawwan keetii kan bara baraa ti.

Lubbuudhaan jiraachuu koo akkan itti fufuuf, hubannaa naaf kenni.+

ק [Qoof]

145 Garaa koo guutuudhaan nan waammadha. Yaa Yihowaa, deebii naaf kenni.

Dambiiwwan kee nan eega.

146 Sin waammadha; na oolchi!

Yaadachiisawwan kee nan eega.

147 Dubbiin kee abdii koo waan taʼeef,*

Gargaarsaaf iyyachuuf barraaqaan* nan dammaqa.+

148 Dubbii kee irratti yaaduu* akkan dandaʼuuf,

Ijji koo halkan walakkaa ni banama.+

149 Jaalala kee isa amanamaadhaan kan kaʼe sagalee koo dhagaʼi.+

Yaa Yihowaa, akka haqa keetti lubbuudhaan na tursi.

150 Warri gocha qaanessaa irratti hirmaatan natti dhihaataniiru;

Isaan seera kee irraa fagaataniiru.

151 Yaa Yihowaa, ati natti dhihoo dha;+

Ajajawwan kee hundis dhugaa dha.+

152 Bara dheeraa dura waaʼee yaadachiisawwan keetii,

Bara baraaf akka jiraataniif akka isaan hundeessite baradheera.+

ר [Reesh]

153 Ani seera kee waan hin irraanfanneef,

Rakkina koo ilaaliitii na oolchi.+

154 Naaf falmi,* na oolchi;+

Waadaa* kee wajjin haala wal simuunis lubbuudhaan na tursi.

155 Isaan dambiiwwan kee waan hin barbaaddanneef,

Fayyinni hamoota irraa fagoo jira.+

156 Yaa Yihowaa, gara laafinni kee guddaa dha.+

Haqa kee wajjin haala wal simuun, lubbuudhaan na tursi.

157 Warri na ariʼatanii fi diinonni koo hedduu dha;+

Ani garuu yaadachiisawwan kee irraa hin gorre.

158 Isaan dubbii kee waan hin eegneef,

Gantoota ija jibbaatiin nan ilaala.+

159 Ajajawwan kee hammam akkan jaalladhu ilaali!

Yaa Yihowaa, jaalala kee isa amanamaadhaan kan kaʼe lubbuudhaan na tursi.+

160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+

Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu.

ש [Siin] ykn [Shiin]

161 Bulchitoonni sababii malee na ariʼatu,+

Garaan koo garuu dubbii keetiif kabaja guddaa qaba.+

162 Akkuma nama boojuu guddaa argatetti,

Dubbii keetti nan gammada.+

163 Soba nan jibba, nan balfas,+

Seera kee garuu nan jaalladha.+

164 Murtiiwwan kee warra qajeeloo taʼaniin kan kaʼe,

Guyyaatti siʼa torba sin jajadha.

165 Warri seera kee jaallatan nagaa hedduu qabu;+

Homtuu isaan gufachiisuu hin dandaʼu.*

166 Yaa Yihowaa, gochawwan fayyinaa kee nan abdadha,

Ajajawwan kees nan eega.

167 Yaadachiisawwan kee nan eega,

Baayʼees isaan nan jaalladha.+

168 Wantan godhu hundumaa waan beektuuf,+

Ajajawwan kee fi yaadachiisawwan kee nan eega.

ת [Taaw]

169 Yaa Yihowaa, iyyi ani gargaarsaaf dhageessisu si bira haa gaʼu.+

Akka dubbii keetti hubannaa naaf kenni.+

170 Gaaffiin ani fudhatama argachuuf dhiheessu si duratti haa dhihaatu.

Akkuma waadaa galtetti* na oolchi.

171 Dambiiwwan kee waan na barsiistuuf,

Afaan koo jajannaadhaan haa guutamu.+

172 Ajajawwan kee hundi qajeeloo waan taʼaniif,

Arrabni koo waaʼee dubbii keetii haa faarfatu.+

173 Ajajawwan keetiif ajajamuu waanan filadheef,+

Harki kee na gargaaruuf kan qophaaʼe haa taʼu.+

174 Yaa Yihowaa, fayyisuu kee hawwiidhaan nan eeggadha,

Seera kees nan jaalladha.+

175 Akkan si jajadhuuf, lubbuudhaan na jiraachisi;+

Murtiiwwan kee na haa gargaaran.

176 Ani akkuma hoolaa badeetti karaa irraa goreera.+

Ajajawwan kee waanan hin irraanfanneef, ana tajaajilaa kee barbaadi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi